cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Oromticha Warra Gammada Sanyii✍️

Ilaalchakee jijjiiruun jireenyakee jijjiiruu ni dandeessa. Ilaalchi waan hundumaati. Carraa business fi leenjii ijaarsa dhuunfaa argachuuf#Barcumaa ====== Phone: 0947256423 0917607885"Injifannoon guddaan jireenya https://t.me/oromticha430

إظهار المزيد
فنلندا3 301لم يتم تحديد اللغةالأعمال69 043
مشاركات الإعلانات
823
المشتركون
-124 ساعات
+137 أيام
+6930 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
Maalummaa namaaf jettee Kan kee hin dagatin! Karoora namaatiif Ati kee hin dhiisin! Dura ofii uffadhu Nama hin uffisini! Erga uffattee kaatee Garuu hin dagatini! Dura ofiif ta'i Mataa keef abukaatoo! Dura yoo of ta'an Namallee yaadatu! Ofii keef yeroo kenni Taa'ii itti yaadi! Maali mul'anni kee Qalbiidhaan barbaadi! Yeroos ni milkoofta Bakka yaadde geessa! Of taatee jiraatta Nama hunda keessaa! Kuni ergaa kooti Dhaamsa obbolummaa! Isinan jaaladha Naaf galatoomaa!
إظهار الكل...
👎 1
Photo unavailableShow in Telegram
Lectures Event Marsaa 41ffaa Namoonni hedduu sagantaa kanarratti leenji fi Muuxanno Namoota irraa barachuun carra argatanitti fayyadamaniiru. Atiho? Namoonni fayyadamu barbaadan na dubbisa link siniifan erga #Personal_Development_Training_And_Business_Opportunity_For_All.   #Leenjiin_Gahumsaa_Dhuunfaafi_Adeemsii_Hojii_Bizineessii_Itti_Jalqabaan_Haala_Kanaan_Magaalaa_Finfinnee_Boleeti_Keennaama_Jira. 👇👇❤️❤️❤️❤️ 🌼Carraa Hojii Bizinessi Argaachuuf 🌼Carraa leenjii Gahumsa dhuunfaa Argaachuuf. 🌼Bilisummaa Mallaqa Argaachuuf. 🌼Bilisummaa Yeroo Argaachuuf. Odeeffaannooo Guutuu Isaa Argaachuuf Keessaan naa Qunama. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇🙏🙏🙏 https://t.me/CaayaaOBN 👇👇👇 https://t.me/oromticha430 👇👇👇👇 0947256423 👇👇👇👇🌼 https://t.me/HinkosaAsefa23 👆👆👆👆 Contact me
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
"Osoo taa'uudhaan beekumsi argamee beekaan addunyaa kanaa dhagaa ture!"   ⁃ Itti dadhabi!   ⁃ Dubbisi!   ⁃ Barreessi!   ⁃ Hojjedhu!   ⁃ Jajjabaadhu!   ⁃ Milkaa'inaaf gatii baasi!   ⁃ Ittuma jabaadhu!   ⁃ Fiigi! "Taa'anii buqqee jedhamuu irra fiiganii bubbee jedhamuu wayya!
إظهار الكل...
👎 3
Photo unavailableShow in Telegram
Baga nagaan dhufte! Welcome!!! #ABABO_KEBEDA__From_Amboo Bakki kun bakka waan hedduu itti argattudha. 👉Bakka itti sammuu dhokataa (subconscious mind) keenya leenjisuun milkaa'inaaf qopheessuuti. 👉Bakka jireenya hawaasummaa (social life) itti gonfannudha. 👉Bakka hiriyyoota mul'ataa fi abjuu gurguddaa qaban waliin  itti wal barrudha. 👉Bakka waliin hojjechuun (team work) galii keenya guddisuu dandeenyudha. Kanaaf irra deebi'uun baga nutti makamte jechuu jaallanna.
إظهار الكل...
😡 2
04:32
Video unavailableShow in Telegram
18.18 MB
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.