cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Hawi Anole

إظهار المزيد
فنلندا230لم يتم تحديد اللغةالكتب656
مشاركات الإعلانات
33 466
المشتركون
-2224 ساعات
-1247 أيام
-58130 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

إظهار الكل...

👍 11
Hordofaafii
إظهار الكل...
إظهار الكل...
Chilalo of Michigan FC | Grand Rapids MI

Chilalo of Michigan FC, Grand Rapids, Michigan. Team Chilalo of Michigan is a soccer team organized under and managed by the Oromo Community of Michigan.

Yoomuu taanaan namaaf jecha waan tokko hin godhin. Wanti namaaf jettee gootu gaafa namni sun dugdaan sitti garagale mataa si nyaata. Hamma dandeetteen waan itti amantu qofa hojjachuuf yaali. Wanti itti amantu sun garuu waan haqa dabsu, kan nama biraa miidhu, yookin dabaaf shira hin tahin. Hammamuu, eenyumtuu sihaa jibbu, wanti ati itti amantee hojjatte sun yeroo hundaa boqonnaa sammuu siif kenna✍🏽 Kanuma Keenyas Oluma #HawiAnole
إظهار الكل...
👍 81
Namni sababa hedduuf si hubatuu dhabuus, si gargaaruu dadhabuus mala. Akkamiin abaluun koo na hubatuus, na deeggaruus dide jettee itti hin aarin, ittis hin murin ~ jalqaba miiraaf ilaalcha kee keessaa bahii namuma sanuu hubachuuf yaali ~ maaltu beeka, sihii isa abdattutu isumaa abdatamu san caaluu mala✍🏽 Kanuma Keenyas Oluma #HawiAnole
إظهار الكل...
👍 66
Eeyyen, haalli keessa jirtu namuttuu himuufuu si rakkisuu mala. Garuummoo, haalota akkanaa hedduu keessaan dabartee eddoo amma jirtu gahuu kee hin dagatin. Yeroo tokko tokko, sirritti ol si qabuuf sirritti si rakkisee, gufuurraan gufuu biraatti si ceesisaa akka jirus hubadhu. Isa beektus beekuu baattus, isa gattus gatuu baattus, isa gantus ganuu baattus ~ Rabbii Rahmata isaa sirraa hin muranne qabdaa🤞🏽 Relax, Take it easy and have faith🩸 Kanuma Keenyas Oluma #HawiAnole
إظهار الكل...
👍 40
Believe in the boundless potential within you, for you are the architect of tomorrow's world. Embrace challenges as stepping stones, not obstacles, and let each setback fuel your determination to rise higher. Dream audaciously, work tirelessly, and remember that your passion and perseverance can ignite change and inspire those around you. Your unique voice and actions have the power to shape a future brimming with hope, innovation, and boundless possibilities. Kanuma Keenyas Oluma #HawiAnole
إظهار الكل...
👍 21
إظهار الكل...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Believe in yourself and all that you are. Know that there is something inside you that is greater than any obstacle. Your potential is endless, so go do what you were created to do. Dream big, work hard, stay focused, and surround yourself with good people. Every day is a new beginning; take a deep breath and start again. Remember, the only way to achieve the impossible is to believe it is possible. Don't watch the clock; do what it does—keep going. Kanuma Keenyas Oluma #HawiAnole
إظهار الكل...
👍 29
Believe in yourself and all that you are. Know that there is something inside you that is greater than any obstacle. Ofitti Amani! Kanuma Keenyas Oluma #HawiAnole
إظهار الكل...
👍 6
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.