cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa

Telegraamiin kun kan Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa yoo ta’uu odeeffannoo dabalataa karaa itti argattaniidha.

Show more
Finland462The language is not specifiedLaw474
Advertising posts
17 267
Subscribers
+1024 hours
+1617 days
+40430 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Jilli Gaggeessitootaa fi Ogeessota Mana Murtii Waliigalaa Mootummaa Naannoo Amaaraa, Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaatti Argamuun Muuxannoo Jijjiirraa Taasise ------------------------------- (Fulbaana 9,2017 MMWO,Caffee Araaraa,Finfinnee)-Jilli gaggeessitootaa fi ogeessota Mana Murtii Waliigalaa Mootummaa Naannoo Amaaraa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaatti argamuun muuxannoo jijjiirraa taasiseera.Manneen Murtii Oromiyaa keessatti kenna tajaajila abbaa seerummaa si'ataa fi dhaqqabamaa akka ta'uuf hojii hojjatamaa jiru irratti ibsi  kennameeraafi.Miseensonni jilichaas riifoormiiwwan mana murtichaatiin diriiranii hojii irra oolaa jiran manneen murtii naannolee biroof fakkeenya kan ta'uu fi Manni Murtii Waliigalaa Naannoo Amaaraas muuxannoo Oromiyaa kana fudhatee hojii irra oolchuuf kan hojjatu ta'uu himaniiru. ------------------------ #Daayireektoreetii_Dhimmoota_Komunikeeshinii ★★★★★★★★★★★★★ የአማራ ክልል ጠቅላይ ፍርድ ቤት  ልዑካን የልምድ ልዉዉጥ ---------------------- (መስከረም 9, 2017-ኦ/ጠ/ፍቤ/ት/ጨፌ አራራ/ፊንፍኔ)-የአማራ ክልል ጠቅላይ ፍርድ ቤት የአመራሮችና ባለሙያዎች ቡድን ኦሮሚያ ጠቅላይ ፍ/ቤት በመገኘት የልምድ ልዉዉጥ አድርጓል፡፡በኦሮሚያ ፍርድ ቤቶች የዳኝነት አገልግሎት አሰጣጡን ቀልጣፋና ተደራሽ ለማድረግ እየተተገበሩ ያሉ የቴክኖሎጂ ዉጤቶችን በተመለከተ ለልዑካን ቡድኑ ገለፃ ተደርጓል፡፡የልዑካን ቡድኑ አባላት በኦሮሚያ ክልል ፍርድ ቤቶች እየተተገበሩ  የሚገኙ  የሪፎርም ስራዎች ለሌችም ክልሎች ጥሩ ተሞክሮ እንደሚሆኑና የአማራ ክልል ፍርድ ቤቶችም እነዚህን ተሞክሮዎች ወስደዉ ለመተግበር እንደሚሰሩ ገልፀዋል፡፡ ------------------ #የኦሮሚያ_ጠቅላይ_ፍርድ_ቤት_ኮሚዩኒኬሽን_ጉዳዮች_ዳይሬክቶሬት
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Jijjiirraa Dantaa Hojiif Taasifame.
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Jijjiirraa Abbootii Seeraa ----------------------------- (Fulbaana 7,2017 MMWO,Caffee Araaraa,Finfinnee)-Gumiin Bulchiinsa Abbootii Seeraa Oromiyaa yaa'ii idilee 128ffaa har'a Fulbaana 7,2017 gaggeesseen yaada murtii jijjiirraa Abbootii Seeraa Mana Murtii Aanaa fi Abbootii Seeraa Mana Murtii Ol'aanaa dhiyaate irratti maryachuun mirkaneessee jira. Bu'uuruma kanaan jijjiirraa idilee fi rakkoo hawaasummaa raawwatame isiniif maxxansuu keenya ibsa, jijjiirra dantaa hojiif raawwatame sa'aatii muraasa booda kan isiniif maxxansinu ta'uu ni hubachiifna. -------------------------- #Daayireektoreetii_Dhimmoota_Komunikeeshinii
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Baga Geessan !! -------------------------- Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga ayyaana mawuliidaa waggaa 1499ffaa geessan jechaa ayyaanichi kan nagaa fi gammachuu akka isiniif ta'u hawwii qabu ibsa. ----------------- "Ayyaana Gaarii !!"
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.