cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Kakuu Studio

❍ Tajaajila Channel Kanaan dhiyaatu: » Barnoota Amantii Cimsannaa » Dhugaa Wangeelaa » Ergaa Ganamaa » Leenjiilee Hafuuraa » Ergaa Dargaggootaa » Qo'annaa Macaafa Qulqulluu » Kadhata Qulqullaa'aa » Barnoota Gaa'elaa Contact: Yaadafi @Megertu_Dhugasa

إظهار المزيد
Ethiopia2 536لم يتم تحديد اللغةالموسيقى6 972
مشاركات الإعلانات
9 914
المشتركون
+324 ساعات
+257 أيام
+19630 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
💕💞    የ ምትወዱት ን ወይም የ ምታፈቅሩት ሰው💕💞 🫵 የ ስም መጀመሪያ በ መንካት 🫵 💓💓ስለ እነሱ እውነተኛ ባህሪና ለ እናንተ ያላቸውን የ ፍቅር አስተሳሰባቸውን ይመልከቱ።💞💕 ♨️Add your channel @Sirleoo ♨️
إظهار الكل...
❤️‍🔥𝔸❤️‍🔥
❤️‍🔥𝔹❤️‍🔥
❤️‍🔥ℂ❤️‍🔥
❤️‍🔥𝔻❤️‍🔥
🤍🄴🤍
🤍🄵🤍
🤍🄶🤍
🤍🄷🤍
💖𝐈💖
💖𝐉💖
💖𝐊💖
💖𝐋💖
💚Ⓜ💚
💚Ⓝ💚
💚Ⓞ💚
💚Ⓟ💚
❤️‍🩹🅠❤️‍🩹
❤️‍🩹🅡❤️‍🩹
❤️‍🩹🅢❤️‍🩹
❤️‍🩹🅣❤️‍🩹
💘U💘
💘V💘
💘W💘
💘X💘
💟𝗬💟
💟𝗭💟
Photo unavailableShow in Telegram
ጎልልልልልልልልል አርሰናልልልልልል ሳካካካካካካካካካ ጎሉን ይመልከቱ 👇
إظهار الكل...
ጎሉን ለማየት
Photo unavailableShow in Telegram
ምን አይነት ፊልም መመልከት ይፈልጋሉ.? ሁሉንም አይነት ፊልም በትንሽ MB መመልከት ከፈለጉ ይህ ቻናል አለላቹ‼️ https://t.me/addlist/H6nb8540S29kNmZk https://t.me/addlist/H6nb8540S29kNmZk Add Your Channel👉 @Sirleoo 👐
إظهار الكل...
📺የ አማርኛ ፊልሞች📺
📺የ DSTV ፊልሞች 📺
📺ተከታታይ ድራማዎች📺
📺የ ቱርክ ተከታታይ ድራማዎች📺
📺ቆየት ያሉ የቃና ድራማዎች📺
📺የ ህንድ ፊልሞች📺
♣️JOIN♣️
Photo unavailableShow in Telegram
ስልክ Hack መደረግ አስበው ያውቃሉ? 📎 Telegram 📎 gmail or any email 📎 sms 📎Location ወይም ስልኩ ያለበትን ቦታ ማወቅ 📎ሌሎችም.  አካውንታችሁ Hack እንዳይደረግ ማስተካከል ያለባችሁ Setting ዎችን በነፃ እናሳያለን እንዲሁም Hack እንዴት እንደሚደረግ እናሳያለን ‼️ Join በማለት ይቀላቀሉን
إظهار الكل...
🔹Telegram Hack 🔹
🔺Instagram Hack🔺
◾️Tik Tok Hack◾️
🔘JOIN🔘
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 🚨 "Wanti kun hin danda’amu baay’ee ulfaataadha” jettee beektaa? Tooftaalee 10 Yaada gara Gochaatti jijjiiruuf si gargaaran,... See More 👉 See More      See More
إظهار الكل...
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
የመጀመሪያ ክፍያዬን ተቀበልኩ። Start ፣Join ፣ Check እናንተም አንድ ሰው ስትጋብዙ 5 ብር በመስራት 50 ብር ሲሞላ ማውጣት ትችላላችሁ። 101% እንደሚከፍል የተረጋገጠ ቦት ነው። Bot Link https://t.me/BirrBuddyBot?start=r07719560565
إظهار الكل...
Jireenya kiristaanummaa keessa tokkummaan isa ijoo dha. Namni mana Waaqayyoo keessaa hojjetu tokkummaa qabaachuurra darbee hidhata walii qabaachuun barbaachisaa dha. Kana jechuun tajaajiltoota gidduu garaagarummaan jiraachu hin qabu. Amalli biyya lafummaa inni lagaan , qomoodhaan, barteedhaan walqooduun tajaajiltoota gidduutti hin hojjetus hin barbaachisus. Warra miira garaagarummaa qabuun ykn ija ilaaluudhaan tajaajilaniin Macaafni qulqulluun akkas jedha. 👇
1Qor. 3 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ⁹ Nuyi hojii Waaqayyoo keessatti hidhata walii ti, isin maasii Waaqayyoo ti; mana Waaqayyo ijaaruu dhas. ¹⁰ Akka ayyaana Waaqayyo biraa anaaf kennameetti, akka nama mana ijaaruu beekuuttis hundee manni irratti ijaaramu kaa'eera, namni kan biraa immoo isa irratti in ijaara; adduma addaan attamitti akka irratti ijaaru garuu haa akeekkatu. ¹¹ Isuma dur kaa'ame sana malee homtinuu hundee biraa kaa'uu hin danda'u; hundeen dur kaa'ame sunis Yesus Kristos. ¹² Namni warqeedhaan, meetiidhaan, dhagaa gati-jabeessaan, yookiis mukaan, citaadhaan, hoffaadhaanis hundicha irratti in ijaara. ¹³ Hojiin namaa adduma addaan ibiddaan mul'ifamee in beekama, guyyaan firdii bakkeetti in baasa; hojiin namaa adduma addaan maal akka ta'e, ibiddi qoree in mul'isa. ¹⁴ Hojiin namicha isa irratti ijaaree, utuu hin gubatin yoo hafe, namichi gatii isaa in fudhata. ¹⁵ Hojiin namichaa yoo duraa gubate garuu inni gatii isaa in dhaba; haa ta'u iyyuu malee ofii isaatii akka nama ibidda keessaa ba'eetti in oola. ¹⁶ Isin mana qulqullummaa Waaqayyoo akka taatan, hafuurri Waaqayyoos isin keessa buufatee akka jiru hin beektanii ree? ¹⁷ Namni mana qulqullummaa Waaqayyoo yoo balleesse, Waaqayyo immoo isa in balleessa; manni qulqullummaa Waaqayyoo dhuguma qulqulluu dha, innis isin. ¹⁸ Homtinuu of hin sossobin! Namni isin keessaa akka yaada biyya lafaa kanaatti ogeessa of se'u yoo jiraate, dhuguma ogeessa ta'uudhaaf, isa biyyi lafaa gowwaatti lakkaa'u ta'uutu isa irra jira. ¹⁹ Ogummaan biyya lafaa kanaa Waaqayyo biratti gowwummaa dha. Caaffanni qulqullaa'aan, "Inni warra ogeessota haxxummaadhuma isaaniitiin isaan in qaba;" ²⁰ Iddoo biraatti immoo, "Yaadaan qopheessuun warra ogeessotaa akka waa'ee hin baafne gooftichi in beeka" in jedha. ²¹ Kanaafis homtinuu waan namoonni gochuu danda'aniin of hin jajin! Egaa waan hundinuu kan keessan; ²² Phaawulos taanaan, Apholos taanaan, Keefaa taanaan, biyyi lafaa, jireenyi, duuni, wanti amma jiru yookiis wanti si'achi dhufu hundumti isaa kan keessan. ²³ Isin immoo kan Kristos, Kristos immoo kan Waaqayyoo ti.
Phaawuloos yeroo kana jedhu nuyi kan ittiin wal qoodnu tokkollee hin qabnu. Nuti kan walii keenyaati. Akkasumas kan Kiristos. Kiristos immoo kan Waaqayyoo ti. Jedha. Kunimmoo tokkummaatiin tajaajiluu akka qabnu akkasumallee qulqullummaanis barbaachisaa dha. "Maalif ?" yoo jenne, nuyi mana qulqullummaa Waaqayyoo akka taane yaadatti qabachuu qabna. 1Qor 3:16
¹⁶ Isin mana qulqullummaa Waaqayyoo akka taatan, hafuurri Waaqayyoos isin keessa buufatee akka jiru hin beektanii ree?
Jedha. Namni tajaajilu jireenyasaa qulqullunatti eeggachuu qaba jechuudha. Yoo mana qulqullummaasaa xureesse Waaqayyo immoo isa balleessa waan ta'eef. 1Qor 3:17
¹⁷ Namni mana qulqullummaa Waaqayyoo yoo balleesse, Waaqayyo immoo isa in balleessa; manni qulqullummaa Waaqayyoo dhuguma qulqulluu dha, innis isin.
Jedha. Gabaabumatti jireenyi amantootaa fi tajaajiltoota kan ta'uu qabu ; 1. Tokkummaa. 1Qor 3:9 2. Ija hojii ofiif akeekkachuu. 1Qor 3:10-15 3. Qulqullummaa. 1Qor 3:16-17. 4. Nuti kan Waaqayyoo akka taane ofirratti beekuu dha. 1Qor 3:20-23. @Kakuu_Studio @Singer_Megertu_Official
إظهار الكل...
4
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.