cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Mùĵëĕ mäñ

Hin danda'amu yoo jedhan siif osoo hin taane isaaniif akka ta'e yaadadhu.

إظهار المزيد
فنلندا2 458لم يتم تحديد اللغةالموسيقى25 126
مشاركات الإعلانات
1 961
المشتركون
-324 ساعات
-107 أيام
-2530 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
Galma ke beektamoo❓❓ Kaayyoo kee beektamoo❓ 𝑱𝒊𝒓𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒎𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂'𝒊𝒏𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒎𝒖 Mula'ata Kee bekku hin barbada??? →𝑴𝒖𝒍'𝒂𝒕𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒂 𝒎𝒖𝒍'𝒂𝒕𝒂𝒂𝒏 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒕𝒂𝒏 →𝑵𝒂𝒎𝒂 𝒋𝒊𝒋𝒋𝒊𝒊𝒓𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒕𝒂'𝒖𝒖 →𝑨𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒉𝒊𝒊𝒃𝒃𝒂 𝒂 𝒖𝒖𝒎𝒖𝒖𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒎𝒖 →𝑰𝒋𝒂𝒂𝒓𝒔𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒆𝒆𝒕𝒕𝒊𝒊 (𝒄𝒂𝒑𝒂𝒄𝒊𝒕𝒚 𝒃𝒖𝒊𝒍𝒅𝒊𝒏𝒈) →𝑨𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂𝒏 𝒎𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂'𝒖𝒖𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒎𝒖 Channel keenya Join godhadhaa👇🏻 @muje_oro @muje_oro @muje_oro @muje_oro
إظهار الكل...
👍 1
guddinni chanaali kana fi sadarkaan guddina mindaa namoota tokko tokko walfakkaate🤓 maal isiniin jechuu barbaade nu, tokko tokkoon keessan namoota shaniif #link kana #share yoo gootan guddina chanalii kanaf gumaacha guddaa qaba. adaraa🙏🙏 @muje_oro @muje_oro @muje_oro @muje_oro @muje_oro @muje_oro @muje_oro @muje_oro @muje_oro @muje_oro
إظهار الكل...
Kitaaba Afaan Ingiliffaan''Think and grow rich''jedhamurra wanta ijoo argadhe tokkon isiniif qooda barreessaan kitaaba kanaa  "Nappooliyoon Hill" kan jedhamudha Akkas jedha "Wantonni Yaada Sammuu Namaa Jeeqan Wantota ja'atu jira jedha. ➀Sodaa Hiyyummaa ➁ Sodaa Fayyaa Dhabuu ➂Sodaa Ceephoo ➃Sodaa Dullumaa ➄Sodaa Jaalala Nama Tokkoo Dhabuu fi ➅Sodaa Du'aadha ➪Sodaan hiyyummaa Yaada sammuuti malee, bu'aa inni qabu tokko hin jiru. Samii kanaa gaditti wanti Addunyaa kana bitee jiru yaada,Yaada kan mancaasu immoo meeshaa Summa'aan  Sodaadha. ➮S‌odaan -Ofitti amanamummaa ajjeesa. -Dharraa waan tokko hojjechuuf qabdu hadoocha. -Kaka'umsa hir'isa. -Kaayyoo keetti akka hin amanne si godha. -Of to'achuu akka dhadhabdu si taasisa. -Gammachuun akka si baqatu godha -Dandeettii waa yaaduu kee dhadhabsiisa. -kutannoo kee barbadeessa -Miira jaalala fi hiriyyummaa dhabamsiisa ☞︎︎︎𝒌𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇 𝒔𝒐𝒅𝒂𝒂 𝒘𝒂𝒏𝒕𝒂 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒖 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒇𝒂𝒈𝒂𝒂𝒅𝒉𝒖 Akka kitaabni kun jedhutti 𝘸𝘢𝘯𝘵𝘪 𝘬𝘪𝘵𝘢𝘢𝘣𝘢 𝘬𝘢𝘯𝘢 𝘪𝘳𝘳𝘢𝘵𝘵𝘪 𝘣𝘢𝘳𝘳𝘦𝘦𝘧𝘧𝘢𝘮𝘦 𝘩𝘶𝘯𝘥𝘪 𝘴𝘪𝘳𝘳𝘪𝘪𝘥𝘩𝘢 𝘫𝘦𝘥𝘩𝘢 𝘒𝘪𝘵𝘢𝘢𝘣𝘯𝘪 𝘬𝘶𝘯 𝘞𝘢𝘨𝘨𝘢𝘢 𝘥𝘪𝘨𝘥𝘢𝘮𝘪𝘪 𝘴𝘩𝘢𝘯 (25) keessatti kan barreeffameedha   Argattanii utuu dubbiftanii Natti tola..... @muje_oro
إظهار الكل...
Nan danda'a jedhaa! Kaayyoo guddaadhaaf gara lafa kana dhufte, garuu waan barbaadde hunda galmaan gahuu akka hin dandeenye waan amantuuf akka namoota baay'ee ta'uuf yaalaa jirta.  Osoo hamma adurree ol balali'uu dandeessutti maaliif akka hanqaaquutti lafa qaroo? Dursa waan guddaa galmaan gahuu kan dandeessu yoo waan guddaa yaaduuf bilisa taate.  Argitee, jalqaba yaada facaafta, sana booda tarkaanfii fudhatta.  Ani hin danda'u jecha jedhu cabsuun waan barbaadde hunda galmaan ga'uuf uumaan akka siif hayyame of amansiisi!  Amma nan danda'a ofitti himuudhaan jalqabi!💪 @muje_oro
إظهار الكل...
Of ta'i

Fuula kana jalatti dhaloonni qubee Kun sammuu isaatti fayyadamee barbaadee akka of argatuuf gorsa xiinsammuu kennina.yaada keessaniif @Chalakabe

Nan danda'a jedhaa! Kaayyoo guddaadhaaf gara lafa kana dhufte, garuu waan barbaadde hunda galmaan gahuu akka hin dandeenye waan amantuuf akka namoota baay'ee ta'uuf yaalaa jirta.  Osoo hamma adurree ol balali'uu dandeessutti maaliif akka hanqaaquutti lafa qaroo? Dursa waan guddaa galmaan gahuu kan dandeessu yoo waan guddaa yaaduuf bilisa taate.  Argitee, jalqaba yaada facaafta, sana booda tarkaanfii fudhatta.  Ani hin danda'u jecha jedhu cabsuun waan barbaadde hunda galmaan ga'uuf uumaan akka siif hayyame of amansiisi!  Amma nan danda'a ofitti himuudhaan jalqabi! @mujee_oro
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
​#Osoo Qarshii 10 Qabaatee #Ijoolleesaa hin dhabu ture! #Namni seenaa kana dhaga'ee hin boonye hin jiru. Seenichis akkana: #Nama ijoollee xixiqqoo sadii guddisutu ture. Haati manaa isaa ijoollee sana isatti dhiistee duute. Kanaaf hojii guyyaa hojjetee ijoollee isaa guddisuu itti fufe. Yeroo tokko tokko hojii guyyaa waan dhabuuf baay'ee rakkata. Otuma kanaan jiruu gaaf tokko hojii dhabee harka duwwaa manatti gale. Ijoolleen isaa agabuu bulan. Guyyaa lammaffaas hojii barbaadee dhabe. Ijoolleen isaa guyyaa lammaffaa agabuu bulan. Galgala sana garuu gaaffii tokko isa gaafatan. “#Abbaa! Boris nyaata hin nyaannuu?” kan jedhu. Abbaanis, “Ijoollee koo bor nyaata ni nyaattu!” jedhee waadaa seeneef. “#Hojiinhoo hin jiruu maaliin nyaata nuuf bitta?” jedhanii deebisanii gaafatan. Hiriyyaa isaa kan isaan beekan maqaa dha'ee, “Abalu irraa qarshii 10 liqeeffadheen isiniif bita. Kanaafuu, bor ni nyaattu!” jedhe. Beelli akka malee itti cimus, abdii abbaan isaanii isaaniif https://t.me/boost/muje_oro
إظهار الكل...
Guyyaa jalqabaatti Waaqayyo saree uume. Bara jireenya kee balbala cina turtee eegduu taata; kanaaf umrii ati jiraattu digdama siif kenneera jedhe. Sareenis, "umurii hagas eegumsatti dabarsuun ulfaataadha.Kanaaf kudhan naaf kenni kudhan siifin deebisa jette. Waaqnis tole jedhe. Lammaffaa irratti Jaldeessa uume. "Akkaataa garaagaraan namoonni kolfanii akka bashannanan goota; kanaaf ammoo waggaa digdama siif kenneera." Jedhe. Jaldeessis, "waggoota hanga kana bashannansiisaa jiraachuun ulfaataadha. Waggoota naaf laatterraa, kudhan deebiseen siif kenna jedhe" Waaqnis itti waliif gale. Sadaffaa irratti sa'a uumee, "Qotee bulaa waliin lafa dheeraa deemtee lafa qotteefii jiraatta; yeroo dheeraaf aduu keessa joorta; jabbii horta. Dabalataan aannan gumaachaa jiraatta; kanaaf ammoo waggaa jaatama siif kenneera." Jedhe. Sa'is, " Kana hunda gochaa umurii hanga kana jiraachuun ulfaataadha. Kanaaf waggoota naaf laatterraa digdama fudhadheen, afurtama siif deebisa." Jette. Ammas Waaqni tole jedhe. Arfaffaa irratti nama uumee, "nyaadhuu dhugi; gaa'ela dhaabbadhu; guutummaa jireenya kee gammadii jiraadhu! Kanaaf ammoo waggaa digdama siif kenneera." Jedhe. Namnis, " Maal? Waggootttan deebi'an kan sa'aa 40 kan Jaldeessaa 10 fi kan saree 10 sana naaf dabali!" Jedhe. Waaqnis, nammi waggoottan sana fudhachuu akka danda'u ayyameef. Sababa waggoottan jalqabaa 20'n keenya ta'eef sanaa, kan nuti nyaannu, rafnuu fi bashannannu; waggoottan afurtamman ammoo maatii keenya gargaaruuf, aduu keessa kan fiignuuf; waggoottan kurnan jaldeessaa akka jaldeessaa taanee, ijoollee ilmaan keenyaa kan taphachiifnuuf; waggoottan 10'n dhumaa ammoo teessuma mana cinaa irra teenyee eegumsaaf kan tajaajilluuf kanaafi! https://t.me/muje_oro
إظهار الكل...
Repost from Diraamaa KIYYOO
28:25
Video unavailableShow in Telegram
HIR-KOO- KUTAA 37 FFAA Telegramiidhaan Hordofuuf Channel kana Join fi share Waliif Godhaa 👇👇👇 ✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦         HIR-KOO HIR-KOO         HIR-KOO HIR-KOO    ✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦     ♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️       ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
إظهار الكل...
HIR_KOO_KUTAA_37FFAA_mqRncdXz25Y_134.mp452.13 MB
👍 1
Repost from Diraamaa KIYYOO
27:37
Video unavailableShow in Telegram
HIR-KOO- KUTAA 39 FFAA Telegramiidhaan Hordofuuf Channel kana Join fi share Waliif Godhaa 👇👇👇 ✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦         HIR-KOO HIR-KOO         HIR-KOO HIR-KOO    ✦ ━━━━━━━━━━━━ ✦     ♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️       ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
إظهار الكل...
HIR_KOO_KUTAA_39_FFAA_GR48ESiqQZQ_135.mp445.88 MB
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.