cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Megersa Teshome

Channel kanaan, 👉barruuwwan barsiisoo 👉 Ergawwaan hayyootaa(qoutes) 👉Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech) 👉Gorsa(advice) 👉Carraawwan hojii(job opportunity) ni argattu 👉Karaalee milkaa'inaa(ways of success) @mago2015

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
285
المشتركون
+124 ساعات
+17 أيام
+630 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
🚨 🚨 "Wanti kun hin danda’amu baay’ee ulfaataadha” jettee beektaa? Tooftaalee 10 Yaada gara Gochaatti jijjiiruuf si gargaaran
إظهار الكل...
Barri 2017 kun, akkami Muudiin ishee isin biraa?🙄
إظهار الكل...
WAAN BAATEEF HIN DAGATIN! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➥ Namoota lamatu rakkatanii jennaan wal duraa duubaan mana nama sooressaa tokko dhaqani. Namichi inni duraa akkuma "Warra Manaa!" jedhee ol lixeen isaanumaa irbaata dhiyeeffatuu itti dhaqe. Jarris "koottu nyaadhu" jedhanii teessisani. Innis fiigee dhiqatee maaddii isaaniitti dhiyaatee nyaata eegale. ➬ Otuma hin turiin ammas rakkataan inni lammaffaan dhufee "Warra Manaa" jedhe. Isaanis "noori koottu nyaata nyaachaa jirra" jedhaniini. Inni garuu, "otuun waanan dhufeef isinitti hin himatin nyaata hin nyaadhu!" jedheeni. ➬ Isaanis "tole waan dhufte himadhukaa!" jedhan. Innis "bor ganamatti farda keessan barbaadeeni maaloo naaf ergisuu dandeessuu?" jedhe. ➬ Kana gidduutti namichi dura dhufee otuu dhimma isaa hin himatin nyaatatti gad jedhe sun "maal anisoo farda keessan barbaachan dhufe" jedhe. Isaan "garuu lakki ati durfamteetta". Jedhanii isa lamaffarra dhufeef farda laatani. ➬ WAAN BAATEEF HIN DAGATIN! ➦ Wɑɑn beektɑnii fi dubbistɑn dhɑlootɑɑf dɑbɑrsɑɑ. Wɑliin bɑrɑnnee wɑliis hɑɑ bɑrsiifnu!
إظهار الكل...
1
Akkam Jirtu Maatiin mana kanaa hunduu! Social media dhan wal qeequuf wal arrabsuu qofa osoo hin taane,wal barsiisuu fi wal gorsuutu gaariidha. Maarree nutis karaa kanaan kanneen gadii akka fayyadamtan isin gargaarra. 👉Personal development training 👉barruuwwan barsiisoo 👉 Ergawwaan hayyootaa(qoutes) 👉Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech) 👉Gorsa(advice) 👉kitaabota dubbistan pdf dhan 👉leenjiiwwan gaggabaaboo Audio dhan 👉leenjiiwwaan gaggabaaboo Video dhan Isiniif kennina! https://t.me/mago2015 @Megi034
إظهار الكل...
👍 1
Baga geessanii irraa haftan! #Bara haaraa kanatti ♡♡ 1, Yoo wal fayyaduu dadhabne, wal miidhuu haa dhiifnu. 2, Yoo waliif yaaduu dadhabne walitti yaaduu haa dhiifnu. 3, Yoo Wajjin duuluu dadhabne walitti duuluu haadhiifnu. 4, Yoo wal faarsuu dadhabne wal arrabsuu haadhiifnu. 5, Yoo wal eebbisuu dadhabne wal abaaruu haa dhiifnu. 6, Yoo wal jaalachuu dadhabne wal jibbuu haa dhiifnu. 7, Yoo wal gammachiisuu dadhabne wal mufachiisuu haa dhiifnu. 8, Yoo walitti siquu dadhane walirraa siquu haadhiifnu. 9, Yoo wal jala deemuu dadhabne wal jalaa deemuu haa dhiifnu. 10, Yoo dhugaa walitti himuu dadhabne wal sobuu haa dhiifnu. 11, Yoo wal sirreessuu dadhane wal jallisuu haa dhiifnu. 12, Yoo wal amanuu dadhabne wal shakkuu haa dhiifnu. 13, Yoo wajjin qabsaawuu dadhabne sobaa fi gareen walitti qabsaawuu haa dhiifnu. 14, Yoo wal jabeessuu dadhabne wal laaffisuu haa dhiifnu. 15, Yoo wal gorsuu dadhabne wal dogoggorsuu haa dhiifnu. 16, Yoo wal guddisuu dadhabne wal xiqqeessuu haa dhiifnu. bara garii isiniif hawwa. https://t.me/mago2015
إظهار الكل...
1
Bara haara, Warra yaada haaraa qabuu Waliin fulduraati. imalaa Milkaa'ina.!
إظهار الكل...
BAGA  BARA HAARAA 2🌻17 NAGAAN GEESSAN BARRI 2🌻17 KUN: ▬▬▬▬▬▬▬▬ 🌻 Kan Gammachuu! 🌻 Kan Milkaa'inaa! 🌻 Kan Badhaadhinaa! 🌻 Kan Jaalalaa! 🌻 Kan Tokkummaa! 🌻 Kan Guddinaa! 🌻 Kan Haaromsaa!!    🌺 Isiniif!    🌺 Maatii keessaniif!    🌺 Ollaa keessaniif!    🌺 Hiriyyoota Keessaniif!    🌺 Biyya KEENYAAF! 🎄Bara Itti Mul'anni keessan dhugoomu! 🎄Bara itti bakka yaaddan geessan. 🎄Bara itti hojjettanii milkooftan! 🎄 Bara itti firii keessanitti gammaddan! 🌺 ISINIIF HAA TA'U! 🌻 Yoo jedhu hawwii guddaa dhaan! Bara 2016 keessatti kan milkaa'es, kan sichi bara 2017tti milkaa'udhaaf yaadan qophaa'eefis guyyaan har'aa kun baafata (fuula) isa jalqabati. Bara Haaraa kanatti milka'ina addaa, waan yaaddanii fi karoorsitanitti akka milkooftan Hawwii fi Abdii guddaa qabna. https://t.me/mago2015
إظهار الكل...
#2017! Baga geessan! Bara eebbifamaa isiniif haa ta'u! Milkaa'aa!
إظهار الكل...
1
#𝑩𝒂𝒈𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒂 𝒉𝒂𝒂𝒓𝒂 2017 𝒏𝒂𝒈𝒂𝒂𝒏 𝒈𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒏! 🙏❤️ 𝙖𝙥𝙥𝙮 𝙣𝙚𝙬 𝙮𝙚𝙖𝙧 2017 🥰🌼🌻🌼🌻 #መልካም አዲስ አመት ❤️ 𝘽𝙖𝙧𝙖 𝙉𝙖𝙜𝙖𝙖, 𝙜𝙖𝙢𝙢𝙖𝙘𝙝𝙪𝙪, 𝙢𝙞𝙡𝙠𝙖𝙖'𝙞𝙣𝙖𝙖 𝙞𝙨𝙞𝙣𝙞𝙞𝙛 𝙝𝙖𝙖 𝙩𝙖'𝙪! 🙏🙌🌻🌼“ By Megersa Teshome  
إظهار الكل...
👎 1
Photo unavailableShow in Telegram
Kabajamtoota hordooftoota Chaanaalii Telegiramii koo hundaaf Baga bacaqii gannaa baatanii Booqaa Birraa geessani! Baga Bara Haaraa 2017 Nagaan Geessan! እንኳን ለ2017 አዲስ አመት አደረሳችሁ!
إظهار الكل...
👍 1
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.