cookie

ู†ุญู† ู†ุณุชุฎุฏู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท ู„ุชุญุณูŠู† ุชุฌุฑุจุฉ ุงู„ุชุตูุญ ุงู„ุฎุงุตุฉ ุจูƒ. ุจุงู„ู†ู‚ุฑ ุนู„ู‰ "ู‚ุจูˆู„ ุงู„ูƒู„"ุŒ ุฃู†ุช ุชูˆุงูู‚ ุนู„ู‰ ุงุณุชุฎุฏุงู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท.

avatar

Oromoo Inspire โ„ข๐Ÿ’ก

๐—๐—ถ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐—บ๐—ถ๐—น๐—ธ๐—ฎ๐—ฎ'๐—ฎ๐—ฎ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—ธ๐—ฎ๐—ธ๐—ฎ'๐˜‚๐˜‚๐—บ๐˜€๐—ฎ ๐—ฌ๐—”๐—”๐——๐—”๐—” ๐—ณ๐—ถ ๐——๐—”๐—ก๐——๐—˜๐—˜๐—ง๐—ง๐—œ๐—œ ๐—ฑ๐—ต๐—ผ๐—ธ๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—ผ๐—ณ๐—ถ๐—ถ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ณ๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—บ๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—พ๐—ผ๐—ฝ๐—ต๐—ถ๐—ถ ๐˜๐—ฎ'๐˜‚๐˜‚ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐—ถ๐˜€๐—ฎ! ๐Ÿ’ฅ @Oromoo_Inspire_YaadaafBot ๐Ÿ’ฅ

ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ู…ุฒูŠุฏ
ูู†ู„ู†ุฏุง189ู„ู… ูŠุชู… ุชุญุฏูŠุฏ ุงู„ู„ุบุฉุงู„ุฏุงูุน ูˆ ุงู„ุงู‚ุชุจุงุณ679
ู…ุดุงุฑูƒุงุช ุงู„ุฅุนู„ุงู†ุงุช
41 181
ุงู„ู…ุดุชุฑูƒูˆู†
+1824 ุณุงุนุงุช
-317 ุฃูŠุงู…
+15930 ุฃูŠุงู…

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

ู…ุนุฏู„ ู†ู…ูˆ ุงู„ู…ุดุชุฑูƒ

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

Cichoomina qabaadhu Bakka feetes jiraattu, akka feetes jiraattu, haalli jireenya keetiis sitti hammaatu...bakka yaaddee manaa baate sana gahuudhaaf, hanga dhumaa wareegama sirraa eeggamu hunda kafaluu qabda. @Oromoo_Inspire
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 11๐Ÿ‘ 6โค 3๐ŸŽ‰ 1
Nama wayta ati laafte harka qabee ol si kaase santu dhugaa sirraa qaba.Nama 1000 guyyaa eebba keetii harka siif dhahu san caalaa, nama tokko kan wayta ati mucucaatte harka qabee ol si kaase santu siif caala.. #Itti_Yaadi๐Ÿ‘ Follow me๐Ÿ‘‡ @Oromoo_Inspire
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 9โค 4
Nuti waan amma irra jirru beekna malee waan boru taanu hin beeknu..We know what we are, but we don't know what we might be.โ€โ€Œโ€Œ โ”‰ฤตรธรฏล†โ˜†Sฤฅฤƒล•ฤ™ @Oromoo_Inspire
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
โค 9
Maalummaa namaaf jettee Kan kee hin dagatin! Karoora namaatiif Ati kee hin dhiisin! Dura ofii uffadhu Nama hin uffisini! Erga uffattee kaatee Garuu hin dagatini! Dura ofiif ta'i Mataa keef abukaatoo! Dura yoo of ta'an Namallee yaadatu! Ofii keef yeroo kenni Taa'ii itti yaadi! Maali mul'anni kee Qalbiidhaan barbaadi! Yeroos ni milkoofta Bakka yaadde geessa! Of taatee jiraatta Nama hunda keessaa! Kuni ergaa kooti Dhaamsa obbolummaa! Isinan jaaladha Naaf galatoomaa! โ”‰โ”‰ยปโ€Œโ€Œฤตรธรฏล†โ˜†ล›ฤฅฤƒล•ฤ™ยปโ€Œโ€Œโ”‰โ”‰ @Oromoo_Inspire
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
โค 22๐Ÿฅฐ 4
Durษ‘ of ษ‘mษ‘nsiisi! Wษ‘ntษ‘ Guddษ‘ษ‘ Yษ‘ษ‘di Wษ‘ษ‘n Gษ‘ษ‘rii ษ‘rgษ‘msiisi! Hojii Irrษ‘ Oolchi Hษ‘wwiif Yษ‘ษ‘dษ‘ Kษ‘n Kee Imษ‘lษ‘ Eegษ‘li Hin Gubin Yerookee Bษ‘kkษ‘ Guddษ‘ษ‘ Gษ‘โ€™uu Atis Ni Dษ‘ndeessษ‘ Gษ‘ruuโ€ฆโ€ฆ. Dษ‘ษ‘ndiin Milkษ‘ษ‘โ€™inษ‘ษ‘ Obsษ‘ Bษ‘rbษ‘ษ‘chisษ‘ ษ‘mษ‘nsiisi Sษ‘mmuukee Hin Shษ‘kkin Dษ‘ndeettiikee Wษ‘ษ‘n Xiqqoo Hin Yษ‘ษ‘din Guddisi Hษ‘wwiikee Yoo Shษ‘kkite Ni Kuftษ‘. @Oromoo_Inspire
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 17
Jechi ati namaan waraantu akka fakkeenya ๐Ÿ”จmismaaraa mukatti dhahaniiti. Dhiifamni ati boodarratti gaafattu akka mismaara mukarraa buqqisaniiti. Mismaaratu buqqa'e malee, boolli mismaaraa inuma jirti. Dhiifama siif godhe malee bakki waraannamte sun fayyuuf xiqqoo inuma turti. โœ…๐™ผ๐šŠ๐š๐šŠ๐šŠ๐š— ๐™ฐ๐š›๐š›๐šŠ๐š‹๐šŠ๐šŠ ๐š๐šŠ๐š๐šŽ๐šŽ ๐š—๐šŠ๐š–๐šŠ๐šŠ๐š— ๐šš๐š˜๐š˜๐š›๐šžโœ @Oromoo_Inspire
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ’” 19๐Ÿ‘ 3๐Ÿ™ 3โค 2๐Ÿซก 2๐Ÿฅฐ 1
Hamma kaayyoon kee guddatu karaan keetis dheerata.T๐’‰๐’† ๐’ˆ๐’“๐’†๐’‚๐’•๐’†๐’“ ๐’•๐’‰๐’† ๐’ˆ๐’๐’‚๐’๐’” ๐’•๐’‰๐’† ๐’๐’๐’๐’ˆ๐’†๐’“ ๐’•๐’‰๐’† ๐’“๐’๐’‚๐’…. ๐Ÿฅ‡@Oromoo_Inspire ๐Ÿฅˆ
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 14โค 3๐Ÿ‘ 2
๐ŸงญYeroo miidhuun du'a caalaa nama miidha. They are successful because they use their time right. They are successful because they are lifetime learners. โ€ข A YEARโ” Ask someone who have failed his/her whole year of hard work. โ€ข A MONTHโ” Ask someone who have not yet received his monthly salary. โ€ข A WEEKโ” Ask someone who has been admitted to a hospital for a week. โ€ข A DAYโ” Ask someone who has starved for the whole day. โ€ข AN HOURโ” Ask someone who has been waiting for someone else for a full hour. โ€ข A MINUTEโ” Ask someone who has missed his/her train for the difference of a minute. โ€ข A SECONDSโ” Ask the athletes that fail to break the record for only a slight ONE SECONDโ• TIME IS INVALUABLE! NO MATTER WHAT! USE YOUR TIME W I S E L Y ! ! @Oromoo_Inspire
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 7๐ŸŽ‰ 2โค 1
"Osoo taa'uudhaan beekumsi argamee beekaan addunyaa kanaa dhagaa ture!" โƒ Itti dadhabi! โƒ Dubbisi! โƒ Barreessi! โƒ Hojjedhu! โƒ Jajjabaadhu! โƒ Milkaa'inaaf gatii baasi! โƒ Ittuma jabaadhu! โƒ Fiigi! "Taa'anii buqqee jedhamuu irra fiiganii bubbee jedhamuu wayya! @Oromoo_Inspire
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
โค 17๐Ÿ‘ 10
Yeroo hunda diina keetiif dhiifama godhi wanti akkas isaan aarsu tokko hinjiru waan taโ€™eef. @Oromoo_Inspire
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 5โค 2
ุงุฎุชุฑ ุฎุทุฉ ู…ุฎุชู„ูุฉ

ุชุณู…ุญ ุฎุทุชูƒ ุงู„ุญุงู„ูŠุฉ ุจุชุญู„ูŠู„ุงุช ู„ู…ุง ู„ุง ูŠุฒูŠุฏ ุนู† 5 ู‚ู†ูˆุงุช. ู„ู„ุญุตูˆู„ ุนู„ู‰ ุงู„ู…ุฒูŠุฏุŒ ูŠูุฑุฌู‰ ุงุฎุชูŠุงุฑ ุฎุทุฉ ู…ุฎุชู„ูุฉ.