cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

๐šƒ๐šŽ๐šŠ๐šŒ๐š‘๐šŽ๐š› ๐†๐ฎ๐ข๐๐ž ๐šŠ๐š—๐š ๐š‚๐š๐šž๐š๐šŽ๐š—๐š ๐šƒ๐šŽ๐šก๐š ๐™ฑ๐š˜๐š˜๐š”

Hordoftoota Kabajamtoota channel koo hundaaf Yeroo kara Channel kana dhuftan Dhiifamaa Wajjiin #SHARE gochuu hin dagatinaa '๐˜๐€๐€๐ƒ๐€ ๐˜๐Ž๐Ž ๐๐€๐๐€๐“๐€๐ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @milkii_oro ๐‘œ๐‘Ÿ ๐‘“๐‘œ๐‘Ÿ ๐‘๐‘Ÿ๐‘œ๐‘š๐‘œ๐‘ก๐‘–๐‘œ๐‘› ๐Ÿคทโ€โ™‚๏ธ๐Ÿคทโ€โ™‚๏ธ๐Ÿคทโ€โ™‚๏ธ๐Ÿคทโ€โ™‚๏ธ milkii_oro

Show more
Finland847The language is not specifiedEducation17 719
Advertising posts
10 091
Subscribers
-224 hours
-817 days
-47130 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Firiin Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2016 guyyaa boruu gadhiifamuu erga ibsamee booda barattoonniifi maatiin barattootaa obsaan eegaa kan jiran yommuu taโ€™u , barattootaafi maatii barattootaa yaaddoo keessa jiraniif ergaa kana akka dabarsinu maatiin barataa bara kana firii mucaasaa eegaa jiru irraa nu qaqqabeera. Ergichis akka armaan gadiitti dubbifama โ€œ ๐ŸŒŸ Dhaamsa Barattoota fi Maatii Bu'aa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12 Eeggataniif ๐ŸŒŸ Akka abbaa buโ€™aa Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12 boruu hawwii guddaan eegaa jiruutti, baayโ€™een keenya miira walmakaa โ€“ yaaddoofi gammachuu akka nutti dhagaโ€™amu nan beeka. Yeroon kun ijoollee keenyaaf yeroo guddaadha, garuu waantota armaan gadii ilaalcha keessa galchuun barbaachisaadha. Barattootaaf Buโ€™aa baโ€™ii dabartee hanga kana dhufteetta! Boru bu'aan maal akka taโ€™e hin beektu garuu qormaanni kun egeree kee hin ibsu. Wanti akka yaadatti siif dhaamu - Tasgabbaaโ€™i: Waan dandeessu hunda gooteetta, kunis waan itti boonnudha. Buโ€™aan barbaachisaa dha, garuu dandeettii kee guutuu bakka hin buโ€™u. - Kun tarkaanfii tokko malee imala guutuu miti: Darbitus, duubatti deebi'iinsi si mudatus, karaaleen milkaa'ina hedduutu jira. Yoo wanti akka karoorfametti hin deemne addunyaan addunyaa qormaataati jabaatu qorama. Qormaanni si mudatu hundi akka cimtu si taasisa! Maatiif: Ijoolleen keenya yeroo kamiyyuu caalaa amma deeggarsa keenya barbaadu. Buโ€™aa yeroo eeggannuu kanatti ijoollee keenya eenyummaan isaanii qormaata tokkoon akka hin madaalamne haa yaadachiifnu. Akkaataa itti gargaaruu dandeenyu kunooti: - Deeggarsaa fi jajjaina Buโ€™aan isaa maal iyyuu yoo taโ€™e, carraaqqii isaaniitti akka boontu mucaa kee beeksisi. - Filannoo isaanii irratti mari'adhaa: Yoo wanti gaariin dhufe isaan waliin ayyaaneffadhaa. Yoo hin taane, karaa biraa akka qoratan gargaaraa, yeroo hunda carraan haaraan akka jiru itti himaa. - Ijoolleen keenya miira humnaa ol ta'e itti dhaga'amuu danda'a. Fayyaa miiraa isaanii yaada keessa galchinee duubatti deebiโ€™uun yeroodhaaf kan jiruu fi qaama jireenyaa akka taโ€™e haa yaadachiifnu. Xumura irratti Boru dhuma miti, jalqaba haaraa qofa. Fuuldurri waan fedhe haa ta'u ifaadha. Boru abdii, amantii, fi dandamachuun haa eegnu โ€“ yeroo hunda karaan fuulduratti ittiin adeemnu hedduutu jira, dandeettiin ijoollee keenyaas daangaa hin qabu. Karaa nuun jenneen qofa miti. Nutis yeroo as geenye karaa maatii keenyaan osoo hin taane karaa mataa keenyaan adeemneeti. Wanta nuti ijoollee keenya irra eegnurra wanta isaan dandaโ€™antu milkaaโ€™ina. Waan isaan dandaโ€™an irratti bira dhaabbanna. Abdii hin murru. deeggarsaa ijoollee keenyaafi ummata oromoo maraaf taassisaa jirtaniif isiniin boonna isin jaalanna. Nama hundaaf boruuf waan gaariin hawwaa! โ€œ Maatii barataa irraa !
Show all...
๐Ÿ‘ 24๐Ÿ‘ 12โค 1
#KUTAA_12FFAA Buโ€™aa qormaata kutaa 12ffaan walqabachuun miidiyaalee hawaasaa garaa garaa irra oduu sobaa tamsaโ€™uun barattootaafi maatiin barattoota burjaajaโ€™aa jiraachuu miidiyaan argeera. Buโ€™aa qormaataan walqabachuun miidiyaan akkuma waggoota dheeraaf taassisaa ture yeroon odeeffannoo qabatamaa sababa isiniin gaโ€™uuf, hangisitti burjaajjii hin barbaachisne irraa of qusachuun yeroo boqonnaa gaarii akka dabarsitan isiniif dhaama. Odeeffannoo qabatamaan akkuma nu qaqqabeeenis kallattin kan isin beeksisnu ni taโ€™a
Show all...
๐Ÿ‘ 23โค 14
Show all...
แ‹จแŠฅแŠ•แŒ…แŠแˆฎแ‰ฝ แ‹แˆŽ (@AbelBirhanu @MrVivekBindra @TheEngineeringFamily @LiveEngineerOfficial )

แˆˆแˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ต แˆฅแˆซ แ‹จmaterial แˆ›แˆแˆจแ‰ป แ‰ฆแ‰ณ

๐Ÿ‘ 4โค 3
Show all...
Jaalalan Garaa fuldurattiโคโค

๐๐€๐†๐€๐€ ๐๐€๐†๐€๐€๐ ๐ƒ๐‡๐”๐…๐“๐€โ„• โœ๏ธแŠฅแˆแŠแ‰ณแ‰ฝแŠ• แ‹จแŒแˆ‹แ‰ฝแŠ•โ˜ช๏ธ ๐Ÿ‘ˆแˆแ‹ญแŠแ‰ณแ‰ฝแŠ• แ‹‰แ‰ แ‰ณแ‰ฝแŠ• ๐Ÿ‘ˆ แ‰ แ‹šแˆ… แŒแˆฉแ• แ‹แˆตแŒฅ *แˆ˜แŒ€แŠแŒ€แŠ• *แˆ˜แŒ แ‰ฃแ‰ แˆต *แˆ™แ‹ต แˆ˜แ‹จแ‹ แ‹ญแ‰ฝแˆ‹แˆ 50 แˆฐแ‹ ADD แˆ‹แˆจแŒˆ แ‹ณแŒแˆ Addmin แ‹ญแˆฐแŒ แ‹‹แˆ แแ‰ณ แ‰ แˆ‰๐Ÿ‘๐Ÿ‘ Rakkon yo jiratee kaara keessattin nu duubisaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @milkii_oro ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†

โค 1
Bagaa gammadan namoonni qarshii karaa salphaa ta'een argachuu barbaadan karaa #linki asiin gadiin kanaan seentanii hojjeechuu dandeessuu galatooma ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹ https://t.me/quizearnbot/quiz?startapp=59854113720737491
Show all...
QuizEarn

Do quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars.

๐Ÿ‘ 2
Photo unavailableShow in Telegram
๐Ÿ‘Š๐Ÿ‘Š๐Ÿ‘Š๐Ÿ‘Š๐Ÿ‘Š๐Ÿ‘Š๐Ÿ‘Š๐Ÿ‘Š๐Ÿ‘Š๐Ÿ‘Š๐Ÿ‘Š๐Ÿ‘Š๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜
Show all...
๐Ÿ‘Ž 16๐Ÿ‘ 5โค 4๐Ÿ™ 1
Photo unavailableShow in Telegram
โฃ๐Ÿ“”๐Ÿ“šโ€‚โ€‚โ€‚โ€‚โ€‚โ€‚โ€‚โ€‚โ€‚โ€‚โ€‚๐Ÿ“š ๐Ÿ““๐Ÿ“š๐Ÿ“–โ€‚โ€‚๐Ÿ˜ซโ€‚โ€‚๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ““ ๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐Ÿ“šโ€‚โ€‚๐Ÿ“โ€‚โ€‚๐Ÿ“—๐Ÿ’ป๐Ÿ“˜ ๐Ÿ“–โฃ๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“– แ‹จแ‰คแ‰ต แˆตแˆซ โœ๏ธ๐Ÿ“โœ๏ธ๐Ÿ“โœ๏ธ๐Ÿ“โœ๏ธ๐Ÿ“
Show all...
๐Ÿ‘ 15โค 4
Photo unavailableShow in Telegram
๐Ÿ…’๐Ÿ…๐Ÿ… ๐Ÿ…จ๐Ÿ…ž๐Ÿ…ค ๐Ÿ…ข๐Ÿ…ž๐Ÿ…›๐Ÿ…ฅ๐Ÿ…” ๐Ÿ…ฃ๐Ÿ…—๐Ÿ…˜๐Ÿ…ขโคโคโค๐Ÿ˜
Show all...
๐Ÿ‘ 8๐Ÿ‘Ž 2
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.