cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

FBC (Fana Broadcasting Corporate/Fana The Insider,ፋና የውስጥ አዋቂ.Kaayyoon chaanaalii kanaa warra sagalee hin qabneef sagalee ta'uu,

Fana Afaan oromo Kessaa Bekaa,fana the Insider,ፋና የውስጥ አዋቂ.የዚህ ቻናል አላማ ድምጽ ለሌላቸው ድምጽ መሆን፣ድብቅ አጀንዳዎችን ለህዝብ ማሳየት፣የህብረተሰቡን ሸክም ማጋለጥ እና ለፍትሃዊ እኩልነት ሚዛናዊ መሆን ነው። ለበለጠ Info ከእኛ ጋር ይቀላቀሉን።Kaayyoon chaanaalii kanaa warra sagalee hin qabneef sagalee ta'uu dha

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
10 992
المشتركون
+1924 ساعات
+2197 أيام
+86730 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
KONKOLAACHISAA barbadama biyya Dubaii pls galmaha amma 2024 Umurii : 20 HANGAA 68 SALA DHIIRAA FI DUBARTII AMMA Iyyata https://cutt.ly/neT9ykwb
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Haleellaan Somaaliyaa keessatti raawwatame VOA akka gabaasetti haleellaa Masjiida Baandii baha Ityoophiyaa godina Somaalee Zoonii Doloo magaalaa Warder irratti raawwatameen lubbuun namoota jaha ajjeefameera. Namoonni haleellaa kanaan ajjeefaman barattoota amantaa Islaamaa ta’uu gabaasichi ibseera. Gabaasni kun akka agarsiisutti, aangawoonni naannoo haleellaa kana raawwatan namoota dhuunfaa ajandaa siyaasaa qaban ta’uu ibsuun, waldhabdee gosoota naannoo sanatti dhiheenya kana uumameen kan wal hin qabanne ta’uu akka amanan ibsaniiru. Mootummaan naannoo Oromiyaa haleellaa masjiida irratti raawwatamee fi ajjeechaa namootaa jedhame irratti ifatti homaa hin dubbanne.
إظهار الكل...
Haakeroonni Iraan Daataa Duula Duula Tiraamp Morkataa Isaa Baayideniif Dabarsan Gabaasameera Hackers Iraan daataa duula filannoo Doonaald Tiraamp hack gochuun miseensota garee duula filannoo Joo Baayideniif dabarsan jetti. Hackers kunneen karoora duula filannoo, haasaa fi ajandaa adda addaa hack gochuun odeeffannoo karaa e-mail raabsaa akka turan himama. Biiroon Qorannoo Yakkaa Federaalaa Ameerikaa (FBI) fi dhaabbileen nageenyaa Baayiden filannoo keessaa osoo hin ba’iin dura odeeffannoon waa’ee morkataa isaanii garee duula filannoo isaaniif ergamuu beeksisaniiru.  FBIn ji'oota darban keessa haakeroonni Iraan bobbaafamte odeeffannoo ummataaf ifa ta'uu hin qabne miidiyaaf ergaa akka turan beeksiseera. Xiinxaltuun siyaasaa Laura Lumer Donald Trump waliin maaliif Dimookiraatota yaaddesse? Qaamoleen odeeffannoo kana argatan odeeffannoo hackers irraa argameef deebii kennuu fi dhiisuu isaanii fi odeeffannoo sana xiinxalaafi kaayyoo biroof akka fayyadaman mirkanaa’e hin jiru.
إظهار الكل...
Qorichoonni seeraan alaa yuuroo kuma 13 olitti tilmaamamu qabame **** Gaazexaa Bariisaa Qorichoonni seeraan alaa yuuroo kuma 13fi 305 olitti tilmaamamu Magaalaa Gaambeellaatti qabamuu Poolisiin Federaalaa beeksise. Konkolaachistoonni lamaafi ogeessonni fayyaa lama sababa godaantota alaa naannawicha jiraniif kan ooludha jedhuun qorichoota seeraan alaa uwwisa seeraa akka argataniif hospitaalichatti galiifi baasii taasisuun faayidaa dhuunfaasaaniif oolchuuf turan qabamaniiru. Fulbaana 9 bara 2017
إظهار الكل...
Jimmattii motummaan namootaa nagaarraa motoraa gurun qarshii motoraa ol gafate hiyyressi hojetee bulu hin dandeenyee
إظهار الكل...
🔥 3👍 1😁 1
Daandiin Aspaaltii Gaambeellaa Finfinnee geessu Aanaa Dhidheessaatti sigigaachuun tajaajilli geejjibaa adda cite Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC) – Daandiin Aspaaltii Gaambeellaa Finfinnee geessu Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Dhidheessaa Ganda Masaraatti sigigaachuun tajaajilli geejjibaa adda cituu ibsameera. Sababa sigiga kanaan tajaajilli geejjibaa gara lachuu gufachuu ragaan Kominikeeshinii aanichaarraa argame ni mul'isa. #Oromia #Ethiopia
إظهار الكل...
jimmaatti ummaanni belaan dhumaa jirchun dhagame ibsa ergi badee hadhaa guyyaa sadii merree motummaan bashashaa?
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
namoonni burtukanaa fi appili ciruun jirenyaa koo asutralia nan godha jettan visan bultii torba kessaa dhufaa karaa bilbila Motummaan kuatar hojjetotaa 250 ol barbadaa pleaze namonnii demuu pasportii fi hawasummaa qabdan karaa toora imotin nu qunnama 0984762921 nu qunnama
إظهار الكل...
👍 3
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.