cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Odduu ispoorti

Liverpool

إظهار المزيد
Ethiopia14 849لم يتم تحديد اللغةالرياضة32 787
مشاركات الإعلانات
244
المشتركون
+224 ساعات
+157 أيام
+2030 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
✍️Taphataan Baarseloonaa fi Ispeen Lamine Yamal taphataa cimaa dhaloota kanaa akka ta'uu danda'u Kiristaanoo Roonaaldoo dubbate. Lamine Yamal amma umuriin isaa waggaa 17 yoo ta'u daandeetti ajaa'ibaa addunyaatti argisiisee jira.
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Raheem Sterling seenaa Chaampiyoonsi Liigii keessatti taphataa jalqabaa gareewwan Ingiliiz adda addaa 4f taphate ta'eera Liivarpuul, Maan Siitii, Cheelsii fi amma Arsenaal.
إظهار الكل...
Taphaa champions league halkaan taphatamen Atlanta 0:0 Arsenal
إظهار الكل...
Haara champions league taphataman Atlanta 4:00 Arsenal waliin taphatuu
إظهار الكل...
Wallpaper haara isiinf qabadheen dhufee jiraa
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Oduu gaddaa.....‼️ Martin Ødegaar sababa miidhamni isaa cimaa ta'eef yoo xiqqaate ji'a lamaaf dirreerraa ni fagaata jedhamee😭 Oduu biraatiin tapha nations league irratti miidhamee kan ture Ricardo Kalafiorin fi tapha Tottenham waliinii irratti jijjiiramee kan bahe bukayo sakan gara shaakalaatti deebi'uun,morkii itti aanuuf qophii akka ta'an ifoomeera!!
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Fermin Lopez miidhaan haaraan isa mudatee ammas fayyuuf garee irraa fagaatee jira torbee muraasa dabalataaf dirree irratti isa hin arginu.
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Kenan Yildiz taphataa dargaggeessa taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa Juuveentus goolii galche ta'eera. Waggaa 19 fi guyyaa 136
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Maanchistar Siitiin seera faayinaansii Fair Play liigii cabsine jechuun himannaa isaan ittisuuf ogeessa seeraa beekamaa Lord Panick jedhamu qacaruun isaa ni beekama. Abbaan seeraa beekamaan Loord Paaniik dhaddacha Maanchistar Siitii kaleessa eegale irratti michoota ogummaa isaa waliin hojii isaa ifatti jalqabe. Deeggartoonni Maanchistar Siitii yeroo dirree isaaniitti taphatan maqaa abukaatoo kanaa qubee gurguddaan deeggaruun mul'achuun isaanii ni yaadatama. Maanchistar Siitiin sa'aatii tokkotti Yuuroo kuma 5 akka kaffalu himamaa jira. Akkasumas dhimmi Maanchistar Siitii gara Mana Murtii Ol'aanaatti yoo deeme abukaatoon kun sa'aatii tokkotti Yuuroo kuma 80 akka kaffalamu gabaafameera. Maanchistar Siitiin mindaa olaanaa kilabicha keessatti taphataa sarara gidduu Keevin De Bruyne'f kan kaffalu yoo ta'u, abukaatoon kun ammoo kaffaltii o
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.