cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Oromia Bank

Oromia Bank is continually adopting modern approaches to optimize operations, add value and provide enhanced superior customer experiences.

إظهار المزيد
Ethiopia318لم يتم تحديد اللغةالاقتصاد والمالية1 836
مشاركات الإعلانات
78 957
المشتركون
+11224 ساعات
+7287 أيام
+4 08730 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

04:13
Video unavailableShow in Telegram
Birraan bari’uu sababeeffachuun taatewwaan ayyaanaa Ummata Oromoo biratti Jaalataman keessaa aadaan tapha Goobee dargaggootaan taphatamu haalaan eegama.  Aadaa boonsaa kana beeksisuu fi dhaloota dhufutti dabarsuuf Artitstonni Oromoo bebbekamoon gara waajjira mummichaa Baankii Oromiyaa dhufuun tapha aadaa Goobee taphataniiru. Sirna waajjira Muummichaa Baankii Oromiyaatti gaggeefama kana irratti Hoji Raawwachisaa Olaanaa Baankii Oromiyaa Obbo Tafarii Mokkonnin dabalatee hoggantootni olaanoo Baankichaa argamaniiru. Baankiin Oromiyaa Baankii Ummattummaa isaa mirkaneessuuf aadaalee ummataa kanneen akka goobee dagaaganii dhaloota dhufuu akka darban deggarsa barbaachisu ni taasisa.
إظهار الكل...
88.47 MB
👍 36 11👏 4
መስከረም መጥባቱን ተከትሎ በኦሮሞ ህዝብ ዘንድ እጅግ ከሚወደዱ እና በጉጉት ከሚጠበቁ ባህላዊ ክዋኔዎች መካከል ጎቤ የወጣቶች ጨዋታ ተጠቃሽ ነዉ፡፡ ይህንን አኩሪ ባህል ለማስተዋወቅ እና ለትዉልድ ለማስተላለፍ እዉቅ የኦሮሞ አርቲስቶች በኦሮሚያ ባንካ ዋና መስሪያ ቤት ደማቅ የጎቤ ባህላዊ ጨዋታ ተጫዉተዋል፡፡ በባንካችን ዋና መስሪያ ቤት በተካሄደዉ በዚህ ደማቅ የጎቤ ባህላዊ ጨዋታ ላይ የባንካችን ዋና ሥራ አስፈፃሚ ኦቦ ተፈሪ መኮንን ጨምሮ ሌሎች ከፍተኛ የስራ ሀላፊዎች ተሳትፈዋል፡፡ ባንካችን የህዝብ ባንክ እንመሆኑ ህዘባዊ እና ባህላዊ ትዉፊቶች ተጠብቀዉ ለቀጣዩ ትዉልድ እንዲተላለፉ ኦሮሚያ ባንክ አስፈላጊዉን ድጋፍ ሁሉ ያደርጋል፡፡
إظهار الكل...
👍 10 3
External Vacancy Announcement Oromia Bank is seeking qualified and competent candidates for the following positions. To submit your application, please use the following link: https://forms.gle/mpPCYhETqbfjqaKX6
إظهار الكل...
External Vacancy Sept 19 2024.pdf2.92 KB
👍 28 8🔥 4🙏 4
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ Exchange Rate Applicable for Thursday September 19 2024
إظهار الكل...
👍 17 1
Photo unavailableShow in Telegram
Ofii Keessan of Galmeessaa! Damee Baankii keenyaa kamiyyu osoo hin dhaqin, 'OrooDijiitaal' fayyadamuun gargaarsa namaa malee lakkoofsa herreegaa keessaniin tajaajila Interneet Baankiingii fi Moobayil Baankiingiif ofiin of galmeessuu dandeessu. Qajeelfama suura armaan gadii irra jiru sirnaan hordofaa!  እራስዎን በራስዎ ይመዝገቡ! ወደ የትኛውም የባንካችን ቅርንጫፎች መሄድ ሳይጠበቅብዎ የሂሳብ ቁጥርዎን በመጠቀም በኦሮዲጂታል ለኢንተርኔት ባንኪንግ እና ሞባይል ባንኪንግ አገልግሎት ያለ ሰው እርዳታ እራስዎን በራስዎ ይመዝገቡ። በምስሉ ላይ የሚገኙትን መመሪያዎች በጥንቃቄ ይከተሉ! Download the App: Play-Store https://play.google.com/store/apps/details?id=com.oromiabank.mobilebanking iOS https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355 OrooDigital Internet Banking at: https://oroodigital.com/InternetBanking/
إظهار الكل...
👍 21👌 7 5🔥 2🙏 2💯 2🤝 1
Photo unavailableShow in Telegram
Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ Exchange Rate Applicable for Wednesday September 18, 2024
إظهار الكل...
👍 30 11🔥 6🤝 5🏆 4 1🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
EPL 4th Round Match Prediction Winners! Congratulations!🎊🍾🎈🎉
إظهار الكل...
👌 50👍 29 16🏆 9🔥 5👏 5
Photo unavailableShow in Telegram
Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ Exchange Rate Applicable for Tuesday September 17, 2024
إظهار الكل...
👍 6 5👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
Oduu Gammachiisaa! OrooDijitaal fayyadamuun kaffalttii tikeettii xiyaaraa keessaan haala salphaan raawwachuu akka dandeessan quba qabduu? Appii Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa fayyadamuun tikkeettii xiyyaaraa keessan yeroo bitattan filannoo kaffaltii dhihaatan keessaa Baankii Oromiyaa filachuun koodii PNR (Passenger Name Record) Appiichi isiniif kenne fayyadamuun filannoollee OrooDijitaal hundaan “Bill Payment” kan jedhu cuqaasuun kaffalttii Tikkeettii Xiyyaaraa keessaan haala salphaan rawwaachuu dandeessu. አስደሳች ዜና! የኦሮዲጂታል መተግበሪያን በመጠቀም የኢትዮጵያ አየር መንገድ ትኬት ክፍያዎን በቀላሉ መፈፀም እንደሚችሉ ያውቁ ኖሯል?  የኢትዮጵያ አየር መንገድ መተግበሪያን ተጠቅመዉ የአየር ትኬትዎን ሲገዙ ከሚቀርብልዎ የክፍያ አማራጮች መካከል ኦሮሚያ ባንክን በመምረጥ መተግበሪያዉ የሚሰጥዎትን PNR (Passenger Name Record) ኮድ በመጠቀም በሁሉም የኦሮዲጂታል አማራጮች Bill Payment የሚለዉ ዉስጥ PNR ኮድ በማስገባት የትኬት ክፍያዎን በቀላሉ መፈፀም ይችላሉ።
إظهار الكل...
👍 25👏 12 8🙏 4🥰 3🔥 1🤝 1
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.