cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Oromia Education Bureau

Chaanaalli kun barattoota mana barumsaa sadarkaa lammaffaa fi waggaa tokkoffaaf(Freshman) bifa Viidiyoon afaan Oromootiin barumsa ni kenna.

إظهار المزيد
فنلندا902لم يتم تحديد اللغةالتعليم18 588
مشاركات الإعلانات
9 560
المشتركون
+6824 ساعات
+2767 أيام
+2 06230 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

إظهار الكل...
Naataanaan Girmaa |Barataa Qormaata Biyyaalessaa K-12ffaa bara 2016 Qabxii Olaanaa(551/600)Galmeesse

Photo unavailableShow in Telegram
Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota 200’f carraa barnoota bilisaa kenne Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota qormaata kutaa 12ffaa 2016 fudhatanii qabxii 500 fi isaa ol galmeessan 200 dorgomsiise carraa barnoota bilisaa kennuuf ta'uu beeksise. Yuunivarsiitichi bara kanaa eegalee guutummaan guutuutti of bulchuu kan eegale yoo ta’u, barattoota isaa sirna simannaa mataasaatin dorgomsiise fudhachuuf galmee eegaluu ibseera. Dhiyeenyatti qormaata seensa barattootaa qopheesse akka kennu, akkasumas gahumsa fi iftoomina bu’uura godhachuun kan simatu ta’u eereera. Kanaan walqabatee barattoota qabxii olaanaa galmeessan 200 dorgomsiisee carraa barnoota bilisaa tajaajila kaafee fi doormii waliin kan kennu ta'uu ibse. https://t.me/Oromiastudent_s https://t.me/Oromiastudent_s
إظهار الكل...
✅ ASTU/AASTU English Entrance exam
إظهار الكل...
English Exam.pdf1.32 MB
Chemistry.pdf9.59 KB
Mathematics.pdf1.01 MB
Physics.pdf1.17 MB
👍 1🥰 1
إظهار الكل...
Naataanaan Girmaa |Barataa Qormaata Biyyaalessaa K-12ffaa bara 2016 Qabxii Olaanaa(551/600)Galmeesse

7👍 1🥰 1
Repost from QUBEE ACADEMY
📌Undergraduate Admission Test - Sample Tests for AAU https://t.me/qubeeacademy https://t.me/qubeeacademy
إظهار الكل...
UAT Center class -2 Practices.pdf5.31 KB
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Bu'aan barattoota sagantaa sirreeffamaa bara 2016 ifoomeera. Barattoonni bu'aa isaanii karaa link armaan gadiitiin ilaaluu akka danda'an Ministeerri Barnootaa ibseera https://result.ethernet.edu.et/ irraa argattu. https://t.me/Oromiastudent_s https://t.me/Oromiastudent_s
إظهار الكل...
👍 12 3
How To Change Exam place for UAT Applicants https://t.me/qubeeacademy https://t.me/qubeeacademy
إظهار الكل...
change3.jpg0.19 KB
change2.jpg0.19 KB
change1.jpg0.41 KB
👍 3
Waamicha Barattoota Arsi University Guyyaan Galmee Barattoota Buleeyyii fii haaraa gara Yuunivarsiitii Arsiitti ramadmtan 20-21/1/2017 tti jedha. @segnigudeta @WABIISG
إظهار الكل...
👍 4 1
إظهار الكل...

👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
#Waamicha #yuunivarsitii_Asoosaa Yuunivarsitiin Asoosaa yeroon galmee barattoota idilee bara barnootaa 2017 Fulbaana 27 fi 28/2017 ta’uu beeksise. Guyyaan galmee barattoota yeroo boqonnaa Fulbaana 25 fi 26/2017 akka ta’e ibsamee jira. https://t.me/Oromiastudent_s https://t.me/Oromiastudent_s
إظهار الكل...
👍 4
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.