cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Ciroo/Chiro College of Teacher Education

Dhaabbata Barnoota mootummaa bara 2003 A.L.I.tti kan hundaa'e/ Governmental Educational organization stablished in 2003 E.C

Show more
Finland973The language is not specifiedEducation20 098
Advertising posts
8 728
Subscribers
+1024 hours
+597 days
+25330 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

KBBn Ciroo mana haadha harka qalleettii Bulchiinsa  Magaalaa Ciroo araddaa Qillisoo keessaatti argamu haaromsa jalqabsiisee jira. =======================================================
Show all...
Dhaabbii biqiltuu sagantaa  Ashaaraa magariisa bara 2016 irratti  hawaasni kolleejjii Barnoota Barsiisotaa yommuu hirmaatan
Show all...
Gareen ogeeyyii  Biiroo Biiroo Barnoota Oromiyaa irraa dhufan Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Cirootti argamuun, haala hojii waliigala kolleejjichaa , haala leenjiin itti kennamaa jiruufi qophii simannaa kaadhimamtootaa bara 2017tiif  taasifamaa jiru daawwataniiru
Show all...
Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Cirootti leenjiin barsiisota BSTDtiif  kennamaa jiru ogeeyyii  BBO irraa dhufaniin daawwatameera
Show all...
This is to inform you that you can access text books on this link ➡️http://t.me/oeb2020
Show all...
Kolleejjii Barnoota Barsiisota Cirootti ,leenjifamtoota sagantaa adda addaatiin  ganna bara 2016tiif oranteeshinni kennameera
Show all...
Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Cirootti haala qophii simannaa leenjii ganna bara 2016 fi haala qophii simannaa kaadhimamtoota idilee bara 2017 fi kallattii hojii Kolleejjii gara fuulduraa irratti   Iddoo Pireezdaantiin Yuunivarsiitii Odaa Bultum fi  walitti qabaan boordii KBB Ciroo Pirofeesar  Muktaar Mahammad fi Darekteerri Daarektoreetii Barnoota ol'aanoo Qorannoofi Qo'annoo Biiroo Barnoota Oromiyaa  Obboo AdmaasuuWaggaarii argamanitti mariin geeggeffamerra, daawwannaan hojii waliigalaas mooraa KBB Ciroo keessaatti   geggeeffameera
Show all...
Go to the archive of posts
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.