Obsi Ulee Hayyuuti-OUH
Chanala kanarraa beekumsa walii galaa gorsa gaggaarii seenaawwan garagara waan haala yerootiin wal qabatu argattu. YOU TUBE https://youtube.com/@qarnyotub FACE BOOK👉http://www.ObsiUleeHayyuuti-OUH.com Telegram👉 @kingobsi Yaada nu keennuuf👉 @obsibot
Show more548
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
EID MUBARAK : WARRA BARANAA KAN BARA HEGEREE
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Obboleeyyan kiyya kan Islaamaa kan Xiqqaa fii Guddaa Kan Dhiiraa fii Dhalaa Kan Biyya Keessaa fii Biyya alaa Jirtan Hundi keessannuu warri guyyaa arraa geessanii iida Arafaa godhaa jirtan baga rabbiin Guyyaa iidaa kanaan isin gaheen isiniin jachuun barbaada.
iidni kun iida gammachuu iida milkii kan badhaadhinaa kan yaadaa fii muraadni keenya hundi keessa nuuf guutamu rabbiin nuuf haa Godhuu.
Ibaadaa dalagaa baane hunda isii rabbiin nurraa qeebalee addunyaa fii aakhiratti ittiin nu Haa qananiisuu.
Warra barana Hamdii kan bara Dhufu abdii
Warra Baranaa kan bara hedduu rabbiin nu haa godhuu
Warra amatuu soomanee akkanatti iidu rabbiin nu haa taasisuu.
Eid Mubarak
Warra Baranaa Kan Bara Hegeree Rabbiin Nu Haa Godhu
عيدكم مبارك
تقبل الله منا ومنكم صالح الاعمال وكل عام وانتم بخير
Show all...
Zaka Fixri-1.mp34.03 MB
Zaka Fixri-2.mp33.73 MB
Zaka Fixri-3.mp33.25 MB
Zaka Fixri-4.mp33.46 MB
Show all...
Darsii 28ffa.mp32.60 MB
Darsii 29ffa.mp33.39 MB
Darsii 30ffa.mp31.55 MB
Darsii 31ffa.mp32.46 MB
Darsii 32ffaa.mp33.05 MB
Darsii 33ffa.mp31.56 MB
Darsii 23ffaa.mp33.24 MB
darsii 24ffa.mp33.35 MB
Darsii 25ffaa.mp33.10 MB
Darsii 26ffa.mp33.05 MB
Darsii 27ffaa.mp32.67 MB
Show all...
Darsii 18ffaa.mp33.40 MB
Darsii 19ffaa.mp31.55 MB
Darsii 22ffa.mp32.31 MB
Darsii 21ffa.mp33.71 MB
Darsii 20ffaa.mp32.72 MB
Show all...
فتكلم بخير تغنم
Waan gaarii dubbadhu, galata booji'attaa /miindaa argattaa.
واسكت عن شر تسلم
Waan hamaa ta'erraa callisi, nagaha baataa.
واتق الله بنظرك فلا تنظر إلى ما حرم الله
Agartuu keetiin Rabbi sodaadhu, waan Rabbiin dhorke ykn haaram godhe hin ilaalin.
BY OBSI ULEE HAYYUUTI-OUH
#Join And #Share Godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/kingobsi
https://t.me/kingobsi
https://t.me/kingobsi
Obsi Ulee Hayyuuti-OUH
Chanala kanarraa beekumsa walii galaa gorsa gaggaarii seenaawwan garagara waan haala yerootiin wal qabatu argattu. YOU TUBE
https://youtube.com/@qarnyotubFACE BOOK👉http://www.ObsiUleeHayyuuti-OUH.com Telegram👉 @kingobsi Yaada nu keennuuf👉 @obsibot
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.