cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

QAROO-MAGAZINE

🌟 Qaroo'n argartuudha. 🌏Maddeen Odeeffannoo dhugaa fi amaanamoo ta'an karaa telegram Afaan Oromoon tin argachuuf kunooti channel kenyaa #join gochuun hordofaa. Website➡️ http://WWW.QAROO.ORG 📩 Inbox @QarooMagznBot

Show more
Finland914The language is not specifiedNews & Media16 064
Advertising posts
9 453
Subscribers
+224 hours
-127 days
+24930 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

#Waamicha #Yuunivarsitii_Booranaa Guyyaan galmee Fulbaana 25 fi 26/2017 Barattoota haaraafi Rimidiyaala dabartan Fulbaana 23 fi 24/2017 @QarooMagazine
Show all...
👍 7
Photo unavailableShow in Telegram
Oromiyaatti adeemsi baruu fi barsiisuu bara 2017 boru eegala - BBO Naannaaoo Oromiyaatti adeemsii baruu fi barsiisuu bara barnootaa 2017 guyyaa boruu Kibxata, Fulbaana 7, 2017 kan eegalu ta’uu Biiroon Barnootaa beeksiseera. Manneen Barnootaa kuma 37, 941 ol keessatti Barsiisota kuma 300 oliin barattoota miliiyoona 12 ol simachuun barsiisuuf qophii ta'uu ibsameera. @QarooMagazine
Show all...
👍 9 5🕊 1
Photo unavailableShow in Telegram
Barnoonni boru eegala! Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti barnoonni idilee bara barnootaa 2017 guyyaa boruu Wiixata Fulbaana 6, 2017 akka eegalu biiroon barnoota magaalicha beeksiseera. @QarooMagazine
Show all...
👍 6🕊 1
Photo unavailableShow in Telegram
Barattoota miiliyoona 10’f Tajaajilli nyaataa ni kennama! Naannoo Oromiyaatti Bara barnoota 2017tti barattoota miiliyoona 10 ta’aniif tajaajilli nyaataa kan kennamu ta’uu Biiroon Barnoota naannichaa Beeksise. Bara baajatichaatti manneen barnootaa kuma 20 keessatti barattoonni idileen duraa fi sadarkaa1ffaa miiliyoonni 10.1 fayyadamoo tajaajila nyaataa akka ta’an Hoogganaa Itti Aanaan Biiroo Barnoota Oromiyaa Obbo Girmaa Bayyisaan ibsaniiru. Manneen barnootaa keessatti bakkeewwan baruuf barsiisuuf hin olleetti hojiillen misooma qonnaa kan hojjetaman ta’uu kaasaniiru. Bara 2016 barattoonni miiliyoona 6.8 fayyadamoo tajaajila nyaataa ta’uu ibseera. #TOI @QarooMagazine
Show all...
👍 7🙏 1
Photo unavailableShow in Telegram
#Mawulida: Guyyaan dhaloota Nabi Muhaammad (s.a.w) waggaa 1499ffaa guyyaa boruu #Mawulida akka kabajamu Manni Murtii Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Itoophiyaa beeksise. @QarooMagazine
Show all...
👍 1
Himanni irratti banamee jira! Namoota 6 "nageenya Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa balaaf saaxiluuf socho'an" jedhaman irratti dhaddacha dabaree mana murtii Federaalaa Olaana Lidataatti himannaan banameera. Himannaan Ministeera Haqaa dhimmoota gurmaa'anii fi daangaa ce'anii maal jedha? - Yakka xiyyaara dogoggoraan qabachuu, - Yakka hojjataan mootummaa tokko hojii isaa akka hin raawwanneef mormuu fi ajajamuu diduu jedhuun himatamaniiru. Dabalataan himatamaa 1ffaa Joohaannis Daani'eel qofa irratti "Yakka maqaa daandii xiyyaaraa balleessuuf Viidiyoo sochii karaa sirna kompiitaraan raabseera" jechuun himatameera. Himatamtoonni himannaan iratti baname: - Yohaannis Daani'eel - Amaanu'eel Mawuchaa, - Naataanaa'eel Wandosan, - Eliyaas Dirribaa, - Yididiyaa Natsannat fi Illeenii Kinfaati. @QarooMagazine
Show all...
👍 1
#Irreecha Dirree Araaraa, Galataafi Ulfinaa! Irreechi dirree araaraa, galataa, nagaafi ulfinaa yoo ta'u, faajjii tokkummaafi obbolummaa dagaagsudha. Irreechi tokkummaa Oromoo cimsuu cinaatti, tokkummaa sabaafi saba-lammoota waliin qabnu cimsuu keessaatti shoora olaanaa qaba. Kanaaf faajjii tokkummaafi obbolummaa kan ta'e miidhaksuun hawwattummaa isaa daraan dabaluun ga'ee keenya waan ta'eef Irreechaa bara kanaa kan baroota darbanii caala miidhaksuun karaa aadaafi duudhaa isaa eeggateen akka kabajamu gochuuf gama hundaan qooda keenya ba'uu qabna jedhameera. (Komunikeeshinii oromiyaa) @QarooMagazine
Show all...
👍 2
Namoonni ilaalchuu isin rakkisee, comment jalaati registration number keessan barreessaa. Team @QarooMagazine ✅ isin gargaaruuf qophii dha
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
1. Poortaala: https://result.eaes.et 2. Bot Telegiraamii:- https://t.me/EAESbot 3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon kun kaffaltii ni qabaata. @QarooMagazine
Show all...
👍 13 2🕊 2
Photo unavailableShow in Telegram
Karaan ittiin bu'aa qormaata kutaa 12ffaa ilaalan ifoomeera Bara barnootaa 2016 bu’aa Xumura mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Itiyoophiyaa (kutaa 12) ilaaluuf hidhi ifoomeera. Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 bu’aa isaanii karaa filannoowwan armaan gadiititiin sa’aatii 6:00 irraa eegalee ilaaluu ni danda’u. Haaluma kanaan 1. Poortaala: https://result.eaes.et 2. Bot Telegiraamii:- https://t.me/EAESbot 3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon kun kaffaltii ni qabaata. @QarooMagazine
Show all...
👍 16🕊 1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.