cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Hararghe Pictures

Spread Love everywhere you go 😍😍

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
1 579
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-87 أيام
-3130 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
Please don't move around without giving him some love! ❤️🙏🏻
إظهار الكل...
14👍 5🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
“Waan dabaati. **** Gaazexeeysaa Televijiinaa fi Reediyoo FM Naannoo Hararii kan tahe Muhyadin Abdullahi Oumer Qaamoolee nageenyaa naannoo harariitiin guyyaa kaleeysaa mana isaatirraa qabamee hidhameeti jira. Sababni itti hidhame 'rakkoo bishaan dhugaatii magaalattii mudachaa jiru gama Facebookiitin maxxansite' jechuun akka tahe odeeyfannee jirra. Dhugaa dubbachuuf kuni waan himataafillee tahuu miti. Qaamooleen nageenya naannoo hararii irra daddeebiidhaan dogongora walfakkaataa akkanaa maaliif akka hojjatan nuuf hin galle. Ji'uma lama dura seennaa soomanaa halkanirraa sa'atii 3:00tti isa hidhuuf mana dhufanii isa manaa dhabnaan haadha warraa isaa hidhuun ni yaadatama. Boodarra ammoo dogongora hojjataniif dhiifama gaafatanillee ammaas deebi'anii dogongora akkanaa hojjachuun sirrii miti. Qaamoolee dhimmi ilaallatu qunnamuuf yaallullee hanga ammaatti milkaahuu hin dandeenye. Hubachiisa: Amma kan Muhyadiin qofa kaafne malee naannoo kana keeysatti namoonni bifa kanaan dararamaa jiran baayyeedha. Kanaafuu mootummaan naannoo hararii qoosaa akkanaa dhiisee, Muhyadiin dabalatee namoota bifa kanaan dararaa jiru hunda gad dhiisu qaba. Akkasumaas qaamoota seera dahoo godhatanii gocha seermaleeysummaa akkanaa raawwataniis seeraaf dhiheeysu qaba. #Free Muhyadiin Abdullahi.”
إظهار الكل...
👍 4
sticker.webp0.25 KB
00:37
Video unavailableShow in Telegram
United Kingdom 🇬🇧
إظهار الكل...
12.81 MB
👍 5
Photo unavailableShow in Telegram
𝗗𝗲𝗯𝗮𝘀𝗼 𝗧𝗼𝘄𝗻 : west Hararghe ❤️ Join us t.me/HararghePictures
إظهار الكل...
👍 11 3
Photo unavailableShow in Telegram
Hawwii hojii traafikaa ijoolummaa hanga sooramaatti Hojii guyyaafi halkan, yeroo dargagummaatii kaasee soorama boodallee hojjechaa jiraniin kabaja, jaalala hawaasaa fi maqaa gaarii horataniiru
إظهار الكل...
👍 6
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Jigjiga CITY
إظهار الكل...
👍 5
Photo unavailableShow in Telegram
Harar city of Ethiopia 🇪🇹
إظهار الكل...
5🔥 1
👆👆👆 link asiin olii kanaa tuquun malaqaa dakagadhaa. 👆👆👆
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.