cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Guduunfaa Seenaa

Yaada keessaniif https://t.me/+Rk2l-dcoMkRmMTM0

Show more
Finland3 866The language is not specifiedEducation122 004
Advertising posts
212
Subscribers
No data24 hours
+187 days
+1630 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Paartiin TPLF Geeetaachoo Raddaa dabalatee namoota 16 aangoo irraa ari'e; hojii siyaasaa kamillee akka hin hojjanneef uggureera.
Show all...
Ameerikaan humna waraanaa Gibxii deggerte. Ameerikaan michuu ishee kan waggoota 200f michummaa wajjin qabdu Gibxii kan taateef humna waraanaa ishee tumsuuf doolara mil. 1.3 keeniteef.
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12 Qaammee 4 akka ifoomu beekame.
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Qodaalonni ABO torba hidhaa waggoota afurii booda gadhifaman.
Show all...
Israel haleellaa xiyyaaraan West Bank keessatti raawwatteen namoonni nagaa 9 ajjeefamaniiru.
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Qormaanni biyyaalessaa Itiyoophiyaa akka waan ifoomeetti midiyaaleen hawaasaa heddun afarsaa jiru. Dhugaan jiru garuu hanga ammaatti wanti gadi dhiifame hin jiru waan ta'eef holola sobaa irraa of qusadhaa!
Show all...
👏 1
Lolli Israelfi Haamaas hammaachuurra darbee Libaanosii wajjin walolaa jiru, kun immoo biyyoota arabaa akkan yaaddessee jira.
Show all...
🔥 1
Photo unavailableShow in Telegram
Raashiyaan misaayilaa 200 oliin iddoowwan annisaa baayyee murteessoo haleeltee jirti.
Show all...
🔥 1
Photo unavailableShow in Telegram
Sudaanitti hidhi cabee namootni 60 ol du'uun gabaafame.
Show all...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Rooba Ganna kana roobaa jiruun Lagni Oomoo guutuun jiraattootni 79000 ol buqqa'un himamaa jira.
Show all...
🔥 1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.