cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Ezekiel Gebissa

Ezekiel Gebissa

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
9 625
المشتركون
+924 ساعات
+497 أيام
+6130 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Repost from KMN
إظهار الكل...
Turtii ob. Sulxaan Qaasim waliin, koree hojii raawwachiiftuu fi iti gaafatama Sab-qunnamtii KFO

#KMN #KUSH

Repost from KMN
إظهار الكل...
ልዩ ቆይታ ከፕ/ር መረራ ጉዲና ጋር

#kmn #kush #profMEREA

إظهار الكل...
#zaramedia - መንግስት ያከበረው የሉአላዊነት ትርጉም/የአማራ ጦርነትና የህወሓት መንገድ/ተፈላጊዋ ሶማሊያ ስጋት ነች? 09-09-2024

Copyright protected! Support us financially Zelle/cash app-571-622-8891

https://donorbox.org/support-zara-media-network

https://gofund.me/6229ecd0

#Zaramedia #Ethiopia #Eritrea #Reyotnews #EBC #Walta #Ethiopian Movies #Amhara #Tigray #Oromo

Repost from KMN
Photo unavailableShow in Telegram
"Niitin tee ilma deessee?" Jennaan "Eenyu dhiira gootee?" jedhe namichi jedhan. Hiriira Ummanni salaalee tibbana Daa'ima isaa qambaree(camadee),farda luugamee, ulfaa caaccuu baatee, Taabotaa baasee, Sheekii,Qeesii fi Paastariidhan dabaalee, Abbaa gadaa fi Jaarsolii biyyaa walitti waammatee kadhaa baheef deebin mootummaa maali? Homaa, Eenyu dhiira gootee... 1ffaa erga Mootummaadha ofiin jedhani gahee hojii mootummaa keessaa hangafticha nageenya lammiilee biyyattii haala amansiisaa ta'een eegun dirqama ture. Kun akkuma nu hunduu beeknu hin danda'amu humna mootummaatiyis oli. Garuu, mootummaan kun hawaasa kana osoo kabajee hidhamtoota siyaasaa ol guuree badii tokko malee hidhee jiru hunda waamicha ummataa dhagaheet hiikee aantummaa hawaasaf qabuu fi murannoo nageenya buusuf qabu muldhisa ture. Hin taane.., eenyu dhiira gootee... jjoollee Oromoo manattis duuti du'uma jedhanii falmachaa du'uuf qabsootti makamanii fi hooggansa isaanii hundaaf waamicha nagaadhan taa'anii mari'achuuf of qopheessuu akkasuma labsii dhukaasa dhaabuu gama isaatin dursa fudhatee labsa. Hin jiru, eenyu dhiira gootee... qaamni biyya bulchu Yakkawwan hawaasa kanarratti raawwatameef itti gaafatamummaan akka jiraatu akka hojjetuu fi yakka sana eenyu akka raawwate qaamni walabaa hundaayee akka qoratuuf haala akka mijeessu himuudhan madaa ummataa dhukkubsata ture... Kunis hin muldhanne, eenyu dhiira gootee.... Ajandaan ummata nagaa dheebotee bahee galuu dadhabee jiruu bosonuu jiraachuun gamnaanif gadi bahee "Izgoo" jedhee sun akka waan deeggarsa mootummaatti fudhatameetuma salphisaniituma bira darbuun kun tuffii guddaadha. eenyu.... Ummata koo waaqni isiniif dhagahu kan namaa silaa wajjinuu argaa jirraati. Ilmaan Oromoo rakkattee qawwee baachuu isheetif namni suuraa gubbaa kun ragaadha. Nama 18 qarree gubbaarra dhaabanii biraa rashananiit inni qileetti of darbee ragaa bahe. https://www.facebook.com/share/p/d8uLr9WRsKXcgsKC/?mibextid=xfxF2i
إظهار الكل...
إظهار الكل...
#zaramedia -ግብጽ ሶማሊያ ገባች/የኢትዮጵያ ቀውስና ቀጠናው/ፕሮፌሰር ህዝቅኤል ገቢሳ

Copyright protected! Support us financially Zelle/cash app-571-622-8891

https://donorbox.org/support-zara-media-network

https://gofund.me/6229ecd0

#Zaramedia #Ethiopia #Eritrea #Reyotnews #EBC #Walta #Ethiopian Movies #Amhara #Tigray #Oromo

إظهار الكل...
#Zaramedia - አብይ በህወሓት ላይ ምን ያደርጋል?/የህወሓት እውቅና ውዝግብና ጉባኤው/በአገሪቱ የቀጠለው ግጭትና ቀጠናዊ ጉዳዮች-ፕሮፌሰር ሕዝቅኤል

Join this channel to get access to perks:

https://www.youtube.com/channel/UCnakLRHSjxKKevYwXLscAMA/join

Zelle/cash app-571-622-8891

https://donorbox.org/support-zara-media-network

https://gofund.me/6229ecd0

#Zaramedia #ZaraTigray #Ethiopia #Amhara #Eritrea

Repost from KMN
إظهار الكل...
የትግራይ ወቅታዊ ፖለቲካ

#kmn #kush

Repost from KMN
ለስልጣን፣ወየስ፣ለሀገር? https://youtube.com/live/clXiKZ3DEg0?feature=share
إظهار الكل...
ለስልጣን፣ወየስ፣ለሀገር?

#KMN #KUSH

اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.