cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Robsan ko official

channel keenya jalatti Jechoota jaalala Jechoota kaka'umsa Jechoota hayyoota Ni argatu Nu qunnamuf 🙏 Join 👇👇👇👇👇 https://t.me/Robsan_ko_official Nuqunnamuuf @Robsan_ko tiktok.com/@robsan_ko15 https://www.youtube

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
735
المشتركون
+124 ساعات
+297 أيام
+13730 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Nama Addunyaa Kanarraa Bareedu hin Filatin, Nama Addunyaa kee Bareechisu Filadhuu🥰✌️
إظهار الكل...
👍 10
Dubartiin Amaana rabbiiti hamilee isii cabsu irraa of Haa qusanu wlhi 😢
إظهار الكل...
👍 4
*Addunyaan tun iddoo qormaataati*. Akkuma gammachuu of keessaa qabuti. dhukkubbiis of keessaa qaba. 🥰
إظهار الكل...
🥰 3
*Naamusa deemsa* Amalli deemsa dhiiraa sodaa rabbii qabdu, dubartii kabajuu waan beekuuf dubartii duuba deemuu hin barbaadu. Amalli dubartii sodaa rabbii qabduu, kabaja dhiira eeguu waan beektuuf dhiirota dura deemuu hin barbaaddu.🥰💯
إظهار الكل...
👍 2🔥 1
Jireenyi keenya guutuu waan ta'eef osoo hin taane, karoorri rabbii yeroo hunda bareedaa ta'uu isaa waan amannuuf kolfinee jiraana 🤍.
إظهار الكل...
👍 2
Naamusa (Amalaa) fi Milkaa'ina! Milkaa'ina argachuuf galma gati jabeessa qabaachuu qabda. Galmootakee warra baay'ee barbaaddu adda baastee qabatta. Wantoota milkaa'ina keetiif gargaaru jettee yaaddu argachuuf barachuu qabda. Barsiisonni baay'ee qaxaleen wanta ati dhugdu siif hin kennan garuu, akka ati dheebottu gochuun atumti dheebuukeef deebii akka barbaaddu karaa irra si qajeelchu. Kana keessatti kufaatii injifachuuf of qopheessi. Kana gochuuf immoo furtuulee gara milkaa'inaatti sigeessan kanneen akka fedhii, dhimmamuu, itti gaafatamummaa, hojii cimaa, amala, amantaa gaarii, fudhachuu caalaa kennuu, kutannoo, hojii ofiitiin boonuu, miira barattummaafi gorsaa qabaachuu qabda. Ammoo milkaa'ina caala rakkisaan akkaataa ittiin milkaa'inicha qabannudha. Namoonni baay'een akkamitti akka milkaa'an beeku garuu erga milkaa'anii akkamitti akka milkaa'ina isaanii qabatan hin beekan. Kanaafis dandeettiifi amalli baay'ee barbaachisaadha. Sababnisaa dandeettiin milkaa'ina si gonfachiisee ammalli immoo milkaa'ina keessatti si eega. Kanaafuu amalaafi dandeettii ofii dagaagfachuun daa'imummaa irraa eegalee hanga du'aatti itti fufuu qaba. Lafa nagaha bulaa💔
إظهار الكل...
👍 3
إظهار الكل...
Birr Mine

Birr Mine - Turn your device into a Birr miner and start earning Birr automatically. Official channel: @birr_mine

👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Bokkaan ammayyuu roobaa jira garuu baga bacaqii gannaa keessa baatanii booqaa birraa geessan?🥰❤️ 🌼🌻Barri kun🌻🌼 🌼🌻Kan jaalalaa🌹 🌼🌻Kan nagaa🕊 🌼🌻Kan eebbaa😍 🌼🌻Kan badhaadhinaa🙃(party immo mini😜) 🌼🌻Kan fayyaa☺️ 🌼🌻Kan milkaa'inaa🤩 🌼🌻Kan waan yaaddan itti argattan🥳 🌼🌻Kan qabeenyaa🌆 🌼🌻Isiniif haa tahu🌻🌼 🌼🌻Baga bara 2017 geessan🌻🌼 🌼🌻Ayyaana gaarii🌻🌼 Share➬ @Robsan_ko_official Share➬ @Robsan_ko_official
إظهار الكل...
👍 7
t.me/cowswaps_bot/app Join me on the Airdrop and let's earn rewards together! Use my referral link to join and get a bonus!
إظهار الكل...
Dogs 🦴

Swap

Repost from N/a
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.