cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Dr. Ilillii Jemaal

إظهار المزيد
فنلندا192لم يتم تحديد اللغةالعملات المشفرة4 989
مشاركات الإعلانات
40 217
المشتركون
+2524 ساعات
+3477 أيام
+4 03230 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Mallattoolee Summiin Tiruu Keenya Keessa Jiraachuu Isaa Ittiin Beeknuu Fi Akkaataa Tiruu Keessaa Summii Ittiin Qulqulleessinuun: ➖ Mallattoolee Summiin Tiruu Keenya: 1_Qoma/lappee gama harka mirgaa Keessatti Dhukkubbiin Namatti dhaga'ama. 2_Mataa dhukkubbii ykn bowwuun namatti baayyata. 3_Hafuura ajaa'u, garaa keessaa afaaniin ba'a, ykn hafuurri keenya foolii hamaa qabaata.Akkasumas sababa tokko malee afaan nama hadhaa'a. Nyaata nama jibbisiisa. Nyaanni Namatti ajaa'a. 4_Haalluu ijaatu Jijjiirama.a Halluun yokan bifti qaama namaa tiruu dhibamuu gara daalachaatti jijjiirama. 5_Utuu waan tokko hin hojjatin humni namaa dadhaba. Humni nsma laaffata. Dugdaa fi lafee miilaa fi harka humneetii qaamaa keessaa dhukkubbiin namatti dhaga'ama. Humna namatu gadi Bu'a. 6_Sababa malee garaachaa fi marrimaan keessaa nama guba. Finniisa gurguddaatu fuullarratti ba'ee mataa bowwuu namatti kaasa. 7_Hirriba dhabuu fi halkan sammuun jeeqamu, rafuu dadhabuu fi sammuu keessa akka waan wanti ta'e mataa keessa guute dhohuuf jedhutti namatti dhaga'ama. __ ➖ Tiruu keessaa summii qulqulleessuuf Wantoota armaan gaditti ibsaman keessaa tokkotti fayyadamuu dandeessu. 1_Bishaanii fi loomii garaa duwwaatti dhuguun summii tiuruu, vaayiresii fi baakteeriyaa fayyaa Tiruu fi Kalee irratti midhaa Qabu qaama keenya keesaa qulqulleessa. Loomii firii 3 bishaan leetira 1tti Cuunfame ganama garaa duwwaatti burcuqoo 1 dhuguma. Guyyaa nyaata dura burcuqoo 1 dhuguma. Halkan nyaata dura burcuqoo 1 dhuguma. Guyyaa 5 keessatti summii garaa garaa Tiruu fi Kalee keessaa Qulqulleessa. 2_Juusii hundee diimaa(qayyisirii): Cuunfaa hundee diimaa dhuguun Summii Tiruu keenya keessaa Qulqulleessa. Hundee diimaa Giddu Galeessa 1 daakamee bulleessame bishaan burcuqoo 3 Wajjin walitti makama. Sana booda loomii firii 2 itti Cuunfame ganama garaa duwwaatti burcuqoo 1 guyyaa nyaata dura burcuqoo 1 halkan Nyaata dura burcuqoo 1 dhuguma. Guyyaa tti Burcuqoo 3 dhugama jechuudha. Haala kanaan guyyaa 7 yoo itti fayyaadamtan cooma tiruu fi dhukkuba simbiraa(Tiruu) keessaa qulqulleessa. 3_Shaayii jinjibilaa fi loomii dhuguu: Jinjibila fallaana Guddaa 3 bishaan burcuqoo 3 Wajjin Walitti makame daqiiqaa10 danfisamee sana booda loomii guddaa firii lama itti cuunfama. Ganama garaa duwwaatti burcuqoo 1 dhuguma, Guyyaatti yeroo 3 dhuga. Malli kun Tiruu Qofa miti Kalee fi garaachas ni qulqulleessa. Mala kana guyyaa 5 ol hin fayyadaminaa! 4 Shaayii Irdii qopheeffatnii dhuguu Malli kun dhukkuba vaayirasii tiruu gosa B C D fi Namoota Madaa Tiruu Qabanuu fi Kaansarii Tiruu Qabanuuf Dawaa Gaariidha. 5_Suunqoo/Shuqqoo/Habishii: Callaa isaa fallaana guddaa tokko bishaan ho'aa burcuqoo 3tti naqamee bula. Ganama bishaan sun calalamee Loomii firii tokko hammaan xiqqoo itti cuunfamee burcuqoo 1 garaa duwwaatti dhugama. Guyyatti yeroo 3 dhugama. Torban Tokko itti Fayyadamtu. Summii dhukkuba Simbiraa fi Cooma Tiruu keessatti Walitti qabamee Fedhii nyaataa Namaa cufu Nama keessaa Qulqulleessa. 6_Bishaan Aajjaa Dhuguu: Aajjaa fallaana guddaa 3 qarafaa fallaana guddaa 3 bishaan ho'aa burcuqoo 3tti naqamee keessa bulfamee ganama bishaan isaa calalamee garaa duwwaatti burcuqoo tokko dhuguma. Guyyaa itti yeroo 3 dhugama jechuudha. Torban tokkoo fi isaa ol fayyadamu dandeessu. 7_Shaayii magarisa Dhuguun Summii Tiruu keenya keessaa Qulqulleessa haala itti fayyadama isaa Barnoota Darbe keessatti himeera. 8_Juusii Aappilii Guyyaa-tti Burcuqoo 3 Dhuguun Summii Tiruu keenya keessaa Qulqulleessa. 9_Juusii Abukaadoo Guyyaa-tti Burcuqoo 3 Dhuguun Summii Tiruu keenya keessaa Qulqulleessa Namoota Tiruun jaraa madaa'eef Dawaadha. 10_Buna Aannan hin Qabne Siinii 3 Guyyaa-tti Dhuguun Summii Tiruu keenya keessaa Hirrisa. 11_Shaayii Loomiin itti Cuunfame ganamaa fi galgala Dhuguun Summii Tiruu keenya keessaa Qulqulleessa.. ➖ Wantoota Tiruu Dadhabsiisuun Summii tiruu keessatti akka Baayyatu godhu keessaa inni guddaan:-
إظهار الكل...
👍 9
Qorichoota ammayyaa fi qorichoota aadaa kan miidhaa qabu gorsa ogeessaa malee fayyadamuudha. Qoricha yeroon irra darbe fayyadamuun fayyaa tiruu Keenyaa irratti balaa cimaa fida. Akkasumas Tamboo yookaa Sigaaraa Xuuxuu fi Dhugaatii Aalkoolii fi dhugaatii nama Macheessu Fayyadamuun Baayyee Tiruu miidha Humna Tiruu Dadhabsiisa. Akkasumas Wantoota Gaaza Qabanu Kan Akka mireendaa Faantaa fi Kookaa Koollaa Peepsii fi kkf yeroon itti darbe Dhuguu fi kkf irraa Of qusachuu Qabna
إظهار الكل...
👍 16 16
Photo unavailableShow in Telegram
Kabajamtoota Jaalatamtoota hordoftoota Channel Koo Channel Koo 2ffaa irraatti barnoota fayyaa maxxansaa waanan jiruuf link kanan seenati channel Koo lammaffa kana join godhaa 👇👇 https://t.me/DR_IlilliiJemaal https://t.me/DR_IlilliiJemaal
إظهار الكل...
👍 29 10
Airdrop kunneen torbee 2 booda waan gurguramaniif hojjachuu hin dagatiinaa. Blum👇 https://t.me/blum/app?startapp=ref_oM7LVIfYRw Major 👇 https://t.me/major/start?startapp=939219716 X Empire 👇 https://t.me/empirebot/game?startapp=hero939219716 Cats👇 http://t.me/catsgang_bot/join?startapp=WhYvSweJEFcMiMZqWekli Akkuma Notcoin Fi Dogs akka isiin hin dabarre hundaa isaanituu hojjadhaa. Hiriyyoota beektaan hundaaf share godhaa
إظهار الكل...
Blum

Trade, connect, grow and… farm Blum Points! Made by @blumcrypto team 🌸

👍 33🥰 4👎 3 3
Kunuunsa saalqunnamtii boodaa(After care😉🙄) Nama hundas yoo jechuu baanne, keessattuu dhiironni osoo saalqunnamtii hin raawwatin dura, hiriyaa isaanii waliin wal sukkuumanii akkuma ta'anuu wallaalanii, miira addaa tokko waliif kennu. Erga walqunnamtii saalaa raawwatanii booda garuu akka waan lubbuun keessaa baheetti afamanii ciisuu malee haasawuullee hin danda'ani😆. Yeroo akkasii miirri gammachuu walqunnamtii saalaa duraa sun, gaabbii, qaanii, ykn yaada biraatin bakka bu'a. Dubarri dhiirri erga raawwatee fedhii isaa bahatee booda, yoo achi irraa gara galee kan ciisu ta'e, boruuf isa waliin waan akkasiitti deebi'uuf ofitti amanamummaa dhabdi. Jaalala akka waan isheef hin qabneetti itti dhagahama. Jaalalli rakkoo keessa seena jechuudha. Gabaabumatti, kunuunsi walqunnamtii saalaa boodaa wantoota kanneen irraa nu hambisa. Akkuma re'ee soogidda mi'eeffattee akka wal araadnu nu taasisa. Kunuunsi saalqunnamtii boodaa(after care) kuni maali jechuun keessan hin oolu. Walqunnamtii saalaa booda walirraa gara galuu osoo hin taane ija keessa wal ilaaluu, walirraa siquurra walhaammachuu, rifeensa walii asiif achi gochuu, waliin qoosuu, qaama saalaa waliif dhiquu, akkuma daa'ima xiqqoo sireerratti wajjin buburraaqanii taphachuu, yoo rafuun barbaachises walitti siqanii boraatii tokkorra afuura walii dhaggeeffachaa rafuun ibsamuu danda'a. Yeroo tokko tokko saalqunnamtii jajjabaataa( rough sex) jechuun walkakkabalaa, afuura walkutaa, fi humnaan walitti soofachuun ni jira. Haala akkasii keessatti ammoo dubarumatu dhukkubbii fi mi'aawa walfaana dhamdhama. Dhukkubbii fi afuura cituu san keessaa yeroo baatummoo kunuunsa jennu kana yoo argatte, baay'ee gammaddi 🙄. Guyyumaan osoo si waliin walqunnamtii saalaa raawwattee itti tola. Gabaabumatti kunuunsi walqunnamtii saalaa boodaa baay'ee murteessaadha. Warri itti dhangalaastanii achi gara galtanii ciistan hubannoo isiniif ta'a jedheen yaada!
إظهار الكل...
👍 35 31
Photo unavailableShow in Telegram
8👍 5
Photo unavailableShow in Telegram
Araada fedhii wal-qunnamtii saalaa ofiin ofirraa baasuu (seeggaa ) Akkamitti dhiisuun dandaa’ama? 1.Araadaan qabamaa jirta yoo ta’e dursitee amanuu qabda. 2. Dhiisuudhaaf fedha qabda yoo ta’e dursitee akka dhiisuu dandeessu waadaa ofiif gali. 3. Kutaa dhiqannaa fi mana fincaanii keessa turuu dhiisuu 4. Yeroo gara mana dhiqannaa deemtu muuziqaa dhaggeeffadhu. Kan amantii yoo ta’ee filatamaadha. 5. Hamma itti bartutti nama biraa wajjiin qaama dhiqachuu shaakali(Nama hedduu itti dhiyaattuufi amantu) 6. Yeroo dheeraaf mana keessa qofaa turuu dhiisuu 7. Filmii wal qunnamtii saala kakaasu ilaaluu irraa of qusadhu. 8. Hojiin ala taa’uu dhiisuu Yoo ofiikee waan hojjettu hin qabaanne namoota biroo gargaaruu baradhu. 9.Saal qunnamtii seera qabeessa raawwadhu. Yeroo si barbaachisetti saal qunnamtii hiriyaakee( hadha manaa, ykn abbaa manaa) waliin raawwachuu hin sodaatiin. Araadi kun sammuu dhaloota ol adeemoo hedduu mancaasaa jira! Kanaaf of -eeggadhaa
إظهار الكل...
👍 83🔥 12 7
00:21
Video unavailableShow in Telegram
Binance Moonbix 🛒 🛒 Airdrop kun dhaabbata guddicha Exchange Crypto Binance dhaan deeggarama. 🛒 Airdrop kun guyyaa tokkotti fayyadamtoota Miiliyoona 3 ol horateera. Isinis osoo namni itti hin baay'atiin jalqabaa, warri dursanii jalqaban bu'aa guddaa argatu jedhamee eegama. Game achi irratti waan isiniif kennuuf "Play Game" kan jedhu tuquun bifa video armaan oliin taphadhaa. Jalqabuuf :- Binance Moonbix Bot https://t.me/Binance_Moonbix_bot/start?startApp=ref_6184255288&startapp=ref_6184255288&utm_medium=web_share_copy
إظهار الكل...
3.47 MB
👍 20 8
Airdrop kunneen torbee 2 booda waan gurguramaniif hojjachuu hin dagatiinaa. Major 👇 https://t.me/major/start?startapp=939219716 X Empire 👇 https://t.me/empirebot/game?startapp=hero939219716 Blum👇 https://t.me/blum/app?startapp=ref_oM7LVIfYRw Cats👇 http://t.me/catsgang_bot/join?startapp=WhYvSweJEFcMiMZqWekli Akkuma Notcoin Fi Dogs akka isiin hin dabarre hundaa isaanituu hojjadhaa. Hiriyyoota beektaan hundaaf share godhaa
إظهار الكل...
👍 26 19
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.