cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

URJII BARII MEDIA

Urjii Barii Miidiyaa Miidiyaa Ifaa Biyyaa Dirree beekumsaa fi odeeffannoon guutee #join gochuun ittii dabalamuu hin dagatiinaa. @Urjii_biyyaa https://t.me/Urjii_biyyaa

إظهار المزيد
Ethiopia13 058لم يتم تحديد اللغةالتعليم104 436
مشاركات الإعلانات
541
المشتركون
-224 ساعات
+87 أيام
+1730 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

#WolloUniversity ለወሎ ዩኒቨርሲቲ ነባር መደበኛ ተማሪዎች በሙሉ የወሎ ዩኒቨርሲቲ ሁሉም ነባር መደበኛ ተማሪዎች (ቅድመ-ምረቃ እና ድህረ-ምረቃ) የ2017 ዓ.ም የመግቢያ ጊዜ መስከረም 10 እና 11/2017 ዓ.ም ሲሆን መስከረም 13/2017 ዓ.ም ትምህርት የሚጀመር መሆኑን እንገልፃለን። ማሳሰቢያ፡ ከተጠቀሰው ቀን ቀድሞም ሆነ ዘግይቶ መምጣት አይፈቀድም ። የወሎ ዩኒቨርሲቲ ሬጅስትራርና አሉምናይ ዳይሬክቶሬት #WolloUniversity https://t.me/Urjii_biyyaa
إظهار الكل...
URJII BARII MEDIA

Urjii Barii Miidiyaa Miidiyaa Ifaa Biyyaa Dirree beekumsaa fi odeeffannoon guutee #join gochuun ittii dabalamuu hin dagatiinaa. @Urjii_biyyaa

https://t.me/Urjii_biyyaa

Itoophiyaatti waggoota sadan darban keessa barattoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan keessaa qabxii seensa yuunvarsiitii kan argatan %5 gadi.Bara 2023 barattoota qoraman keessaa qabxii seensa yuunvarsiitii [% 50 ol] kan argatan %3.3 qofa ture. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZK9s4PN
إظهار الكل...
Kufaatii qormaataa barattoota Itoophiyaaf sababoonni maali? Eenyu itti gaafatama?

Itoophiyaatti waggoota sadan darban keessa barattoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan keessaa qabxii seensa yuunvarsiitii kan argatan %5 gadi. Bara 2023 barattoota qoraman keessaa qabxii seensa yuunvarsiitii [% 50 ol] kan argatan %3.3 qofa ture.

#DebreBerhanUniversity በደብረብርሃን ዩኒቨርሲቲ የአስራት ወልደየስ ጤና ሳይንስ ካምፓስ ከ2ኛ-6ኛ ዓመት ያሉ የህክምና እና ጤና ሳይንስ ተማሪዎችን ዛሬ መቀበል ጀምሯል፡፡ ካምፓሱ ለ2017 ትምህርት ዘመን በመደበኛው ፕሮግራም ከ 1,200 በላይ ነባር እና አዲስ ገቢ የህክምናና የጤና ሳይንስ ተማሪዎችን እንደሚቀበል ይጠበቃል፡፡ https://t.me/Urjii_biyyaa
إظهار الكل...
URJII BARII MEDIA

Urjii Barii Miidiyaa Miidiyaa Ifaa Biyyaa Dirree beekumsaa fi odeeffannoon guutee #join gochuun ittii dabalamuu hin dagatiinaa. @Urjii_biyyaa

https://t.me/Urjii_biyyaa

Bu'aan barattoota sagantaa sirreeffamaa bara 2016 ifoomeera. Barattoonni bu'aa isaanii karaa link armaan gadiitiin ilaaluu akka danda'an Ministeerri Barnootaa ibseera https://result.ethernet.edu.et/ irraa argattu. https://t.me/Urjii_biyyaa
إظهار الكل...
URJII BARII MEDIA

Urjii Barii Miidiyaa Miidiyaa Ifaa Biyyaa Dirree beekumsaa fi odeeffannoon guutee #join gochuun ittii dabalamuu hin dagatiinaa. @Urjii_biyyaa

https://t.me/Urjii_biyyaa

1
Wallaga University, Freshman program Directorate,Natural Science Stream #list_of_Natural_Science_Stream_Students_Assigned to Different Programs/Departments in the three Campuses of Wallaga University Beeksisa/Notice/ማስታወቂያ ● Bara barnootaa 2016 ALI Simisteera 2ffaa Ramaddii barattoota istiriimii Saayinsii Uumamaa muumeewwan barnoota adda addaatti ● 2023/24 Academic year Second semester Natural Science Stream students’ placement to programs ● በ2016 ዓም የትምህርት ዘመን ሁለተኛ ስምሰቴር የተፈጥሮ ሳይንስ ዘርፍ ተማሪዎች የፕሮግራም/የዲፓርትመንት ምደባ Hubachiisa: Barattootni kiliiraansii isaanii qabachuun kampaasii ramadamanitti deemanii galmaa’uu qabu. ማሳሰቢያ፦ ተማሪዎች ክሊራንሳቸዉን በመያዝ በየተመደቡበት ካምፓስ ሪፖርት በማድረግ መመዝገብ አለባቸዉ፡፡ https://t.me/Urjii_biyyaa
إظهار الكل...
URJII BARII MEDIA

Urjii Barii Miidiyaa Miidiyaa Ifaa Biyyaa Dirree beekumsaa fi odeeffannoon guutee #join gochuun ittii dabalamuu hin dagatiinaa. @Urjii_biyyaa

https://t.me/Urjii_biyyaa

Wallaga University, Freshman program Directorate, Social Science Stream, #list_of_Social_Science_Stream_Students_Assigned to Different Programs/Departments in Departments in the Main and Gimbi Campuses of Wallaga University Beeksisa/Notice/ማስታወቂያ ● Bara barnootaa 2016 ALI Simisteera 2ffaa Ramaddii barattoota istiriimii Saayinsii Hawaasaa muumeewwan barnoota adda addaatti ● 2023/24 Academic year Second semester Social Science Stream students’ placement to programs ● በ2016 ዓም የትምህርት ዘመን ሁለተኛ ስምሰቴር የተፈጥሮ ሳይንስ ዘርፍ ተማሪዎች የፕሮግራም/የዲፓርትመንት ምደባ Hubachiisa: Barattootni kiliiraansii isaanii qabachuun kampaasii ramadamanitti deemanii galmaa’uu qabu. ማሳሰቢያ፦ ተማሪዎች ክሊራንሳቸዉን በመያዝ በየተመደቡበት ካምፓስ ሪፖርት በማድረግ መመዝገብ አለባቸዉ፡፡ https://t.me/Urjii_biyyaa
إظهار الكل...
URJII BARII MEDIA

Urjii Barii Miidiyaa Miidiyaa Ifaa Biyyaa Dirree beekumsaa fi odeeffannoon guutee #join gochuun ittii dabalamuu hin dagatiinaa. @Urjii_biyyaa

https://t.me/Urjii_biyyaa

#Waamicha #Yuunivarsiitii_Asoosaa 📚Yuunivarsiitiin Asoosaa yeroon galmee barattoota idilee bara barnootaa 2017 Fulbaana 27 fi 28/2017 ta’uu beeksise. 👉Guyyaan galmee barattoota yeroo boqonnaa Fulbaana 25 fi 26/2017 akka ta’e ibsamee jira. https://t.me/Urjii_biyyaa
إظهار الكل...
URJII BARII MEDIA

Urjii Barii Miidiyaa Miidiyaa Ifaa Biyyaa Dirree beekumsaa fi odeeffannoon guutee #join gochuun ittii dabalamuu hin dagatiinaa. @Urjii_biyyaa

https://t.me/Urjii_biyyaa

#Waamicha #Yuunivarsiitii_Aarsii 📚Yuunivarsiitiin Arsii barattoota idilee jiraniif akkasumas bara 2017 Barattoonni sagantaa idilee digrii tokkoffaatiin Haaraa (#Freshman) guyyaan seensaa fi galmee yunivarsiitii Fulbaana 20 fi 21/2017 ta’uu beeksisaniiru. Barattoonni Haaraan Waantota Qabachuu Qabdan 👉Ragaa Barnootaa Kutaa 8ffaa Orjinaalaaf Koppii 👉Tiranskiriiptii Orjinaalaaf Koppii Kutaa 9ffaa-12feast 👉Ragaa Kutaa 12ffaa Orjinaalaaf Koppii 👉Suuraa Gabaabaa 6 abbaa 3×4 👉Ansoolaa,Uffaa boraatii fii Uffataa Firaashaa,Akkasumas Hidhannoo Sport Akka Qabattanii dhuftan #Natural_Science    👉Mooraa Kolleejjii Qonnaa #Social_Science     👉Kaampaasii Boqojjii Yuunivarsitichi barattoota jiraniif jijjiirraa mooraa Taasiseera. 👉Barnoota Fayyaa waggaa 1ffaa fi 2ffaa, Saayinsii Kompiitaraa waggaa 1ffaa fi 2ffaa fi barnoota Seeraa waggaa 1ffaa fi 2ffaa Mooraa Diinshootti akka ramadamtan ibsamee jira. 👉Bara 2014 barattoonni faarmaasii, laaboraatoorii yaalaa fi narsii mooraa kolleejjii fayyaatti ramadamaniiru. https://t.me/Urjii_biyyaa
إظهار الكل...
URJII BARII MEDIA

Urjii Barii Miidiyaa Miidiyaa Ifaa Biyyaa Dirree beekumsaa fi odeeffannoon guutee #join gochuun ittii dabalamuu hin dagatiinaa. @Urjii_biyyaa

https://t.me/Urjii_biyyaa

#Odeeffannoo_Dhiyeenyaa 📚Yuunivarsiitiin Finfinnee bara barnootaa 2016 barattoota qabxii 500 fi isaa ol galmeessan 200 ta’aniif scholarship bilisaa akka kennu har’a beeksisuun isaa ni beekama. Akkamitti iyyachuu danda'u? 👉Barataa/ttu saayinsii uumamaa fi Hawaasaa bara 2016 qormaata kutaa 12ffaa fudhattee/tee qabxii 500 ol kan fide. 👇👇👇 https://portal.aau.edu.et dhaquun Apply for Admission jedhu tuquun Odeeffannoo bu'uuraa erga guuttanii booda 👉Government Scholarship for Sponsorship filadhaa, 👉Other Reason "500 ol" jechuun barreessaa, ragaa 12ffaa keessanii itti dabalaa Yeroo iyyannoo:-Kamisa Fulbaana 9/2017 ganama sa'aatii 1:00 hanga galgala sa'aatii 12:00tti Waamichi 👉kun iyyattoota kanaan dura iyyatan hin dabalatu. https://t.me/Urjii_biyyaa
إظهار الكل...
URJII BARII MEDIA

Urjii Barii Miidiyaa Miidiyaa Ifaa Biyyaa Dirree beekumsaa fi odeeffannoon guutee #join gochuun ittii dabalamuu hin dagatiinaa. @Urjii_biyyaa

https://t.me/Urjii_biyyaa

Hello Galataa, there! We’re happy to see you.
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.