cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Milkaa'ina jireenyaa✍

YAALII DADHABI MALEE YAALUU HIN DADHABIN! ✓GORSA BAREEDDUU JIREENYA KEESSAN JIJJIIRTU GUYYAA GUYYAAN ISINIIF LAATNA! NU HORDOFAA Channel dabalataa:👉 @GOLA_JAALALLEEWWANII_2nd yaadaaf: @MilkiiMilkaainaa_bot YouTube:https://www.youtube.com/@Hacee_memory

إظهار المزيد
فنلندا362لم يتم تحديد اللغةالتعليم7 923
مشاركات الإعلانات
21 696
المشتركون
+724 ساعات
+357 أيام
+25230 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

https://t.me/hamster_komBat_bot/start?startapp=kentId971734695 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token AirDrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
إظهار الكل...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

@Namni waa sadiif nama hiriyyoomfata. 1. Gammachuuf namoota hiriyyoomfachuu (for pleasure) 2. Fayiidaadhaaf (for convenience) 3. Hiriyyummaa dhugaa 1. Gammachuudhaaf Hiriyyummaan akkanaa gammachuun hin jiru taanaan hin jiru. Waliin taphachuuf waliin nyaatanii dhuguu qofa irratti hundaa'a. 2. Faayidaadhaaf Namootni faayidaadhaaf walitti hiriyoomaan yeroo dheeraa waliin jiraachuu hin danda'an. Hiriyummaan kun bakka saditti qoodamu. a). Naannoo tokko waan jiraataniif hiriyyoomu(proximity). Namootni akkanaa ollaa waan ta'aniif, waliin buna waan dhuganiif, waliin waan barataniif fknf yuuniversiitii, koollejjiifi dhaabbata tokko keessa waan waliin hojjetaniif waliin deemu. Hiriyoonni akkasii wayita isaan keessaa nama tokko rakkoon muudatu garuu bakka biraa yookiin nama biraa bira deemu. Karaa biraa bakka garaagaraa jiru taanaan wal irraanfatu jechuudha. b). Barbaachisummaa (usefulness) Kana jechuun namni tokko maallaqa waan qabuuf, sadarkaa olaana irra waan jiruuf, dooktera ykn abbaa seeraa waan ta'eef, kaayyoo tokkoof waan hojjetaniif, nama cimaa waan ta'eef/ taateef walitti hiriyoomu. Wayita barbaachisummaan nama kanaa dhabamu hiriyummaanis ni hafa. Hamma dandeessutti fi hamma qabdutti qofaa, yookiin hanga sitti gargaaramu qofaaf si jaalata (hiriyyooma) jechuudha. c). Diina waliinii waan qabaniif (comman enemy) "Diinni diina keetii firakeeti" jedhu beekamadha. Hiriyummaa akkanaa keessatti diinni waliinii dhabamnaan, hiriyummaanis ni dhabama. Yookiin waliin diina waliinii isaanii erga injifatanii boodaa walitti deebi'anii daaraa wal gochuuniis ni jira. 3. Hiriyummaa dhugaa ~Hiriyummaan dhugaa- wal kabajuufi waliif yaaduu irraa ijaarama. ~Hiriyoonni dhugaa- garaa isaanii irraa wal jaalatu. ~Garaa isaanii irraa waliif yaadu. ~Waadaa waliif seenaan ni kabaju. ~Yeroo rakkinaatti gonkumaa wal hin gatan. ~Faayidaadhaaf jedhanii dabarsanii wali hin kennan. ~Aarsaa jaalala waliif kanfalu. ~Hundeen isaanii amanamummaafi jaalala irratti hundaa'a. ~Hiriyummaan akkanaa bara baraan jiraata. ~Hiriyaan dhugaa- si gargaaruuf malee faayidaa sirraa hin barbaadu. ~Fakkeessuuf utuu hin taanee waan waliif godhan hundumaa hiriyummaadhaaf godhu. ~Hiriyummaan battalumatti osoo hin taanee adeemsa keessatti ijaaramaa, gabbachaa deema. Ofittummaa, addagummaafi oftuulummaan summii hiriyummaa mancaasanidha. ~Dadhabina walii walii danda'uufi wal hubachuun bu'uura hiriyummaa dhugaati. Dhaamsa: Yoo wal jaalattan jaalalaaf qofa wal jaaladhaa. Onneen namaa fayyummaan isaa kan beekkamu yoo callisee sababa tokko malee qaamoota biraaf dhiiga geejibedha. Atis jallachuufis ta'e gargaaruuf sababa hin barbaadiin. Gaarii gochuuf uumamuumti kee iyyuu sababa of danda'edha. Onnee dhugaatti nama jaallatu siif haa kennu. yaada yoo qabaattañ✋ 👉@MilkiiMilkaainaa_bot irraan nuun gahaa 📢JOIN & 🔗SHARE ╔══════════════════╗ 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa ╚══════════════════╝
إظهار الكل...
👍 10 3
Tapha dhaabbanni telegram haaraa fide kana join godhaa Kun hundarraa waan faayidaa qabuudha. Akkuma TikTok fi YouTube telegram nis kaffaltii jalqabuuf, #launch isa jedhu sana gadi tuquun seenaa 👇👇👇 https://t.me/major/start?startapp=971734695
إظهار الكل...
Major

Welcome to @Major bot. Boost your rating by stars and completing tasks. Convert rating to $MAJOR token soon.

👍 7 2
Amala toluun gatii guddaadha. 🔻 Yoo amalli kee ol si hin kaasin Sadarkaan kee ol si hin guddiftu 🔻 Yoo dalagaan ke si hin miidhagsin Uffanni kee si hin miidhagsitu ♦️ Jireenyi akkasi kunoo, amalaa fi naamusa yoon qabaatin atis kabaja hin eegin‼ @milkaainajireenyaa
إظهار الكل...
👍 21
Akkam jirtu hordoftootaa channel @milkaainajireenyaa gidduu kana isinirraa baduu keenyaaf dhiifama! Har'a Mee gaafii bareeda tokko isin gaafachuuf deema! Namni barreefama kana argite hundi yoo sitti tole comment godhi! Gaaffii: Qaama kee keessaa dhiifama gaafadhu osoo siin jedhanii kamiin dhiifama gaafatta? Hanga ammaatti qaaama kee keessaa baay'ee miidheera jettee kan yaaddu kami? Deebii keessan #leave_a_comment kana jedhu tuqaa nuuf kaaya ykn @MilkiiMilkaainaa_bot nuun gahaa
إظهار الكل...
31👍 16👏 2
@✨Hamilee namootae eegi Hamilee namootaa eeguun nama kamiifuu barbaachisaadha. Nama wajjiin jireenya gaarii ta'e dabarsuuf hamilee nama sanii eeguun dirqama kee ta'a. Namoonni tokko tokko iddoo hojiittis ta'ee iddoo biraattis dogongora namni hojjateef battalumatti itti iyyee sirreessuufii barbaada, gonkumaa kun waan tahuu miti beeki. inumaa ilaalchi inni siif qabu badaa badaa dhufa. kana jachuun jibbaan isin lamaan jiddutti uumamuu jalqabaa dhufti jechu. kanaaf yeroo dogongora namaa agartees haa ta'u yeroo ati itti gaafatamaa hojii wahii taate jirtutti namoonni muuxannoo hojii hin qabne si muudachuu danda'a. garuu nama san yoo suuta jettee itti agarsiifte hojii boonsaa hojachuu danda'a garuu muxannoo waan dhabeef si aarsuu danda'a ati garuu hamilee isaa eeyde akka inni hojii san itti yaadee galmaan gahu gochuun si qabdi, maallaqa sirraa argatu qofa laalte isa hamilee xuquun boodarra sumaafuu rakkoo ta'a jechuudha.Hiriyyaa kees ta'ee namoota biraas yoo ta'e ati akka nama tokkootti nama hamilee namaa eeguu jaalatu tahi jechaan ergaa kooti... Ergaan itti fufa .....KOBBETU DHUMA MALEE QUBEEN HIN DHUMU! 📢JOIN & 🔗SHARE ╔══════════════════╗ 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa ╚══════════════════╝ Yaada keessan nu biraan gahuuf@MilkiiMilkaainaa_bot
إظهار الكل...
💯 21👍 18 1
Get rid of your pride. Often in life, in order to get what you want, you need to do what you don't want, for many years. Life isn't a fairy tale. Learn to be smart and practical. It's common to waste decades because you were too idealistic, and not ready for any compromise. @milkaainajireenyaa
إظهار الكل...
👍 13 3
kennaa urjii(star) walitti qabachuu hin irraanfatinaa .. . 👇 https://t.me/major/start?startapp=426605945
إظهار الكل...
Major

Welcome to @Major bot. Boost your rating by stars and completing tasks. Convert rating to $MAJOR token soon.

👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
7
Kitaabolee argachuuf....
Kitaaba Xiinsammuu....
Kitaaba Asoosamaa....
Kitaaba Seenaafi Falasamaa....
Barreeffamoota barsiisoofi oonnachiisoo....
Walaloo argachuuf....
Booka Beekumsaa👍
GALATOOMAA!👏
Self-worth = Ability = Performance In essence, this equation translates into the following statement: “If I perform well, that means I have a lot of ability, so I like myself.” Or, “If I don’t perform well, that means I have no ability, and I feel terrible about myself.” It’s not simply how well you did at a particu lar time on a particular day under particular circumstances. Your performance is a direct measure of how able and worthwhile you are—forever.
إظهار الكل...
17👍 4👏 1
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.