Boqonnaa Sammuu💻🕋📡💿
لِلَّهِ مُلْكُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَمَا فِيهِنَّ ۚ وَهُوَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ Mootummaan samii, dachiifi wantoota isaan keessaa kan Rabbiiti Innis waan hunda irratti danda’aadha. Yaada nuu kennuuf @Ibni_dawud_bot @laailaah_illallah_bot
إظهار المزيد- المشتركون
- التغطية البريدية
- ER - نسبة المشاركة
جاري تحميل البيانات...
جاري تحميل البيانات...
Guutummaa Libaanos keessatti raadiyoon qunnamtii miseensonni Hezbollaa qabatan al tokkotti dhodhohuun namoota heddu yoo ajjeesu miseensonni Hezbollaa kumaan lakkaa'aman irra miidhan gaheera.
Itoophiyaatti waggoota sadan darban keessa barattoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan keessaa qabxii seensa yuunvarsiitii kan argatan %5 gadi. Bara 2023 barattoota qoraman keessaa qabxii seensa yuunvarsiitii [% 50 ol] kan argatan %3.3 qofa ture.
تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.