cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.

Kaayyoon keenya bashannansiisaa,kofalchiisaa,haqawwan .. Youtube https://youtube.com/@odesitutube?si=uWwFA0Pk5UGOCn1m subscribe gochuun bohaaraa Guddina artii, aadaafi afaan keenyaaf gahee nurraa eegamu haa baanu. Yaada @Dhaloota nuun gahuu dandeessu

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
27 509
المشتركون
+1224 ساعات
-317 أيام
-22330 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Siimboon jiruu..... Ati jirtu siin bareeda Siifoo jiruu.... Kiyyarraayyuu siin arreeda Bakki ati jirtuu.... Na hawwata urgaansaayyuu wal-simatee Walakkeessi Onnee keenyaa Kanaaf hirbuun wal-hidhatee Guca Abdii si godhadhee ergan dhugaan sitti of kennee dhuma badii sitti abjoodhee jaalalakoo siin waakkanne ✍️Jamaalee @baacoowwan
إظهار الكل...
👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
Atti deggeraa Taphata kammitti 📥📥📥📥📥📥📥📥📥📥📥📥 @abutigi
إظهار الكل...
Ronaldo
Messii
Others
Yoon ta'uu baadhellee ani diaspooraa biyyuma koo taa'ee akkumakeen koora Ani nama se'een sirratti of gate sobduutti of hirkiseen qalbiikoo of hate Isa ati ilaaltu qabeenya lafarraa jaalalan siif qaba qabeenya waaqarraa Gowwummaa fakkaatus gaariin an siif godhee oolmaankoo hin deebi'a guyyaa rabbi jedhe Haala mijeeffattus anarra dhaabbattee galaana yoo ceetus riqaa na godhattee An sitti hin qabamu baayyee sin jaalladha maalummaa gantummaa sirraatiin baradha Boruuf kan naa ta'u barnoota bilchaataa jaalala hin bilchaanne keessisaa bukataa Keessisaa loblobii irrisaa gubataa sobee sirra hin kaa'u hojiikee dubbata #Gantuu 🫴Bal'isaa. @baacoowwan
إظهار الكل...
👍 6😁 3
Atti deggeraa Taphata kammitti 📥📥📥📥📥 📥📥📥📥 @abutigi
إظهار الكل...
Ronaldo
Messii
Others
Photo unavailableShow in Telegram
😝#kana_dhageessanii⁉️ 🫴Dubartiin kun Suellen Carey jedhamti. Modelist biyya Brazil kan hordoftoota baay’ee qabdudha. Bara darbe ofitti heerumte. “Kan naaf ta’utu dhibe. Matuma koon jaalladha. Akka kootti kan naaf yaaduu danda’uufi na kunuunsuu danda’us lafarra hin jiru” jettee cidha godhattee ofitti heerumte. Amma immoo of hiiktee jirti. Maali jennaan, “Ofuma koo waliin waliigaluu hin dandeenye” jette. Gaa’elli koo rakkisaa ta’e, bu’aa-ba’iitu itti baay’ate jette. Si’a 10 ol gorsa gaa’elaa ogeessarraa fudhadheera jette. Garuu ofiikoo waliin waliigalee jiraachuun waan natti ulfaateef amma of hiikeen jira jette. Kana booda hiriyyaa jaalalaan barbaada jetti😀 Namni ofiisaa waliin wal dhabee wal hiike, eenyu waliin waliigalee jiraata laata?🤷🏽 🫴Lataa @baacoowwan
إظهار الكل...
😁 8👍 7🥰 2🤔 2 1
Repost from ORO CYRPTO
Chaanelii Binance kan verified ta'errattidha bot kana kan lakkisan Otoo isaan quba hin qaban ta'ee ykn keessaa hin qaban ta'ee chaanelii dhaabbata beekamaa Binance verify ta'erratti hin gadhiisani. Kanaafuu eegaluun keessan hammina hin qabu 😊 https://t.me/Binance_Moonbix_bot/start?startapp=ref_684510892&startApp=ref_684510892
إظهار الكل...
Xiyyaara yaadaa yaabee Qilleensarran barrisa Jibbaaf jaalala ta'ee Naaf hin galle akkisaa Halkan waarii walakkaa Suura keen ka'ee ilaala Lakki kuni jibba mitii Dhugaa Waaqaa jaalala Gaafan ijaan si argu Miira gammachuun qaba Yoon sagalee kee dhabu Anis hamileen dhaba Jaalala koo naaf barii Yaada koo naaf hubadhu Argitee hin callisin Waan garaa kee dubbadhu Magaaltittii Oromoo Qal'oo durba maccaa Eessa jirta garami? Dhufeera si barbaacha Abdurahamaan 🖌#share @baacoowwan
إظهار الكل...
👍 15👏 4
#makmaaksa_Oromoo 🫴"Akka hin cabne beekaaf bishaan dhagaatti bu'a." Jedhe jaarsi beekaan. 🫴"Akkan itti dhales akkan itti arraabbadhus natu beeka," jette xaddeen. 🫴"Akkan ani jedhe fardatu dide akka fardi jedhe anatu dide kanatti karaa irraa maqne." Jedhe namtichi #Makmaaksa Oromoo #share @baacoowwan😄
إظهار الكل...
👍 14 2👏 1
Repost from ORO CYRPTO
t.me/empirebot/game?startapp=hero572870181 🔥Play with me, grow your startup. 💸 +5k coins as your first gift 💵 +25k coins if you have Telegram Premium
إظهار الكل...
X Empire

Build your own empire!

Photo unavailableShow in Telegram
Atti deggeraa Taphata kammitti 📥📥📥📥📥 📥📥📥📥 @abutigi
إظهار الكل...
Ronaldo
Messii
Others
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.