cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Elias K. Law Room

A channel mainly created to make access of laws and law notes to lawyers freely.

Show more
Ethiopia1 919The language is not specifiedLaw605
Advertising posts
13 402
Subscribers
+1424 hours
+587 days
+41430 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Transfer_of_Land_Rights_in_Ethiopia_Towards_a_Sustainable_Policy.pdf1.50 MB
Judicial_protection_of_property_rights_ato_Hailu_Burayu,_Dr_Elias.pdf2.68 KB
🙏 3👍 2
👉Qabiyyee lafaa nama biraa irratti osoo abbaan qabiyyee hin mormiin yoo mana ijaare abbaa qabiyye manichaa fi lafa manni irratti ijaaramee ta'a jechuun murtiileen kennamaa turan yeroo ammaa manni maree federeeshinii ejjannoo qabate jijjiruun murtii kennu isaa yeroo darbe post godhame ture. 👉Gama kanaan barreefamoota ogeessotaan barraa’an kana dura murtiicha qeeqaa turan jiraachuunis ibsame jira. barreeffamoota kanneen keessa muraasni kunoo.👉(credit to Behailu Solomon-Abukaatoo fi Gorsaa Seeraa) 👉Judicial Protection of Private Property Rights in Ethiopia: Selected Themes: By Hailu Burayu Elias N. Stebek & Muradu Abdo 👉Transfer of Land Rights in Ethiopia: Towards a Sustainable Policy Framework: By D a n i e l B e h a i l u G e b r e a m a n u e l
Show all...
212110.pdf9.82 KB
የሰ.መ.ቁ 239711 የሰ.መ.ቁ 23141.pdf7.23 KB
191393.pdf9.62 KB
235829.pdf8.91 KB
237423.pdf1.26 MB
👍 3
212110.pdf9.82 KB
የሰ.መ.ቁ 239711 የሰ.መ.ቁ 23141.pdf7.23 KB
191393.pdf9.62 KB
235829.pdf8.91 KB
237423.pdf1.26 MB
Galmeeleen murtiilee dirqisiisoo abbootii seeraa torbaan kennaman kanneen gubbaa irratti table dhaan kaa'aman kunoo
Show all...
Murtiilee dirqisiisoo dhaddachi Ijibbaataa MMWF, bara 2015 fi 2016, abbootiin seeraa baay'inaan torba ta'an irratti moggaafamuun murteessaniifi Ibsa gabaabaa murticha irratti kenname Fuula FB MMWF irraa kan fudhatame.       Desalegn B.
Show all...
የፌደራል ጠቅላይፍቤት.pdf7.35 KB
👍 3
👉From Behaylu Solomon 👉M/Murtii Feedaraalaa Dhadachii Ijibbaataa jildii 4ffaa irraa eegalee murtiilee dirqisiisaa Kennaa turen qabiyyee lafaa nama kan biraa irratti osoo abbaan qabiyyee hin morniin yoo mana ijaare Abbaa qabiyye manichaa fi lafa manni irratti ijaaramee ta'a jechun murteessaa jira. Murtiilee kanaafiis sababni dhiyeessu lifti qabeenya ummataa fi mootummaa waan ta'ef(Heera Mootummaa kwt 40(3) lafa irratti mana nama ijaareef eegumsi taasifamuu qaba kan jedhu dha. Ejjannoon kun waan barameef falmiin irratti dhiyaachaas hin jiru. Garu ogeessonni gameessi dhimma kana irratti qorannoo taasisan kan akka Dr Muraaduu Abdoo. Filipinos Ayinaalem fi Mollaa Abbaabuu fi kkf barreefama adda addaa qopheessun murtilee kunnen qeeqaa turan. Amma garu M/M/Feedareeshinii ejjannoo kana jijjjiiree jira. Namoonni barreefamoota ogeessota armaan olitti caqasaman barbaaddan isiniif erguu nan danda'a. Mee murtii kana akkamitti ilaalatu?
Show all...
👍 18 3
Barreeffama Gabaabaa "Cheekiifi Wabummaa" (ቼክና ዋስትና) jedhu kana kan barreesse Yoseef Ayimiroo yemmuu ta'u, barreessichi barreeffamicha keessatti dhimmoota murteessoo garaagaraa kaaseera.👇👇👇      Desalegn B.
Show all...
Cheque & Guarantee vi.pdf4.08 KB
👍 7
Repost from Firew Law Office
📎Waliigaltee barreeffame malee Mallaqa liqeessuun bu'aa hordofsiisu.
Show all...
በፅሁፍ_ያልተደረግ_የብድር_ገንዘብ_ውጤቱ.pdf1.27 KB
🙏Deeggarsa hatattamaa🙏 👉Mucaan kun #Anuwaar Aadam umriin isaa waggaa 14 yoo ta'u barnoota isaa irratti cimaa ture. Haa ta'u malee dhukkuba onneetiin qabamee maatiin isaa waan qaban hunda gurguruun yaalchisaa turanis yeroo ammaa garuu yaaliin baqaqsanii yaaluu taasifamuu akka qabu murtaa'ee jira. Yaalii kanaaf qorichaa fi siree osoo hin dabalatin qarshii kuma# 650 gaafatamanii jiru. Sababa kanaan yeroo ammaa Hospitaala Adaamaa keessatti guyyootaaf oksijiiniin rakkachaa jira. Kanaaf yeroo gabaabaa keessatti wal’aansa argachuun yoo danda’ame waaqayyoo waliin fayyaan mucaa kanaa akka deebi'uuf ibsameera. Maaloo daa'ima kichu fiigee hin quufne kana waan qabnuun haa gargaarru. 👉Koreen deeggarsaa herrega baankii Abukaatoo fi Gorsaa seeraa kab. Muussaa Amaan fi abbaa daa'imaa Aadam Hajjii tiin baname jira. CBE# 1000650324092 Maatii isaa
Show all...
👍 13 2
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.