cookie

ู†ุญู† ู†ุณุชุฎุฏู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท ู„ุชุญุณูŠู† ุชุฌุฑุจุฉ ุงู„ุชุตูุญ ุงู„ุฎุงุตุฉ ุจูƒ. ุจุงู„ู†ู‚ุฑ ุนู„ู‰ "ู‚ุจูˆู„ ุงู„ูƒู„"ุŒ ุฃู†ุช ุชูˆุงูู‚ ุนู„ู‰ ุงุณุชุฎุฏุงู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท.

avatar

Hussein Nuri๐Ÿ’ฌ๏ธ

Waan sirrii dalaguuf yeroon hundi yeroo sirriiti. Every thing is possible. 0983984949 Yaadaa fi qeeqa yoo qabaattan karaa bot kanaan naaf erguu dandeessu @Hussein8398_bot ๐Ÿค–

ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ู…ุฒูŠุฏ
ู…ุดุงุฑูƒุงุช ุงู„ุฅุนู„ุงู†ุงุช
3 714
ุงู„ู…ุดุชุฑูƒูˆู†
-524 ุณุงุนุงุช
-167 ุฃูŠุงู…
+21630 ุฃูŠุงู…

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

ู…ุนุฏู„ ู†ู…ูˆ ุงู„ู…ุดุชุฑูƒ

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

#Dhugamatti!!! Hojiiwwan gurguddoo namoota jijjiiruu danda'an of harkaa qabna. Hunduu duraa duuba isaanii eeggatanii kan isin qaqqaban ta'a. Maarree ammatti kitaaba Matadureen isaa "Maalif Hintaane?" Jedhu qabannee isiniif dhufaa jirra. Yeroo dhihottis dubbistoota biraan kan qaqqabsiifnu ta'a. Hangasiif Fuula Facebook Armaan gadii follow gochuu fi SHARE gochuun nu faana bu'aa! @Jireenya_mi'ooftuu_isiniif_hawwina!๐Ÿ˜
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
โค 16๐Ÿ”ฅ 3๐Ÿฅฐ 1๐Ÿ˜ 1
#Anatti_hin_ulfeessin! Uumaa koo hagamillee cimina qabaadhus,nama waan ta'eef  jireenyi akka natti hin ulfaanne ati naaf salphisi.Abdii kutee yeroo natti dukkanaa'e ifa akka argu yaa Rabbi atumti abdii natti hori.๐Ÿคฒ @We_have a dream Jireenya mi'ooftuu isiniif hawweera.๐Ÿ˜
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
โค 7๐Ÿฅฐ 3๐Ÿ˜ 3๐Ÿ‘ 1
#UUMAN_KEE!!! Waan garaan kee jaalatu siif haa kennu!.... Akeeka keetis hunduma siif haa raawwatu!.... #we_Dream_to_be!
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 11๐Ÿ™ 5โค 3๐Ÿฅฐ 2
#YOOMIYYUU!!! ๐Ÿ›– Yoomiyyuu Jireenyi ofii isaatii sin baatutii;ka'ii ba'aa baatte itti fufi. ๐Ÿ˜ Jireenyi kan nuuf salphatu yoo nuti jabaannee hojjanne qofaadha. I Dream to be !!!...
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 10๐Ÿ”ฅ 4โค 2๐Ÿฅฐ 2๐Ÿค” 1
#Homaa_miti_garuu! Yeroo tokko tokko akka nama homaa hin qabnee fi homaa hin beeynee namootatti fakkaadhu, osoo waa baay'ee beeytuu, akka nama homaa hin beeynee itti ta'i mee! Dhugaa mee ajaa'iba #Rabbii keetii agartaatii hiyyeessa homaa hin qabnee fi nama homaa hin beeknetti akka si hubatan taasisi. yeroo san ati nama dhugaa sii yaadu fi ofii isaatif qofa yaadu addaan baafatta.Eeyyen addaan baafatta.isin waan jettan hin beeku malee dhugaan jiru kanuma jedha kaa ani. #Hundaafuu_jireenya_bareedduu_qabaadhaa!!!... ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ Namoota ani jaaladhu @SHARE itti gochuun biraan naaf ga'aa! ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
โค 5๐Ÿฅฐ 5๐Ÿ‘ 3๐Ÿ”ฅ 3
Photo unavailableShow in Telegram
#Ayiiiiiiiiiii๐Ÿ‘‡ Ay yaa Jaalala kan sobnis dhugaa sitti fakkaatu! #Jaalala_gaa'ela_malee๐Ÿ‘‡ Ati yeroo egeree kiyya na jalaa danqaa jirta jedhiin! ๐Ÿ‘‰Hiriyaan gaa'elaa kee galma jireenya keetii kan deeggaru ta'uu mirkaneeffadhu! JOIN and SHARE jechuu hin sodaatinaa!๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/husseinnuru49 #NAMOOTA_ADDAA_ISINIIF_HAWWA!๐Ÿ™๐Ÿ˜
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 8โค 5๐Ÿฅฐ 2๐Ÿ‘ 1๐Ÿค” 1
Maaltu sammuu kee si gubaa maaliif kophaa gubattaa: Dubbisii waa hubattaa: Amantii kee yaadattaa: Cinqii ofirraa kaaftaa: Sammuutu boqataa Wave @Abu_Amaar1
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ•Œ Ummata muslimaa๐Ÿ˜Œ
๐ŸŒ Addunyaa islaamaa๐ŸŒŽ
๐ŸŒ Media Islaamaa๐ŸŒ
๐Ÿ’ต beeksisa hojii ๐Ÿ’ต
๐Ÿง•Dubartii islaamaa๐Ÿง•
๐Ÿ“ก๐Ÿ’ป Tecnology๐Ÿ“ฑ๐Ÿ’ป
๐Ÿ’‰๐Ÿฉบ Gorsaa Fayyaa๐Ÿฉบ๐Ÿ’‰
๐Ÿง  Xinsammuu๐Ÿง 
๐Ÿ†๐Ÿฅ‡ Dorgomanii badhaafamuu๐Ÿ†๐Ÿฅ‡
๐Ÿ“š Kuusaa Kitaabaa๐Ÿ“š
๐Ÿ’ฐ๐Ÿ’ต Hojii Online ๐Ÿ’ฐ๐Ÿ’ต
๐Ÿ—ž Risaalaa Rasuulaa๐Ÿ—ž
๐Ÿ’ Fudhaa fi Heeruma๐Ÿ’
๐Ÿ  Gaa'ila islaama๐Ÿ 
Maaltu sammuu kee si gubaa maaliif kophaa gubattaa: Dubbisii waa hubattaa: Amantii kee yaadattaa: Cinqii ofirraa kaaftaa: Sammuutu boqataa Wave @Abu_Amaar1
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ•Œ Ummata muslimaa๐Ÿ˜Œ
๐ŸŒ Addunyaa islaamaa๐ŸŒŽ
๐ŸŒ Media Islaamaa๐ŸŒ
๐Ÿ’ต beeksisa hojii ๐Ÿ’ต
๐Ÿง•Dubartii islaamaa๐Ÿง•
๐Ÿ“ก๐Ÿ’ป Tecnology๐Ÿ“ฑ๐Ÿ’ป
๐Ÿ’‰๐Ÿฉบ Gorsaa Fayyaa๐Ÿฉบ๐Ÿ’‰
๐Ÿง  Xinsammuu๐Ÿง 
๐Ÿ†๐Ÿฅ‡ Dorgomanii badhaafamuu๐Ÿ†๐Ÿฅ‡
๐Ÿ“š Kuusaa Kitaabaa๐Ÿ“š
๐Ÿ’ฐ๐Ÿ’ต Hojii Online ๐Ÿ’ฐ๐Ÿ’ต
๐Ÿ—ž Risaalaa Rasuulaa๐Ÿ—ž
๐Ÿ’ Fudhaa fi Heeruma๐Ÿ’
๐Ÿ  Gaa'ila islaama๐Ÿ 
Maaltu sammuu kee si gubaa maaliif kophaa gubattaa: Dubbisii waa hubattaa: Amantii kee yaadattaa: Cinqii ofirraa kaaftaa: Sammuutu boqataa Wave @Abu_Amaar1
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ•Œ Ummata muslimaa๐Ÿ˜Œ
๐ŸŒ Addunyaa islaamaa๐ŸŒŽ
๐ŸŒ Media Islaamaa๐ŸŒ
๐Ÿ’ต beeksisa hojii ๐Ÿ’ต
๐Ÿง•Dubartii islaamaa๐Ÿง•
๐Ÿ“ก๐Ÿ’ป Tecnology๐Ÿ“ฑ๐Ÿ’ป
๐Ÿ’‰๐Ÿฉบ Gorsaa Fayyaa๐Ÿฉบ๐Ÿ’‰
๐Ÿง  Xinsammuu๐Ÿง 
๐Ÿ†๐Ÿฅ‡ Dorgomanii badhaafamuu๐Ÿ†๐Ÿฅ‡
๐Ÿ“š Kuusaa Kitaabaa๐Ÿ“š
๐Ÿ’ฐ๐Ÿ’ต Hojii Online ๐Ÿ’ฐ๐Ÿ’ต
๐Ÿ—ž Risaalaa Rasuulaa๐Ÿ—ž
๐Ÿ’ Fudhaa fi Heeruma๐Ÿ’
๐Ÿ  Gaa'ila islaama๐Ÿ 
Maaltu sammuu kee si gubaa maaliif kophaa gubattaa: Dubbisii waa hubattaa: Amantii kee yaadattaa: Cinqii ofirraa kaaftaa: Sammuutu boqataa Wave @Abu_Amaar1
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ•Œ Ummata muslimaa๐Ÿ˜Œ
๐ŸŒ Addunyaa islaamaa๐ŸŒŽ
๐ŸŒ Media Islaamaa๐ŸŒ
๐Ÿ’ต beeksisa hojii ๐Ÿ’ต
๐Ÿง•Dubartii islaamaa๐Ÿง•
๐Ÿ“ก๐Ÿ’ป Tecnology๐Ÿ“ฑ๐Ÿ’ป
๐Ÿ’‰๐Ÿฉบ Gorsaa Fayyaa๐Ÿฉบ๐Ÿ’‰
๐Ÿง  Xinsammuu๐Ÿง 
๐Ÿ†๐Ÿฅ‡ Dorgomanii badhaafamuu๐Ÿ†๐Ÿฅ‡
๐Ÿ“š Kuusaa Kitaabaa๐Ÿ“š
๐Ÿ’ฐ๐Ÿ’ต Hojii Online ๐Ÿ’ฐ๐Ÿ’ต
๐Ÿ—ž Risaalaa Rasuulaa๐Ÿ—ž
๐Ÿ’ Fudhaa fi Heeruma๐Ÿ’
๐Ÿ  Gaa'ila islaama๐Ÿ 
ุงุฎุชุฑ ุฎุทุฉ ู…ุฎุชู„ูุฉ

ุชุณู…ุญ ุฎุทุชูƒ ุงู„ุญุงู„ูŠุฉ ุจุชุญู„ูŠู„ุงุช ู„ู…ุง ู„ุง ูŠุฒูŠุฏ ุนู† 5 ู‚ู†ูˆุงุช. ู„ู„ุญุตูˆู„ ุนู„ู‰ ุงู„ู…ุฒูŠุฏุŒ ูŠูุฑุฌู‰ ุงุฎุชูŠุงุฑ ุฎุทุฉ ู…ุฎุชู„ูุฉ.