cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Mattu University (MaU)

We are dedicated to serve the community! ♦️Website: https://meu.edu.et. ♦️FB: https://facebook.com/mattuniversity ♦️Youtube:https://www.youtube.com/channel/UCjDcyL1HV5A3VgkVdue0tpw?sub_confirmation=1

Show more
Ethiopia1 515The language is not specifiedEducation10 378
Advertising posts
17 027
Subscribers
+2924 hours
+1207 days
+59730 days
Posts Archive
👍 7 4
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
👍 3
"Bara Haaraa; Sammuu fi Mooraa Qulqulluu!" Duula Hojii Qulqullina Mooraa Fulbaana 9/2017 ALI =========+======== Hoggantoonni fi hojjattoonni Yuunivarsiitii Mattuu waliin ta'uun dhaadannoo "Bara Haaraa; Sammuu fi Mooraa Qulqulluu!" jedhuun mooraa qulqulleessaniiru. Hojiin duula qulqullinaa kun bifa qindoomina qabuun kan gaggeeffame yoo ta'u hawaasa Yuunivarsiitichaaf iddoo hojii hawwataa fi mijataa uumuun hojii bara haaraa kana miira tokkummaan eegaluuf akkasumas simannaa barattoota keenyaaf haalduree mijeessuuf akka ta'e odeeffanneerra. Hawaasni Yuunivarsiitichaa kanaan duras hojiiwwan biqiloota dhaabuu fi kunuunsuu akkasumas mooraa qulqulleessuu irratti dammaqinaan hirmaataa kan ture yoo ta'u gara fuulduraattis sagantaa dhaabbataadhaan akka itti fufu hubanneerra. We're dedicated to serve the community!
Show all...
👍 18
🎉 3👍 1 1
Photo unavailableShow in Telegram
5👍 3
1
Waltajjiin Sirna Cufiinsa Leenjii Sassaabdota Saamuda Qonnaa Geggeeffame. Fulbaana 7/2017 (Q.U.I.A) =========+=========== Yuunivarsiitii Mattuutti Hagayya 17/2016 – Fulbaana 7/2017tti kennamaa kan ture Leenjiin Sassaabdota Saamuda Qonnaa Waltajjii Cufiinsaa har'a gaggeeffameen xumurameera. Waltajjii cufiinsaa kana irraatti haasaa kan taasisan I/A Pireezdaantii Misoomaa fi Bulchiinsaa akkasumas B/B Pireezdaantii kan ta'an G/P Joon Tasfaayee leenjitoonnii fi leenjistoonni akkasumas qooda fudhattoonni hundi baga guyyaa kana geessan jedhanii, leenjitoonni gara hojiitti yeroo seenan itti gaafatamummaa biyyoolessaa isaanirra jiru hubachuun dirqama lamummaa isaanii akka bahan hubachiisaniiru. Itti aansuun ergaa kan dabarsan I/A Hogganaa Waajjira Misooma Qonnaa Godina I/A/ Boor kan ta'an Obbo Awwal Mahaammad ergaa isaaniitiin leenjitoonni ogummaa leenjiidhaan argatan fayyadamuudhaan qonna biyya keenyaa ragaadhaan deeggaruu keessatti gahee ol'aanaa kan qabu saamuda qonnaa sassaabuuf bu'aa bahii hojii irratti isaan mudachuu danda'uun utuu hin gufatin gahumsaan akka sassaaban hubachiisanii, ogeessonni qonnaa gandoota irra jiran hojii kanaaf tumsa barbaachisaa akka taasisanu eeruudhaan leenjitootaaf yeroo hojii gaarii hawwaniiru. Xumura irrattis Tajaajila Istaatistiksii Federaalaatti qindeessaa wiirtuu leenjii Yuunivarsiitii Mattuu kan ta'an Obbo Amaanu'eel Takluu yeroo leenjii tumsa Yuunivarsiitiin Mattuu taasiseef galata galchanii leenjitoota hojiitti galuuf qophaa'an waliin yeroo hojii milkaa'a akka qabaatan hawwuun waltajjichi xumurameera. ለግብርና ናሙና ሰብሳቢዎች ሲሰጥ የነበረው ስልጠና ተጠናቀቀ፡፡ መስከረም 7/2017 ዓ.ም (ህ.ዓ.አ.ግ) =============+========== በመቱ ዩኒቨርሲቲ ከነሀሴ 17/2016 – መስከረም 7/2017 ዓ.ም ለግብርና ናሙና ሰብሳቢዎች ሲሰጥ የነበረው ስልጠና ተጠናቋል፡፡ በመዝግያ መድረኩ ላይ ንግግር ያደረጉት የመቱ ዩኒቨርሲቲ አስተዳደርና ልማት ም/ፕሬዝደንት እና የፕሬዝደንቱ ተወካይ የሆኑት ረ/ፕ ጆን ተስፋዬ በዩኒቨርሲቲያችን ሲትሰለጥኑየቆያችሁ የግብርና ናሙና ሰብሳቢዎችና ስታሰለጥኑ የነበራችሁ እንድሁም ሁሉም ባለድርሻ አካላት እንኳን ለዚህ ቀን አበቃችሁ ካሉ በኃላ ሰልጣኞች ወደ ስራ ሲገቡ ያለባቸዉን ሀገራዊ ኃላፊነት በውል ተገንዝበው ግዴታቸውን እንዲወጡ አሳስበዋል። ቀጥለው መልዕክት ያስተላለፉት የኢሉ አባ ቦር ዞን ግብርና ጽ/ቤት ም/ኃላፊ አቶ አወል መሐመድ ሰልጣኞች በስልጠና ያገኙትን ክህሎት ተጠቅመዉ ለሀገራችን የግብርና መረጃ ወሳኝ የሆነውን የግብርና ናሙና ሊገጥማቸው የሚችለውን ተግዳሮቶች በትጋት በማለፍ እንዲሰበስቡ አሳስበዉ በቀበሌዎች ላይ ያሉ የግብርና ባለሙያዎች አስፈላጊውን ትብብር እንዲያደርጉ መመርያ እንደሚሰጥ በመግለጽ ለሰልጣኞች መልካም የሥራ ጊዜን ተመኝቷል። በፌደራል ስታስቲስትክስ አገልግሎት የመቱ ዩኒቨርሲቲ የስልጠና ማዕከል አስተባባሪ የሆኑት አቶ አማኑዔል ተክሉ ለነበረው ቆይታና በመቱ ዩኒቨርሲቲ ለተደረገላቸው ትብብር ሁሉ ምስጋናቸውን በማቅረብ ሰልጣኞች ወደ ፊትም ውጤታማ የሥራ ግዜ እንዲኖራቸው ምኞታውን ገልፀዋል። We're dedicated to serve the community!
Show all...
👍 13🙏 1
👍 5
👍 1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.