cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Mo'attoota | Winners

Channel kanaan, 👉barruuwwan barsiisoo 👉 Ergawwaan hayyootaa(qoutes) 👉Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech) 👉Gorsa(advice) 👉Carraawwan hojii(job opportunity) ni argattu 👉Karaalee milkaa'inaa(ways of success) Join 👇👇👇👇👇 @beawinner14

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
2 088
المشتركون
-124 ساعات
-147 أيام
-2330 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

record.ogg19.51 MB
record.ogg8.19 MB
record.ogg14.97 MB
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
Gatii Yeroo Yeroon jireenya, jireenyi yeroo dhaan murtaa'a. Yeroon akkaataa jireenyi keenya bu'a qabeessa ta'u murteessa. Yeroo hogganuu hin dandeessu, yeroo keessatti garuu jireenya kee hogganuu dandeessa. Yeroon qabeenya qabeenya caaluudha. Yerootti fayyadamuu jechuun ofiif yaaduu jechuudha. Ammas yerootti fayyadamuun jireenya kee gaggeessuuf murtoo jalqabaa fi olaanaadha. Gatii Jireenyaa "Gatiin jireenyaa dheerina guyyootaa keessa utuu hin taane akkaataa itti fayyadama guyyoota sanaa keessa jira. Namni tokko waggaa dheeraa jiraatee jireenya xiqqoo jiraachuu danda'a." (Michel Montaigne) Dhugaan jiru jireenya kee akka feete gochuu dandeessa. Garuu si'a tokkoo ol jiraachuu hin dandeessu. Namootni guddaa yaadan jireenya isaanii guutummaatti jiraatu. Isaan muuxannoo isaanii guddifachuun addunyaa isaanii bal'ifatu. Kanaaf yeroo baay'ee namoota sammuu dhiphaa caalaa milkaa'odha. Via leadership @Tola_Abe_jibrilo
إظهار الكل...
record.ogg8.19 MB
record.ogg14.97 MB
Photo unavailableShow in Telegram
🎉እሁድ መስከረም 12/2017ዓ.ም የሚዘጋጀው የገጽታ ገንቢዎች ቀን ተቃርቧል! 🎉 በዚህ የገጽታ ገንቢዎች ቀን ላይ በታላላቅ አሰልጣኞቻችን እና የገጽታ ገንቢዎቻችን ስልጠና የሚሰጥ ይሆናል።  እንዳያመልጥዎ! ✨ባለራዕይ፣ ቅን፣ ጤናማ እና ባለፀጋ ትውልድን መፍጠር!✨                     ✨✨ ✨                                        🎉This IBO Day, we bring you our most esteemed trainers and brand builders who will be conducting training sessions during the event on September 22, 2024. 🎉. Don't miss it! 📍አዲስ አበባ፣ ቦሌ  ክፍለ-ከተማ፣ ወረዳ 3 ሽልም ህንፃ 4ተኛ ፎቅ 🌐 www.alphagenuine.com Train your mind and own your business. Contact us 👇 @Tola_Abe_jibrilo
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
የፊታችን ቅዳሜ መስከረም 11/2017 ታላቅ የግል ስብዕና ስልጠና #በአዳማ እና Sagantaa leenji ijaarsa sammuu torban kanatti Fulbana 11/2017 #Adamaa Contact:-@Tola_Abe_jibrilo https://t.me/Tola_Abe_jibrilo
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
የፊታችን ቅዳሜ መስከረም 11/2017 ታላቅ የግል ስብዕና ስልጠና #በአዲስ አበባ፤ Sagantaa leenji ijaarsa sammuu torban kanatti Fulbana 11/2017 #Finfinnee Contact:-@Tola_Abe_jibrilo https://t.me/Tola_Abe_jibrilo
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
የፊታችን ቅዳሜ መስከረም 11/2017 ታላቅ የግል ስብዕና ስልጠና #በባሌ ሮቤ እነገናኝ! Sagantaa leenji ijaarsa sammuu torban kanatti Fulbana 11/2017 #BaaleRoobe Contact:-@Tola_Abe_jibrilo https://t.me/Tola_Abe_jibrilo
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.