cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Dhaloota dhugaa

Karaa sarara channel kanaa: ◇Jechoota gorsaaf oolan, ◇Barreeffamoota bashannansiisoo, ◇Jechoota onnachiisoo fi ilaalcha gaarii nama keessatti uumaan argachuu dandeessu! Dubbii Waaqayyoos waliin baranna.

إظهار المزيد
Ethiopia7 581لم يتم تحديد اللغةالتعليم53 671
مشاركات الإعلانات
2 255
المشتركون
+324 ساعات
+207 أيام
+3330 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailable
🚨 🚨 "Wanti kun hin danda’amu baay’ee ulfaataadha” jettee beektaa? Tooftaalee 10 Yaada gara Gochaatti jijjiiruuf si gargaaran,... See More 👉 See More      See More
إظهار الكل...
Repost from N/a
Nagaan hunduma keessaniif ha baayyatu jaallatamookoo! Ganama kana daree barnootaa keessa taa'ee wanta sammuutti na dhufen isiniif barreessaan Jira... 👉Barataan tokko waggaa barnootaa tokko xumuruuf semisteera lama barata.semisteerri lamaanu baatii walqixa qabu ha jennu.Yeroo kana Abbaan(Fatherin) barataa/ttu kanaa qarshii semisteera jalqabaaf Isa gargaaru baatii baatiin baankii deemanii galchaafii turan..Yeroon boqonnaa xumuramee semisteerri lammaffaan yeroo ga'u Abbaan ilmasaa kanaan akkas jedha... 👉Yaa ilmakoo yeroo turtii semisteera jalqabaa keessatti baasii an sitti baase herregaan ture... kanuma sababeeffachuun waluma qixa waan ta'eef tariimmoo qaala'iinsi jireenyaa mudachuu waan danda'uuf Isa duraa irra kan caalu qarshii si'uma tokko walitti qabee baankii siif kaa'eeraatii yeroo si barbaachisu deemii deemii fudhadhuu itti fayyadami! Ittiin jedhaan. Amma mucaan filannoo lama qaba.Yookiin aluma tokkon qarshicha fixuu, Yknimmoo akkuma ajajametti hanguma barbaadamu yeroo barbaachisutti fayyadamuu! Waa malee kana hin yaadne.... Kakuu lamatu jiru.Isaanis kakuu moofaafi kakuu haaraadha. Bara kakuu moofaa deddebi'anii aarsaa dhiiga korbeeyyiifaa dhi'eessuudhaan waaqayyoo saba isaatti araaramaa(fayyisaa) ture. Kunimmoo dadhabsiisaaf guutuu waan hin taaneef...Guyyaa tokko Altokkicha barabaraaf Akka ta'utti Ilmasaa Yesusin fannoo irratti caccabsuudhaan fayyina Isa Isa duraa irra caaluufii guutuu ta'e ilmaan namootaaf lafa kaa'eera! Egaa akkuma barataa armaan oliitti kaasnee Sana Dhiigichan yeroo hundumaa yoo dhiqanne fayyinni keenya FIIXAAN BA'A(Glorification) jechuudha. Dhiigni Yesuus gati jabeessa,Yeroo hundumaafis kan ta'uudha! Amen! Durri Kun kan mo'ichaati sagaleen kiraaraaf weedduu ha dhaga'amu... https://t.me/+n8nZdY2wzoEzN2M0 Nu quunnamuuf👉@Toliishaa
إظهار الكل...
DHALOOTA DABAREEN GA'E!

Ani wangeelatti hin yeella'u🥰 Nu quunnamuuf👉@Toliishaa

👍 2
Photo unavailable
💌 Iccitiin jaalalatti qabamanii waggaa dheeraa turuu jaalalleewwanii lolli waan dhabameef miti...👉 See More 🔜 See More See More
إظهار الكل...
🥰 ➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌 1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡      🚘 JOIN     JOIN 2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡     🚩 MORE JOIN  🚩    🚩 MORE JOIN 🚩 3️⃣💡💡💡💡💡💡💡     🍰MORE JOIN  🕯    🍰 MORE JOIN 🕯 𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕 ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ 📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa
إظهار الكل...
👍 1
Kutaa 97ffaa. #Waaqayyoon_Amanachuu! 👉Jireenya biyya lafaa kana irra jiraannuufis ta'ee, mana keenya isa Waaqa irraa dhaaluuf, bu'uurri isaa Waaqayyoon amanachuudha. 👉Bara hundumaatti namni Waaqayyo amanachuudhaan jiraatu abdii guddaa qaba. 👉Namoonni baayyeen kan isaan adeemsa xiqqoo tokko deemanii karaatti hafaniif amanannaan isaanii guutummaatti nama irratti hirkatee jira. 😭Waan guddaa nuti dagachuu hin qabne immoo waan#hirkatee jiru tokko, yeroodhaaf yoo ta'e malee hundee hin qabu jiguu danda'a . 👉Wanti jirma sirrii yookiin hundee gaarii hin qabne immoo kufaatiin isaa hin oolu. 👉Kanaafuu namni Waaqayyoon dhiisee haadha, abbaa, obboleessa, hiriyaa, firaa fikkf amanannaa isaa godhatu yeroo muraasa booddee gumgummii hamaa keessa gala. 👉Sababiin isaas macaafni akkana jedha,“Ammas Waaqayyo itti fufee, "Namni nama amanatu, jabina irree foonii kan abdatu, yaada isaas Waaqayyo irraa kan deebisu abaaramaa dha.” 👉Isa abaaramaa ta'uu irra darbee,namni nama eeggatee isa eeggate sana akka eeggatetti yoo dhabe baayyee miidhamaa fi abdii kutannaa hamaa keessa galuu danda'a. ✍️Atiyyuu namni amma barruu kana dubbisaa jirtu tokko maaltu beeka yoona mudannoo ulfaataa jireenya kee keessatti argite qabaachuu dandeessa ta'a. 🥰Eeyyeen arguun kee baayyee gaariidha, amma garuu waan tokko akka hubattu nan barbaada innis#Waaqayyo qofa amanachuun jireenya akka ta'ee gad fageenyaan akka naaf beektu nan barbaada. “"Garuu namni ana Waaqayyoon amanatu, ana duwwaattis kan of kennu, haa gammadu!” — Er. 17:7 😭Waan guddaa nama gaddisiisu tokko immoo namni baayyeen qabeenya Waaqayyoo hadaraa godhee itti kennate abdata. “Namni sooruma isaa amanatu in kufa, namni qajeelaan garuu, akka muka jiidhaatti in lalisa;” — Fak. 11:28 “"Ilaa namicha isa Waaqayyoon da'oo isaa hin godhanne, qooda kanaa baay'ina sooruma isaa amanatee, badiisa fiduu isaatiinis jabaa of se'e" in jedhu.” 🥰Maallaqni fi beekumsi keenya du'a nu oolchuu hin danda'u, garuu nu fooyyessuu danda'a. ❤️Waaqayyoon amanachuun garuu 👉“Nama barsiisa yaadatti qabatuuf wanti inni godhu wal in qixxaataaf; namni Waaqayyoon amanatu maal maal haa gammadu!” — Fak. 16:20 😭Gaaffii guddaan ati deebisuu qabdu tokko mee itti yaadi. Eenyuun abdachaa jirtaa? 😭 Waaqayyoon qofa yoo ta'eef gammadi. 👉Waaqayyoo ofiisaa biratti hirkisaa hin barbaadu, inni Waaqa gahaadha. 👉Waaqayyoon amanatta yoo ta'e, bara keesaatti sitti tolee irraa hafaa jiraatta❤️ “Namni sassataan yaadaan gargar ba'uu in kaasa, namni Waaqayyoon amanatu garuu itti tolee in jiraata;” — Fak. 28:25 👉Waaqayyoon amanatta yoo ta'e nagaa guutuun jiraatta❤️ “Isa garaan isaa cimsee si amanatu, sababii inni sitti of kennatuuf ati nagaa guutuudhaan in eegda;” — Isa. 26:3 💪Kanaafuu obboleessa ko, obboleettiiko, ija kee nama irraa kaasuun isa dhiiga gati-jabeessa siif dhangalaasee irra godhachuun, amanannaa kee caccabee jiru lafaa kaasi💪 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 ✍️Waaqayyoo waa'ee keetiif waan haaraa of keessaa qaba. “Garuu ani abdiidhaan sin eeggadha yaa Waaqayyo, atoo deebii anaaf in laatta, yaa Waaqayyo gooftaa ko!” — Far. 38:15 Gooftaa kee qofa abdadhu. Waa irraa barattee jirta yoo ta'e immoo hiriyyoota keef #share godhi. Waaqayyoo guddaa sin haa eebbisu. Kan barreesse Obboleessa keessan,Sisay Yadessa Ful:7-1-2017 https://t.me/+LRcKMB9yEK4xZGZk
إظهار الكل...
Dhaloota dhugaa

Karaa sarara channel kanaa: ◇Jechoota gorsaaf oolan, ◇Barreeffamoota bashannansiisoo, ◇Jechoota onnachiisoo fi ilaalcha gaarii nama keessatti uumaan argachuu dandeessu! Dubbii Waaqayyoos waliin baranna.

👍 1
Photo unavailable
Shamarreen umurii kurnanii keessa jirtu teessee yommuu yaaddu, mallattoolee jaalala dhugaa baayee murteessoo ta'an 10 qalbeeffachuun ishee barbaachisa,... 👀 See More ➡️ See More      See More
إظهار الكل...
إظهار الكل...
Dhaloota dhugaa

Karaa sarara channel kanaa: ◇Jechoota gorsaaf oolan, ◇Barreeffamoota bashannansiisoo, ◇Jechoota onnachiisoo fi ilaalcha gaarii nama keessatti uumaan argachuu dandeessu! Dubbii Waaqayyoos waliin baranna.

Repost from Hambisaa@Aroo
✅Turtii Ji'a Muraasaa Booda 👇👇 👉Hasbarruuwwan Gorsaaf Oolan Kutaa 45ffaa * Rakkinakee caalaa guddina keetu nama aarsa. Yoo cimaa taate atimmoo ittuu guddachaa deemta. Kanaaf, cimaa namaa ta'i. *Sammuun bilchina hinqabne namaan taphata. Bilchinni sammuu umriin hindhufu. Irratti hojjetanii malee. Kanaaf, nama sammuun bilchaataa ta'i. * Ati nama cimaa yoo taate dubbattee of ibsuu osoo hintaane hojiin kee si haa ibsu. *Yeroo hundumaa dubbii keef gochaa kee walfakkeessi. Yoo walfaallesse salphina waan ta'eef. *Waan hin dandeenye akka nama danda'uutti, waan hinbeekne akka nama beekuutti yaaduufi dubbachuurra, beekuuf danda'uuf dhama'uu wayya. Ani Gammadaa Milkaa'ina Koofi Namootaati.
إظهار الكل...
👍 1
Photo unavailable
➡️ Jaalalli dhugaa hundee gadi fageeffatee akka dhaabbatuuf gaheen jaalalleewwan lameenii maal fa'a,... ➡️ See More. 👉 See More    See More
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.