cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

BIIROO BARNOOTAA OROMIYAA NEW INFORMATION CHANNEL-2024

•𝚆𝚎 𝚂𝚑𝚊𝚕𝚕 𝙼𝚊𝚔𝚎 𝙾𝚛𝚘𝚖𝚒𝚊 𝙵𝚕𝚘𝚘𝚍 𝚘𝚏 𝙶𝚎𝚗𝚒𝚞𝚜 𝚂𝚝𝚞𝚍𝚎𝚗𝚝𝚜 𝚠𝚑𝚘 𝚜𝚌𝚘𝚛𝚎 𝚑𝚒𝚐𝚑 𝚐𝚛𝚊𝚍𝚎𝚜 𝚒𝚗 𝙽𝚊𝚝𝚒𝚘𝚗𝚊𝚕 Examination. •https://t.me/BIIROO_BARNOOTAA_OROMIYAA_2024 ~~~~~~~~~~ https://www.youtube.com/@BBO-2024

إظهار المزيد
Ethiopia10 374لم يتم تحديد اللغةالتعليم77 832
مشاركات الإعلانات
1 210
المشتركون
+324 ساعات
+117 أيام
+8830 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
#Beeksisa_Hojii! BBOn Barsiisota Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa Barsiisan #Tajaajila waggaa - 0 #Bara 2016 Yunivarsiitii irraa qormaata Yunivarsiitii irraa bahaniin (Exit Exam) darbaniifi eebbifaman dorgomsiisee qacaruu barbaada. #Koottaa_Galmaa'aa: Biiroo Barnootaa Oromiyaa - Finfinnee Saarbeet jirutti. ኦሮሚያ ት/ቢሮ በ2016 ከዩኒቨርሲቲ የመዉጫ ፈተና አልፎ የተመረቁ መምህራንን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል። ፊንፊኔ ሳርቤት በሚገኘዉ ቢሮ በአካል ቀርበዉ መመዝገብ ይችላሉ። Kana caalaa beeksisa Maxxanfame dubbisaa!
إظهار الكل...
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
💚📣All Immigration Office Phone Number and FAX Number address 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 ✅Head Office ➡️ 8133 ✅Bahrdar 💚0582263730 Fax 0582264022 ✅Mekelle💚0344416772 Fax 0344409291 ✅Dessie 💚0331122581 Fax 0331123837 ✅Semera💚0333662077 Fax  0336660282 ✅Diredawa💚0251112497Fax 0251117880 ✅Adama 💚0222126637 Fax  0222128463 ✅Jigjiga  ---------  Fax 0252782038 ✅Hawasa💚0462214223 Fax 0462213143 ✅Jimma 💚0471116745 Fax 0471121228 ✅Hossana  💚 0222128463 ➖➖➖➖➖➖➖➖➖               🤝🤝🤝🤝 ✈️Official Telegram Channel☑️ 📨Chat Community☑️ 🌍Digital Invea Worldwide☑️ ✔️Passport Checker Team☑️ ✈️ Addis Ababa Ics☑️
إظهار الكل...
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
⭕️➡️ አስቸኳይ ፓስፖርት አገልግሎት ያለምንም ማስረጃ 🚀25,000 ብር በ2 የስራ ቀናት ብቻ 🚀20,000 ብር በ5 የስራ ወናት ብቻ 🚀5000 ብር መደበኛ ቀጠሮ        🔠🔠🔠🔠🔠   📩ወረፋ ለማስያዝ በዚህ link ይላኩልን📩                                📱 ⭕️ https://t.me/passportService_Online
إظهار الكل...
Yoo Turkiin dhuguma akka seentu affeerraan taasifameef jiraate biyya jalqabaa miseensa NATO garee miseensota biyyoota Lixaa hin taane seente taati. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/oWnFBhT
إظهار الكل...
Turkiin garee Itoophiyaan keessa jirtu, BRICS, maaliif seenuu barbaadde?

Yoo Turkiin dhuguma akka seentu affeerraan taasifameef jiraate biyya jalqabaa miseensa NATO garee miseensota biyyoota Lixaa hin taane seente taati.

Dhalattoota Godina Shawaa Kibba Lixaa kanneen biyya keessaa fi biyyoota alaa jiraniin akka qophaa’e kan himame xalayaa banaan Ministira Muummee Dr. Abiy Ahimadiif ergame tibbana miidiyaalee hawaasummaa irratti qoodamaa ture. Ofii kaayyoo xalayichaafi deebiin irraa eegamu maali? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/esR2KYT
إظهار الكل...
Xalayaan dhalattoonni Godina Shawaa Kibba Lixaa Ministira Muummeef barreessan ergaa maali qabate?

Dhalattoota Godina Shawaa Kibba Lixaa kanneen biyya keessaa fi biyyoota alaa jiraniin akka qophaa’e kan himame xalayaa banaan Ministira Muummee Dr. Abiy Ahimadiif ergame tibbana miidiyaalee hawaasummaa irratti qoodamaa ture. Ofii kaayyoo xalayichaafi deebiin irraa eegamu maali?

Somaaliyaan waliigaltee ulaa galaanaa Itoophiyaan bulchiinsa Somaalilaand waliin mallatteessite yoo ittifufte 'hidhattoota Itoophiyaa keessa jiran nan deeggara' jechuun akeekkachiisun ishee gabaafame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/y1ImQpR
إظهار الكل...
Somaaliyaan 'hidhattoota Itoophiyaa nan deeggara' jechuu Itoophiyaan balaaleeffatte

Somaaliyaan waliigaltee ulaa galaanaa Itoophiyaan bulchiinsa Somaalilaand waliin mallatteessite yoo ittifufte 'hidhattoota Itoophiyaa keessa jiran nan deeggara' jechuun akeekkachiisun ishee gabaafame.

Dhohiinsa meeshaalee quunnamtii battala tokkotti kutaalee Libaanus hunda keessatti mudateen yoo xiqqaate namoonni sagal yoo du'an, kanneen madaa'an 2,800 keessaa hedduun fayyaansaanii yaaddoo keessa jira. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/c5RAyDO
إظهار الكل...
Icciitiin meeshaa teknooloojii qunnamtii battala tokkotti guutuu Libaanusitti dhohe duuba jiru maali?

Dhohiinsa meeshaalee quunnamtii battala tokkotti kutaalee Libaanus hunda keessatti mudateen yoo xiqqaate namoonni sagal yoo du'an, kanneen madaa'an 2,800 keessaa hedduun fayyaansaanii yaaddoo keessa jira.

Kanaafis himatamaan kun mirga wabiitin yoo gadhiifame yeroo manni murtii barbaadutti dhihaachuu dhiisuu mala, akkasumas yakkichi adabbii gadi aanaa waggaa saddeetii waan ta’eef mirgi wabii eegamuu hin qabu jechuun murtii manni murtii olaanaa Federaalaa kenne cimse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gJe4nyj
إظهار الكل...
Manni-murtii Waliigalaa oliyyannoo mirga wabii Obbo Taayyee Danda'aa kuffise

Kanaafis himatamaan kun mirga wabiitin yoo gadhiifame yeroo manni murtii barbaadutti dhihaachuu dhiisuu mala, akkasumas yakkichi adabbii gadi aanaa waggaa saddeetii waan ta’eef mirgi wabii eegamuu hin qabu jechuun murtii manni murtii olaanaa Federaalaa kenne cimse.

Repost from TIKVAH-ETHIOPIA
Photo unavailableShow in Telegram
#Amhara የትምህርት ሚኒስቴር ፤ " ዘንድሮ ሁሉም ክልሎች አምና ካሳለፉት ተማሪ በላይ አሳልፈዋል " ብሏል። " በፐርሰንቴጅም በአክቹዋል ቁጥርም ካለፈው የተሻለ ነው " ተብሏል። ከአክቹዋል ቁጥር ያነሰው አንድ ክልል ነው እሱም የአማራ ክልል እንደሆነ ተገልጿል። ክልሉ ያነሰው ደግሞ የተፈተኑት ተማሪዎች ቁጥር ከግማሽ በታች ስለነበር ነው ተብሏል። ክልሉ ፈተና ካስፈተናቸው ውስጥ ግን 6.6 በመቶ ተማሪዎች አልፈዋል። አምና ከተመዘገበው 4.1 በመቶ ዘንድሮ በልጧል። @tikvahethiopia
إظهار الكل...
Gulaallii: Mirgi Abbayyaatti fayyadamuun #Itoophiyaaf dhimma birmadummaati, biyyoota yaa’a lagichaa gidduu itti fayyadamni wal-qixaa fi madaalawaa ta’e jiraachuu qaba! Lagni #Abbayyaa biyyoota Afrikaa hedduu keessa qaxxaamuruun miliyoonotaaf madda bishaanii, anniisaafi jireenyaa ta’eera. Haa ta’u malee, sababa #Masriin bishaan lagichaa fi qabeenyasaa dhuunfachuuf qabdu irraan kan ka’e waldhabdeen mudachaa tureera. Masriin ijaarsi hidha haaromsaa akkaataa bu’uura fayyadama bishaanii walqixaa fi haqa-qabeessa ta’een raawwatamaa jiru fedhii misoomaa fi mallattoo sabboonummaa qofa osoo hin taane mirga birmadummaa Itoophiyaa ta’uu fudhachuuf fedhii hin agarsiisne. Itti fayyadamni bishaan lagichaa Itoophiyaa dabalatee biyyoota yaa’a olii bishaan irra caalaa gumaachan moggaatti dhiisuun waliigaltee bara sirna kolonii raawwatameen ol’aantummaa Masrii fi Sudaaniin kan dhuunfatamedha. Masriin akkaataa hammattoo waliigaltee itti fayyadama bishaanii socho’u mannaa himata Mana Maree Nageenyaa UN’tti dhiyeessite fi doorsisa eegalte sababoota garagaraan dogoggora. Tokkoffaa, dhimmi Hidha Haaromsaa wanta xumuramedha. Masriin Hidhi Haaromsaa Itoophiyaadhaaf dhimma birmadummaa ta’uu fudhachuu qabdi. https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=4707
إظهار الكل...
Mirgi Abbayyaatti fayyadamuun Itoophiyaaf dhimma birmadummaati, biyyoota yaa’a lagichaa gidduu itti fayyadamni wal-qixaa fi madaalawaa ta’e jiraachuu qaba! - Addis Standard

Finfinnee, Fulbaana 18/2024 – Lagni dheeraa addunyaa kan ta’e Abbayyaan biyyoota Afrikaa hedduu keessa qaxxaamuruun miliyoonotaaf madda bishaanii, anniisaafi jireenyaa ta’eera. Jaarraa hedduuf bishaan laga kanaa biyyoota keessa qaxxaamuree darbutti waloon qooddachaa turan. Haa ta’u malee, sababa Masriin bishaan Abbayyaa fi qabeenyasaa dhuunfachuuf qabdu irraan kan ka’e waldhabdeen mudachaa tureera.  Guyyaa Muummichi Ministiraa Itoophiyaa duraanii …

اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.