cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Qaroo Waamaraa

Akkan taanes; akka taanus taaneerra! akki ta'uu qabnu si'achi. Akka ta'uu qabdu ta'uuf Qaroo Waamaraa qabaadhu. Galmi keenya boruu guddaa-dha. Masaraa jabaas ijaaraa jirra. As-goraa itti hirmaadhaa!

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
19 502
المشتركون
+1724 ساعات
+1447 أيام
+70830 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
Gufuu gubataa magarsa Abdii dhumte haaressee Seenaa kufe lafaa kaasa Eebba lakkuu tarreessee Waan qabdutti gammadi Isatu seenaakee haaressee
إظهار الكل...
8👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
Kennaa keeti.
إظهار الكل...
👍 4 2
Photo unavailableShow in Telegram
Fagootti wal abdachiisu Warri ija boruu qabani Naamusa wal barsiisu Warri egeree galaa qabani ATI maaf narraa Fagaatte, Akkuma Kooraa Gaalaa Marqitee na Nyaachiftuu Maaloo Hirbaata Jaalalaa Yoos itti fuftee adeemta Beenu karaa karra guddaa Akka jedhan miti beekta Dhiisi, arraba nam-hundaa
إظهار الكل...
👍 18
༺#𝗚𝗨𝗖𝗔_𝗦𝗔𝗠𝗠𝗨𝗨༻ ⫷⫸⫷⫸⫷⫸⫷⫸⫷⫸⫷⫸ ⫸𝐀𝐝𝐝𝐮𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐣𝐢𝐣𝐣𝐢𝐢𝐫𝐚𝐦𝐚 𝐢𝐣𝐚𝐚𝐧 𝐚𝐫𝐠𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮 𝐝𝐮𝐫𝐚 𝐨𝐟𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐫𝐠𝐮𝐮 𝐣𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐢!. ⫸𝑫𝒆𝒆𝒎𝒔𝒂 𝒌𝒆𝒆 𝒉𝒂𝒏𝒈𝒂 𝒉𝒊𝒏 𝒅𝒉𝒂𝒂𝒃𝒏𝒆𝒕𝒕𝒊 𝒔𝒖𝒖𝒕𝒂 𝒋𝒆𝒕𝒕𝒆𝒆 𝒚𝒐𝒐 𝒅𝒆𝒆𝒎𝒕𝒆𝒍𝒍𝒆𝒆 𝒎𝒖𝒍'𝒂𝒕𝒂𝒌𝒆𝒆 𝒈𝒂𝒍𝒎𝒂𝒂𝒏 𝒏𝒊𝒈𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂!. ⫸𝗞𝗼'𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 ta'uurra ykn 𝗸𝗼ph𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝘀𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗵𝗶𝗻 𝗱𝗵𝗮𝗴𝗮𝗵𝗮𝗺𝗶𝗻! 𝗼𝗴𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 𝗶𝘁𝘁𝗶𝗶𝗻 𝗵𝗮𝗮𝘀𝗼𝗳𝘀𝗶𝗶𝘀𝘁𝘂 𝗼𝗳 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮 𝗾𝗮𝗯𝗮𝗮𝗻𝗻𝗮𝗻 𝗮𝗱𝗱𝘂𝗻𝘆𝗮𝗮𝗻 𝘀𝗶𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗷𝗶𝗿𝘁𝗶!. ⫸♡𝐎𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐇𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐦𝐚𝐧𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐮𝐦𝐬𝐚𝐚 𝐢𝐣𝐨𝐨𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐢! ⫸𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝒕𝒐𝒌𝒌𝒐𝒐 𝒇𝒊 𝒈𝒖𝒓𝒓𝒊 𝒍𝒂𝒎𝒂 𝒏𝒖𝒖𝒇 𝒖𝒖𝒎𝒂𝒎𝒖𝒖𝒏 𝒊𝒔𝒂𝒂 𝒔𝒂𝒃𝒂𝒃𝒂𝒏𝒊. 𝑾𝒂𝒂𝒏 𝒅𝒖𝒃𝒃𝒂𝒏𝒏𝒖 𝒊𝒓𝒓𝒂 𝒘𝒂𝒏𝒕𝒊 𝒅𝒉𝒂𝒈𝒂'𝒖𝒖 𝒒𝒂𝒃𝒏𝒖 𝒄𝒂𝒂𝒍𝒖𝒖 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝒒𝒂𝒃𝒖𝒖𝒇𝒊!. ⫸𝐻𝑖𝑐𝑐𝑖𝑖𝑡𝑖𝑖𝑛 𝑘𝑒𝑒 𝑎𝑘𝑘𝑎 𝐺𝑢𝑔𝑒𝑒𝑡𝑖 𝑔𝑎𝑎𝑓𝑎 𝑠𝑖 ℎ𝑎𝑟𝑘𝑎𝑎 𝑏𝑎'𝑢 𝐾𝑜𝑏𝑙𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑡𝑖𝑙𝑙𝑒𝑒 𝑠𝑖𝑡𝑡𝑖 ℎ𝑖𝑛𝑑ℎ𝑖𝑖𝑠𝑢!. ⫸𝗔𝗺𝗺𝗮 𝗵𝗶𝗿𝗶𝘆𝗮𝗮𝗻𝗸𝗲𝗲 𝘀𝗶𝗶𝗳 𝗴𝗮'𝘂 𝗯𝗮𝗿𝘂𝘂 𝘆𝗼𝗼 𝗳𝗲𝗲𝘁𝗲 𝗴𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗛𝗶𝗿𝗶𝘆𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗶𝘀𝗮𝗮 𝘀𝗶𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝐢𝘀𝘂 𝗺𝗮𝗱𝗮𝗮𝗹𝗶!. ⫸𝘕𝘢𝘮𝘢 𝘴𝘪𝘵𝘵𝘪 𝘩𝘢a𝘴𝘢'𝘶 ?? S𝘢𝘯𝘢 o𝘴𝘰𝘰 𝘩𝘪𝘯 𝘵𝘢𝘢𝘯𝘦 𝘮𝘢𝘢𝘭𝘶𝘮𝘮𝘢𝘢 𝘩𝘢𝘢𝘴𝘢𝘢 𝘪𝘴𝘢𝘢 𝘴𝘢𝘯𝘢 𝘪𝘳𝘳𝘢𝘵𝘵𝘪 𝘹𝘪𝘺𝘺𝘦𝘦𝘧𝘧𝘢𝘯𝘯𝘰𝘰 𝘨𝘰𝘥𝘩𝑖. 𝘲𝘢𝘣𝘹𝘪𝑛 𝘴𝘪𝘣𝘢𝘳𝘣𝘢𝘢𝘤𝘩𝘪𝘴𝘶 𝘪𝘴𝘢 𝘬𝘦𝘦𝘴𝘴𝘢 𝘫𝘪𝘳𝘢𝘢𝘵𝘪!. ⫸𝙉𝙖𝙢𝙣𝙞 𝙤𝙗𝙨𝙖 𝙦𝙖𝙗𝙪 𝙘𝙖𝙡𝙡𝙞𝙨𝙪𝙪 𝙞𝙨𝙖𝙖 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖 𝙭𝙞𝙞𝙦𝙞i𝙛 𝙠𝙤𝙡𝙛𝙖𝙩𝙪 𝙟𝙞𝙧𝙖!. ⫸𝙶𝚘𝚌𝚑𝚒 𝚍𝚞𝚋𝚋𝚒𝚒 𝚊𝚏𝚊𝚊𝚗𝚒𝚒 𝚌𝚊𝚊𝚕𝚊 𝚗𝚊𝚖𝚊 𝚊𝚖𝚊𝚗𝚊𝚒𝚒𝚜𝚞𝚞𝚏 𝚑𝚞𝚖𝚗𝚊 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚊𝚊 𝚀𝚊𝚋𝚊. 𝙺𝚊𝚗𝚊𝚊𝚏𝚒𝚜 𝙰𝚏𝚊𝚊𝚗 𝚌𝚊𝚊𝚕𝚊 𝚐𝚘𝚌𝚑𝚊𝚊𝚗 𝚍𝚞𝚋𝚋𝚊𝚍𝚑𝚞!. ⫸𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐨𝐠𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐨𝐟 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐮𝐮𝐥𝐮. 𝐎𝐟𝐭𝐮𝐮𝐥𝐮𝐬 𝐨𝐠𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐦𝐚𝐝𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐣𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐛𝐚!. ⫸𝑰𝒍𝒎𝒐𝒐𝒌𝒆𝒆 𝒅𝒂𝒂𝒎𝒖𝒎𝒎𝒂𝒂 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒕𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒔𝒊𝒓𝒓𝒆𝒆𝒔𝒔𝒊𝒊 𝒈𝒖𝒅𝒅𝒊𝒔𝒊. 𝒈𝒂𝒂𝒇𝒂 𝒈𝒖𝒅𝒅𝒂𝒕𝒆 𝒊𝒎𝒎𝒐𝒐 𝒉𝒊𝒓𝒂𝒂𝒚𝒂𝒂 𝒕𝒂𝒂𝒔𝒊𝒇𝒂𝒅𝒉𝒖!. ⫸𝗕𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝘀𝘂𝗱𝗵𝗮𝗮𝗳 𝗵𝘂𝗺𝗻𝗶 𝘆𝗼𝗼 𝘀𝗶𝗵𝗮𝗻𝗾𝗮𝘁𝗲 𝗴𝗮𝗹𝗮𝘁𝗲𝗲𝗳𝗳𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗢𝗳 𝗵𝗶𝗻 𝗾𝘂𝘀𝗮𝘁𝗶𝗻!.
إظهار الكل...
👍 30 3
Relationship with God has no ending...
إظهار الكل...
🤔 6🕊 4 2
Photo unavailableShow in Telegram
👍 5
Photo unavailableShow in Telegram
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
👍 2 1
Jaalalli dhugaa haaluma inni keessa jiru keessatti idduma inni jirutti jaalachuudha. Inni haaa irratti hundaa'u jaalala miti, hidhaa haalaati malee.
إظهار الكل...
👍 10💯 7
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.