cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

ABDII SABAA

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! @Abdii_Sabaa 💬NU QUNNAMUUF💬 @AbdiiSabaaDm 🎯BARNOOTAAF @Abdiisabaa 🎯MARIIF @Garee_Abdii_Sabaa

إظهار المزيد
فنلندا3لم يتم تحديد اللغةالأخبار والوسائط224
مشاركات الإعلانات
447 610
المشتركون
+44724 ساعات
+3 2667 أيام
+30 97230 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
Bu'aan barattoota sagantaa sirreeffamaa bara 2016 ifoomeera. Barattoonni bu'aa isaanii karaa link armaan gadiitiin ilaaluu akka danda'an Ministeerri Barnootaa ibseera https://result.ethernet.edu.et/ irraa argattu. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
إظهار الكل...
👍 866 198🤯 62🥰 58🆒 49😱 43🔥 37💘 37👏 34😨 33🎉 26
#Waamicha #yuunivarsitii_Arsii Barattoota idilee akkasumas bara 2017 Barattoonni haaraa Yuunivarsitii Arsiitti ramadamtan guyyaan seensaa fi galmee Fulbaana 20 fi 21/2017 ta’uu Yuunivarsitichi beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
إظهار الكل...
👍 568 98🏆 42👏 41🔥 37🫡 7🤯 3😱 3
#Waamicha #yuunivarsitii_Asoosaa Yuunivarsitiin Asoosaa yeroon galmee barattoota idilee bara barnootaa 2017 Fulbaana 27 fi 28/2017 ta’uu beeksise. Guyyaan galmee barattoota yeroo boqonnaa Fulbaana 25 fi 26/2017 akka ta’e ibsamee jira. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
إظهار الكل...
👍 287 50🔥 17🤝 17😨 14👏 11👌 11🥰 1🎉 1
#Komii_barattootaa. #Salaale. Waamicha manneen barnoota olaanoo yeroo hammaa kana taasifamaa jiruun wal qabatee barattoonnii iddoowwaan rakkoo nageenyaa jirutti argaman rakkinaa fi yaaddoo hamaa keessa jiraachuu isaanii himan. Akkuma beekkamu yunivarsiitiiwwa addaa addaa wayita kana barattootaa waamaa kan jiran yoo ta'u Kanuma ilaalchisuudhaan barattoonni  naannolee rakkoon nageenyaa muudatee jirutti argaman rakkoo networkiitiin rakkachaa akka jiran heeraniiru. Keessumayyuu barattoonni salaaleetti argaman hedduu rakkachaa akka jiranii fi qaamni  dhimmichi ilaallatu furmaata akka itti laatuuf gaafataniiru. Haalli nageenyaa jirus yaaddeessa ta'uu heeraan. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
إظهار الكل...
👍 505 67😢 53👏 26🤯 14🥰 8🔥 7😱 3
Photo unavailableShow in Telegram
#iyyaafannoo Namni asii suuraan mula'attu tun kan maqaan ishee Madaanit Gizaaw Hordofaa jedhamtu Gaafa guyyaa 5/12/2016 sa’a 7:00 irratti Iddoo manaa jireenyaa Magalaa Roobee Ganda Caffee Doonsaattii manaa baatee manatti hin debi'nee, gaafa manaa baatuu surree bifa daalachaa qabuu, kootii gurraachaa fi shurraabii bulee godhattee manaa baate. Kanaafuu namoonni argitan ykn iddoo isheen jirtuu beektan nugargaraa jedhuu maatin ishee. Gatii dadhabbii keessaniis ni kaffala jedhu maatiin. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
إظهار الكل...
👍 213 33🥰 13👏 13💔 11😱 7🔥 2
Photo unavailableShow in Telegram
#iyyaafannoo Namni asii suuraan mula'attu tun kan maqaan ishee Madaanit Gizaaw Hordofaa jedhamtuu Gaafa guyyaa 5/12/2016 sa'atti 7:00 irratti Iddoo manaa jireenyaa Magalaa Roobee Gandaa Caafee Doonsaattii manaa baate manaatii hin debi'nee, gaafa manaa baatuu suree bifaa dallachaa qabuu, kootii gurrachaa fi shurrabii bulee godhatee manaa baatee kanafuu namonnii argitaan yookiin iddoo ishee jirtuu beektan nugargaraa jedhuu maatin ishee. Gatii dadhabii kessaanis ni kaffala jedhuu maatiin ishee. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
إظهار الكل...
#Ads Barattoota barnoota fayyaa gatii madaalawaan oonlaayin viidiyoo qulqullina isaa eeggateen Afaan Oromoon barachuu barbaaddan marti karaa @fayyaa_courses nu hordofaa. Galmeee eegallee jirra namoota dursanii galmaa’aniif 50% gatii hirrisnee jirra FAYYAA COURSES
إظهار الكل...
👍 213 23👏 23🫡 9
#Waamicha #yuunivarsitii_Hawaasaa Yuunivarsitiin Hawaasaa guyyaan waamichaa barattoota idilee maraa Fulbaana 20 - 21/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
إظهار الكل...
👍 162 19👏 8🎉 7
#Waamicha #yuunivarsitii_Gaambeellaa Yuunivarsitiin Gaambeellaa guyyaan waamichaa barattoota idilee maraa Fulbaana 20 - 21/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
إظهار الكل...
👍 429 78👏 38🤯 37🔥 12🥰 1🎉 1
#Waamicha #yuunivarsitii_Gaambeellaa Yuunivarsitiin Gaambeellaa guyyaan waamichaa Fulbaana 21 - 21/2017 ta’uu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.