cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Qorannoo Amantii Kiristaanaa ✝☪️

Advertising posts
8 178
Subscribers
+1024 hours
+547 days
+69530 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Nama dhugaa barbaaduuf ragaan xiqqoon gahaadha. Maqaan Yesuus jedhu uumama. Maqaan uumamaa immoo Waaqayyoof hin fayyadamamu. Maqaa Yesuus jedhu kan moggaase uumama. Uumamni Uumaaf maqaa hin moggaasu. Kanaafuu Yesuus maqaa isaa irraa ka'ee uumama akka ta'e hubanna. Yesuus uumama ta'ee osoo jiruu, Waaqayyoodha jedhanii gabbaruun karaa #jennataa namatti cufuun, #jaannama nama geessa. لَّقَدْ كَفَرَ ٱلَّذِينَ قَالُوٓا۟ إِنَّ ٱللَّهَ هُوَ ٱلْمَسِيحُ ٱبْنُ مَرْيَمَۚ قُلْ فَمَن يَمْلِكُ مِنَ ٱللَّهِ شَيْـًٔا إِنْ أَرَادَ أَن يُهْلِكَ ٱلْمَسِيحَ ٱبْنَ مَرْيَمَ وَأُمَّهُۥ وَمَن فِى ٱلْأَرْضِ جَمِيعًاۗ وَلِلَّهِ مُلْكُ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَاۚ يَخْلُقُ مَا يَشَآءُۚ وَٱللَّهُ عَلَىٰ كُلِّ شَىْءٍ قَدِيرٌ "Warri “Rabbiin isumatu Masiih ilma Maryami” jedhan dhugumatti kafaraniiru. Jedhi: "sila yoo Inni Masiih ilma Maryam, haadha isaatiifi namoota dachii irra jiran hunda balleesuu fedhe eenyutu Rabbi irraa isin tiksa?" Mootummaan samii, dachiifi wantoota gidduu isaan lamaanii jiran hundaatuu kan Rabbiiti. Waan fedhe uuma. Rabbiin waan hunda irratti danda’aadha." [5:17] Rabbiin qajeeluma isaaniif haa kennu! Nuuf immoo Obsa gaarii haa kennu! Fuula telegram 👇 https://t.me/Dhugaa_Dhokate Fuula telegram 👇 https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d Fuula Facebook keenya 👇 https://www.facebook.com/profile.php?id=100091833153467&mibextid=ZbWKwL
Show all...
Dhugaa Dhokate

Dʜᴜɢᴀᴀ ᴅʜᴏᴋᴀᴛᴇ

Maqaan #Yesuus jedhu uumama dha. بسم الله الرحمن الرحيم Jalqaba wanti nuti hubachuu qabnu, maqaan uumamaa maqaa Waaqayyoof tajaajiluu hin dandeenye akkasumas maqaan Waaqayyo uumamaaf akka hin tajaajilleedha. Kana irraa kaanee maqaan Yesuus uumama moo miti kan jedhu ni ilaalla. Maqaan Yesuus jedhu; bara kitaaba kakuu moofaa keessatti nama baay'eef ooleera. Namni uumama. #1. “Ilma Naawe Iyyaasuu” 👉 Seera Lakkoobsaa 11:28 "Kana irratti Iyaasuun ilmi Nun inni ijoollummaa isaatii jalqabee gargaartuu Musee ture, "Yaa Musee gooftaa ko! Jara kana dhowwi!" jedheen." Ati maal taate, kun #Iyyaasuu jedha jechuun Keessan hin oolu. Maqaan #Yesuus jedhu kun maqaa uumama akka hin taane gochuuf baay'ee itti dhama'ani. Bakka #Iyyesuus jedhu hunda #Iyyaasuu jechuun jijjiiranii bakka buusani. Kan afaan #Gee'izii #Yesuus jedha malee #Iyyaasuu hin jedhu. 👇 ዘኍልቍ 11፥28 ወይቤሎ #ኢየሱስ ዘነዌ ዘይቀውም ቅድሜሁ ለሙሴ ዘውእቱ ኅሩዩ ይቤሎ #እግዚእየ ሙሴ ክልኦሙ ። #Hiikkaan፦ “ከልጅነቱ ጀምሮ የሙሴ አገልጋይ የነበረው የነዌ ልጅ #ኢየሱስ፦ #ጌታዬ ሙሴ ሆይ፥ ከልክላቸው አለው።” "Kana irratti Iyyesuus ilmi Nawe inni ijoollummaa isaatii jalqabee gargaartuu Musee ture, "Yaa Musee gooftaa ko! Jara kana dhowwi!" jedheen." Akkuma argitan; maaliif isa Iyyaasuu jedhu gara Yesuusitti jijjiirani kan jedhuuf deebiin sammuu keessaniif haa taa’u! Dhugaa jiru adda baasuuf link armaan gadiin lakk 28 irraa hubachuu dandeessu. 👇 https://www.tau.ac.il/~hacohen/Octateuch/Numeri%2011.html Kanaafuu maqaan Yesuus maqaa uumamaa ta'uu kan ittiin adda baasnu keyyata kana jechuudha. Mee itti aansuun kakuu moofaa keessatti waan argine kana akkuma jirutti qabannee, gara kakuu haaraa haa dhufnu. Akkuma kana maqaan Iyyaasuu jedhu gara Yesuus akka jijjiirame hubanna. Ammas Ilma Naawee kan ta'e Yesuus gara Iyyaasuutti jijjiirame. 👇 "Abbooni keenya warri isaan booddees godicha fudhatanii, Iyaasuudhaa wajjin biyya saba warra Waaqayyo isaan duraa oofee baaseetti galan; godichis hamma bara Daawititti isaan gidduu ture." (Hojii Ergamootaa 7:45) Afaan Amaaraatiin Iyyaasuu jedhanii dhoksuuf yaalanis, Afaan ingiliffaa irratti #Jesus jechuun ifaan ifatti kaa’eera. 👉 Acts (KJV) 7:45 "Which also our fathers that came after brought in with #Jesus into the possession of the Gentiles, whom God drave out before the face of our fathers, unto the days of David; Ammas dabalataanis 👇 Ibroota 4:8 #Iyaasuun iddoo boqonnaa sanatti utuu isaan galcheera ta'ee, Waaqayyo ergasii waa'ee guyyaa kan biraa hin dubbatu ture." Hebrews 4:8 (KJV) - "For if #Jesus had given them rest, then would he not afterward have spoken of another day." Egaa; akka itti jachi Yesuus jedhu gara Iyyaasuutti jijjiirame sirriitti hubachuu dandeessu. Namni #Yusxos jedhamu maqaan isaa #Yesuus akka ta'e dabalataanis haa ilaallu. ኢዮስጦስ ኢየሱስ” Qolasiyaas:- 4:10-11. "Arisxaarkos inni anaa wajjin hidhamee jiru nagaa isiniif in dhaama. Maarqos inni durbiin Baarnaabaas akkasuma nagaa isiniif in dhaama. Waa'ee Maarqos kanaan dura dhaamsi isin ga'eera; inni gara keessan yommuu dhufu simadhaa! #Yoshu'aan inni Yusxos jedhamus nagaa isiniif in erga; warra seera dhagna-qabaa eegan keessaa isaan kana kophaatu mootummaa Waaqayyootiif anaa wajjin hojjeta; isaan immoo guddaa na jajjabeessan." Colasians:- 4:10-11. (KJV) "Aristarchus my fellowprisoner saluteth you, and Marcus, sister's son to Barnabas, (touching whom ye received commandments: if he come unto you, receive him;) And #Jesus, which is called Justus, who are of the circumcision. These only are my fellow workers unto the kingdom of God, which have been a comfort unto me." Wanti baay'ee na dhibu, Yesuusiif maqaa kan moggaase Maleeykaa dha. Maleeykaan uumama. 👉 Luqaas 2:21 "Guyyaan saddeettaffaan erga darbee mucicha dhagna qabuun in ga'e; akkuma ergamaan Waaqayyoo utuu isheen hin ulfaa'in dura, haadha isaatti #himee turetti maqaa isaa #Yesus" jedhan." Yesuus Waaqayyo yoo ta'e, maqaa uumama garaa garaatu itti moggaase jechuudha. Kana jechuun #Abbaan_koo isa #booda_koo dhalatuuf #ani maqaa itti moggaasuu jechuudha.
Show all...
Dhugaa Dhokate

Dʜᴜɢᴀᴀ ᴅʜᴏᴋᴀᴛᴇ

👍 1
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮? What channels do you want? ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ? 𝑨𝒅𝒔:👇 https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8 https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
Show all...
𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝑨𝒎𝒂𝒏𝒕𝒂𝒂
𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝑩𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂
𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝑲𝒖𝒃𝒃𝒂𝒂
𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝑾𝒐𝒍𝒂𝒍𝒐𝒐
𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝑯𝒂𝒚𝒚𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂
𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝑪𝒐𝒎𝒑𝒂𝒓𝒂𝒕𝒊𝒗𝒆
𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝑮𝒐𝒓𝒔𝒂𝒂
𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝑴𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂'𝒊𝒏𝒂𝒂
𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝑫𝒂'𝒂𝒘𝒂𝒂𝒍𝒆𝒆
𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝑾𝒐𝒍-𝒅𝒐𝒓𝒈𝒐𝒎𝒎𝒊𝒊
𝑯𝒂𝒅𝒊𝒊𝒔𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝑸𝒖𝒓'𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂
𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝒀𝒐𝒖 𝒕𝒖𝒃𝒆
𝑻𝒊𝒌𝒕𝒐𝒌 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍
𝑩𝒆𝒔𝒕 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝑱𝒐𝒊𝒏
➕ 𝑨𝒅𝒅 𝒀𝒐𝒖𝒓 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 ➕
Waaqa isa hin nyaanne Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin 6:14:- "Sila Rabbii uumaa samiifi dachii, inni kan nyaachisu hin nyaanne ta'een alan gabbaramaa tolfadhaa?" jedhi" قُلْ أَغَيْرَ اللَّهِ أَتَّخِذُ وَلِيًّا فَاطِرِ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَهُوَ يُطْعِمُ وَلَا يُطْعَمُ Waaqni keenyi Allahan Qaama sooratu uumudhan inni kan hunda nyaachisudha. Garuu faallaa kanaatiin inni Rizqii keennaa waan ta'ef waaqa hin nyaannedha. 6:14:- "Sila Rabbii uumaa samiifi dachii, inni kan nyaachisu hin nyaanne ta'een alan gabbaramaa tolfadhaa?" jedhi" قُلْ أَغَيْرَ اللَّهِ أَتَّخِذُ وَلِيًّا فَاطِرِ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَهُوَ يُطْعِمُ وَلَا يُطْعَمُ 51:57:- Soorata homaatuu isaan irraa hin fedhu Akka Ana nyaachisanis hin fedhu. مَا أُرِيدُ مِنْهُم مِّن رِّزْقٍ وَمَا أُرِيدُ أَن يُطْعِمُونِ Macaafa Qulqulluu keessatti Waaqayyo inni tokko ta'e sun  akka hin nyaanne ibsameera: Farfannaa 50:13 "Ani foon korommii nan nyaadhaa ree? Yookiis dhiiga korbeeyyii nan dhugaa ree? Uumaan: nan nyaadha? nan dhuga? yeroo jedhu akka nama ajaa'ibutti hin nyaadhus hin dhugus jecha jira. Kanaa mannaa, hunda kan nyaachisudha: Faarfannaa 136:25:- “Inni foon kan uffate hundumaa in soora; gaarummaan isaa bara baraan in jiraata.” Waaqni keenya Allahan Maariyaamii fi ilma ishee addunyaaf Mu'ijizaa godhera. Garuu inni, ergamaa fi haati isaa dhugaa kan taate dha, sadarkaa kana caalus hin qaban. Lamaanuu akkuma uumama kamiiyyuu nyaata ni nyaatu ture. waaqeffammu kan qabu, kan nyaachisu kan ofi hin nyaane, Rizqi namas ta'e waa tokko irraa kan hin barbaanne, Rabbiin tokkicha gabbaramuu Allaaha dha. 5:75:- Masiih Ilma Maryam ergamaa isa dura ergamoonni dabran malee homaa miti Haati isaas akkaan dhugoomsituudha Lamaanuu nyaata kan nyaatan turan Akkamitti akka keeyyattoota ifa isaaniif taasifnu ilaali Ergasiis akkamitti akka isaan (dhugaa irraa) garagalan ilaali. مَّا الْمَسِيحُ ابْنُ مَرْيَمَ إِلَّا رَسُولٌ قَدْ خَلَتْ مِن قَبْلِهِ الرُّسُلُ وَأُمُّهُ صِدِّيقَةٌ ۖ كَانَا يَأْكُلَانِ الطَّعَامَ ۗ انظُرْ كَيْفَ نُبَيِّنُ لَهُمُ الْآيَاتِ ثُمَّ انظُرْ أَنَّىٰ يُؤْفَكُونَ Yesus seera uumamaa ja’aaf ni ajajama; Seerotni kun: beela, dheebuu, nyaachuu, dhuguu, fincaa’uu fi qulqullaa'udha. Yesuus nyaachaa dhugaa dhufe. Maatewos 11:19:- “Ilmi namaa yommuu dhufe, in nyaata, in dhugas; Luqaas 24:42-43 Kana irratti isaan qurxummii waadamaa seeraa tokko kenninaaniif, inni fudhatee isaan fuul duratti nyaate. Yesus kan beela’u, kan dheebotu, kan nyaatu fi dhugu erga ta'e. Wanti afaan seenu hundi garaacha keessaa seene gara qulqullinnatti  darbun isa dirqamsisa. Maatewos 15:17:- “Wanti afaaniin lixu hundinuu, mar'umaanitti darbee bakkeetti akka ba'u hin qalbifattanii ree?” Uumaan nama ta'e ni beela'a ni dheebota. ni nyaata, ni dhuga,ni qulqula'a ni fincaa'a jechuun isaaf amala hir'u fi qaaniidha. Gooftaan samii fi dachii, Gooftaa Arshii, Gooftaan injifannaa, waan isaan wassafan irraa qulqullaa’era. Jechi ''wassafan'' jedhe "yasifuna" يَصِفُونَ jechunis "waan isatti qindeessan ''they attribute'' irraa qulqullaa'e'' jechuudha: 43:82:- Rabbiin samiifi dachii kan Gooftaa arshii ta’e waan isaan ittiin (Isa) wassafan (ibsan) irraa qulqullaa’eera. سُبْحَانَ رَبِّ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ رَبِّ الْعَرْشِ عَمَّا يَصِفُونَ 21:22:- Rabbiin Gooftaa Arshii ta’e waan kaafiroonni (Isaan) jedhan irraa qulqullaa’e! فَسُبْحَانَ اللَّهِ رَبِّ الْعَرْشِ عَمَّا يَصِفُونَ 6:100:- Inni wantoota isaan kijibaan Isatti maxxansan irraa qulqulluufi ol ta’aadha. سُبْحَانَهُ وَتَعَالَىٰ عَمَّا يَصِفُونَ 23:91:- Rabbiin waan isaan itti fakkeessan (hunda) irraa qulqullaa’e! سُبْحَانَ اللَّهِ عَمَّا يَصِفُونَ 37:180:- Goftaan kee, Gooftaan injifannaa, waan isaan jedhaniin irraa qulqullaa’e. سُبْحَانَ رَبِّكَ رَبِّ الْعِزَّةِ عَمَّا يَصِفُونَ ✍Apoolojistii Islaamaa Wahiid https://t.me/Wahidomar1 Wassalaamu Aleykum
Show all...
ወሒድ የሃይማኖት ንጽጽር በኦሮምኛ

Obboleessi keenya wahid garaagarummaa fi tokkummaa amantaa islaamatiifi Kiristiyaanaa kessa jiru wal bira qabuudhan kan ibsuudha.

1
Photo unavailableShow in Telegram
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!! 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚  𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️ 𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂 ✅ 𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!! Ads: 👇👇 https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0 https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
Show all...
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐩𝐩𝐥𝐢𝐜𝐚𝐭𝐢𝐨𝐧𝐢𝐢
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐨𝐦𝐩𝐢𝐭𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐨𝐛𝐚𝐚𝐲𝐢𝐥𝐚𝐚
𝐊𝐨𝐨𝐝𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐃𝐡𝐨𝐤𝐬𝐚𝐚
𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
🔔🔔 በቴሌግራም ገብተህ ከታች ያለውን ፅሁፍ ጠቅ አድርግ። ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 የስኬት መንገድ ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 የህይወት ስኬት ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 ጥያቄዎች እና መልሶች ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 ቆንጆ ታሪክ ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 ወቅታዊ ዜና ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 ኢስላማዊ ሀይማኖት ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 የሙስሊሞች ታሪክ ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 የሰሃቦች ታሪክ ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 የነብዩ (ሶ.ዐ.ወ) ታሪክ ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 ሀዲስ እና ቁርኣን ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ███▓▒►ይቀላቀሉ ►▒▓███ ███▓▒►ይቀላቀሉ ►▒▓███ ███▓▒►ይቀላቀሉ ►▒▓███ ███▓▒►ይቀላቀሉ ►▒▓███ ███▓▒►ይቀላቀሉ ►▒▓███
Show all...
███▓▒►ይቀላቀሉ ►▒▓███
███▓▒►ይቀላቀሉ ►▒▓███
███▓▒►ይቀላቀሉ ►▒▓███
➕ 𝐀𝐝𝐝 𝐘𝐨𝐮𝐫 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥➕
Kadhataan fi Kadhatamaan akkamitti tokko ta'u? 🛑 Ibroota 5:7 "Yesus biyya lafaa kana irra yeroo jiraachaa turetti, sagalee guddaadhaan imimmaaniin, kadhataa fi waammata gara isa du'a isa oolchuu danda'uutti dhi'eesse; sababii inni ulfina Waaqayyoof gad of deebisee, isatti of kennateefis, kadhanni isaa in dhaga'ameef." “እርሱም በስጋው ወራት ከሞት ሊያድነው ወደሚችል ከብርቱ ጩኸትና ከእንባ ጋር ጸሎትንና ምልጃን አቀረበ፥ እግዚአብሔርንም ስለ መፍራቱ ተሰማለት” ✍ Kadhatamaan Waaqayyo yoo ta'e, kadhataanis Waaqayyo yoo ta'e, Waaqayyo lama hin taanee? 🤔 ✍ Waaqayyo Kadhatamaa malee kadhataa hin ta'u. Fuula telegram 👇 https://t.me/Dhugaa_Dhokate Fuula telegram 👇 https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d Fuula Facebook keenya 👇 https://www.facebook.com/profile.php?id=100091833153467&mibextid=ZbWKwL
Show all...
Dhugaa Dhokate

Dʜᴜɢᴀᴀ ᴅʜᴏᴋᴀᴛᴇ

𝙰𝚂𝚂𝙰𝙻𝙰𝙰𝙼𝚄 𝙰𝙻𝙰𝚈𝙸𝙺𝚄𝙼 𝚆𝙾𝚁𝙰𝙷𝙼𝙰𝚃𝚄𝙻𝙻𝙰𝙰𝙷𝙸 𝚆𝙾𝙱𝙰𝚁𝙰𝙺𝙰𝙰𝚃𝚄𝙷𝚄𝚄 Makkaatti ergamaa Rabbitti (S.A.W) аапее (booda) sahaabiin Qur'aana sagalee olfuudhuudhaan dubbise eenyu? Ads:👇👇 https://t.me/+wTeVbwiLiAs2MGE0
Show all...
Abuu Bakr As-Siddiiq (RA)
Abdallaah Bin Mas'uud (RA)
Ja'afar Bin Abii Xaalib (RA)
Bilaal Bin Rabaah (RA)
𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️ 𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️ Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️  እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።         𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧          𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦           𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬           @Rafiqul_Islaam 𝐀𝐝𝐬: 👇 https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8 https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
Show all...
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙳𝙰'𝙰𝚆𝙰𝙰𝙻𝙴𝙴
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙲𝙾𝙼𝙿𝙰𝚁𝙰𝚃𝙸𝚅𝙴
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙱𝙰𝚁𝙽𝙾𝙾𝚃𝙰𝙰
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙸𝚂𝙿𝙾𝙾𝚁𝚃𝙸𝙸
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝚆𝙾𝙻𝙰𝙻𝙾𝙾
𝙹𝙴𝙲𝙷𝙾𝙾𝚃𝙰 𝙷𝙰𝚈𝚈𝙾𝙾𝚃𝙰𝙰
𝙶𝙾𝚁𝚂𝙰 𝙹𝙸𝚁𝙴𝙴𝙽𝚈𝙰𝙰
𝙼𝙸𝙻𝙺𝙰𝙰'𝙸𝙽𝙰 𝙹𝙸𝚁𝙴𝙴𝙽𝚈𝙰𝙰
𝚀𝚄𝚁'𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙵𝙸𝙸 𝙷𝙰𝙳𝙸𝙸𝚂𝙰
𝐁𝐄𝐒𝐓 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋 𝐉𝐎𝐈𝐍
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.