cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

EGS Godina Harargee Lixaa

Hojiilee ejensiin walqabatan hubannoo kennuu akkasumas ergaa fi maateriali barbaachisuus argachu dandeessuu

Show more
Finland3 573The language is not specifiedEducation107 598
Advertising posts
474
Subscribers
No data24 hours
+17 days
+530 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Akkam oltan I/G/W/Bul/ Aanoota 15 fi I/G/W/Kantibaa Bul/ mag. 5naniif Bara baajata 2016 keessa akka godina keenyatti gandoota 27 irraatti meeshalee sistamaaf barbaachisan I/G/Eej/Galmeessa Siviilii godinarraa bahii godhuun gandootnii online akka galmeessaniif haala mijeessuun keenyaa ni yaadatama . haaluma kanaan meeshalee kanneenif eegumsa gochuuf stabilayizara fi dividara standardi eegatee gara aanaalee fi magaalootatti erguun gandoota sistama kanneen bira akka qaqqabu godina irraa bahii ta'uullee gandoota muraasa bira akka hin dhaqabiin dhagahamaa jira . kanaaf meeshaleen kun Aanaalee fi magaaloota irraatti galii ta'uu isaa mirkaneefachuu waan barbaaneef moodeela galii aanaa/magaala keessani irraatti galii ta'ee footoo kaasun boru ganama hamma sa'atti 4:00 akka nuuf ergitan cimsinee isin hubachiifna Halkan gaarii EGSGHL
Show all...
Akkam oltan Ejensii Galmeessa Sivilii Aanoota 15 fi Bulchiinsa magaaloota 5naniif Bara baajata 2016 keessa akka godina keenyatti gandoota 27 irraatti meeshalee sistamaf barbaachisan hunda guutuun online galmeessa jiraachun keenyaa ni yaadatama haaluma kanaan meeshalee kanneenif eegumsa gochuuf stabilazara fi dividara standardi eegatee gara aanaalee fi magaalootatti erguun gandoota sistama kanneen bira akka qaqqabu godina irraa bahii ta'ee jira kanaaf meeshaleen kun Aanaalee fi magaaloota irraatti galii ta'uu isaa mirkaneefachuu waan barbaaneef moodeela galii aanaa/magaala keessani irraatti galii ta'ee footoo kaasun boru ganama hamma sa'atti 4:00 akka nuuf ergitan cimsinee isin hubachiifna Halkan gaarii EGSGHL
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Baga bara haaraa geenye, geessan. Barrii kan nagaa, kan gammachuu, kan jaalalaa, kan waan yaanne itti milkoofnu nuuf haa ta'u. Akka Ejensii Galmeessa Siviiliitti koodiin taatewwani abbaan digitti kudha jahaa ni jijjirama waan ta'eef fakkeenyaaf Aanaa odaa bultum gandaa saphaalee yoo fudhannee 0406130120161124 manajarri gandaa kana 1124 irraa jira jechudha barri jijjiramee 2017 akkuma seeneen gara kanatti jijjiruu qabna 0406130120170001 kan aanootaa ,gandoota hundaa manajaroota qabsiisun jijjiramu qaba kan gadoota 27 sistamaan galmeessa jirani hin ilaalatuu Ayyaana gaarii!!!
Show all...
๐Ÿ‘ 3
00:37
Video unavailableShow in Telegram
vid.mp45.88 MB
Waajirii Bulchiinsa Aanaa Gammachis fi Aanaa ciroo qondaala galme kabaja sababa riiformii fi sababa garagaran gandatti gadi bu'an hojii galmeessa siviilii akka addaan hin cinnee ,abbaan dhimma hin rakkannee qondaala galmee kabajaa haarawa bakka buusun mana hojii EGS godinatti leenjii gabaaba kennineefi hojii keessa galchuun tajaajila barbaadamu akka kennamu taasifameera Aanaan Gammachis fi Aanaan ciroo Galatooma
Show all...
๐Ÿ‘ 1
Tajaajiltummaan Mallattoo Namummaati! EGSGHL Qaammee 2,2016: Ejensiin Galmeessa Siviilii Godina Harargee Lixaa tajaajila si'ataafi qulqulluu hawaasni akka argatu taasisuun rakkoo gama kenniinsa tajaajilaan jiru furuuf xiyyeeffannaadhaan hojjechaa jira. Guyyaa rifoormii qaammee 2 "Rifoormii tajaajila Caalmaaf" jedhuun hojjettoonni Ejensii Galmeessa Siviilii Godina Harargee Lixaa tajaajila idilee hawaasaaf kennuun kabajamaa jira Tajaajila qulqulluufi si'ataa kennuun uummata keenya buโ€™aa bahii tokko malee kabaja olโ€™aanaadhaan tajaajilu akka qabnus Mariatameera. Qaammee 2 yeroo kabajnu hojiiwwwan hojjataman hundi qulqullina, baayinaa fi ariitiin milkeessuun guyyaa hawaasa keenya tajaajiluuf waadaa galle qabatamaan hojirraa oolchaa jirachu keenyaa guyyaa itti haaromsinudha. Tajaajila sadarkaa Godinatti kennama jiru gara gandatti babalโ€™isuun hojiirra oolchuun Godina teeknolojiin deegaramee kenna tajaajila saffisaa ta'ee kennuu uumuf ni hojjanna. Kanaaf, guyyaa kana yeroo kabajnu ciminaalee keenya ittifufsiisaa, hanqinaalee jiran xiyyeeffannoon adda baafachaafi hojii fuula duraa milkeessuuf tokkummaa keenya cimsinee kutannoo, miiraa obbolummaa fi jaalummaa akkasumas walcimsuudhaan hojjachuu qabna .
Show all...
CamScanner 09-04-2024 08.02.pdf
Show all...
CamScanner 09-04-2024 08.02.pdf2.54 KB
๏ถ Akkam oltan Ejensii Galmeessa Siviilii Godina Harargee Lixaatti Raawwii hojii Gandoota Sistamaan Galmeessa jirani kan jiโ€™a Hagayaa 2016 yoo ilaaluu Gandootni Raawwiin keessaa sadarkaa 1-6 jirtan rawwiin keessan heddu bareedadha akkanumatti itti fufu qabdu .Gandootni rawwiin keessan sadarkaa 7-18 jirtan rawwiin keessan gaarii taโ€™ee karoora keessan oll yookan parsantaa dhibbaa rawwachuu qabdu.Gandootni rawwiin keessan sadarkaa 19-25 jirtan karoora keessan bira gahuuf parsantaa 50 gad jirtu waan taโ€™eef xiyyeeffannoon hojjachuu barbaachisa. ๏ถ Magaala Galamsoo Gandaa 01 fi Aanaa ciroo Gandaa Bakaa Kuubii irraatti Hojiin Galmeessa sivilii hojjatama hin jiru ,meeshaleen gandoota kanneenis tajaajila kenna hin jiru,abboottin dhimma gandoota kanneenis rakkacha jiru kanaaf hoggantoonni gandootni kanneen isin jala jiran gandoota kanneen hojitti galchuu qabdu. ๏ถ Aanooni Ogeessoni Sistaman hojjacha turan riiformii gaggeefama jirun gara gandaatti gadi buโ€™an fakkeenyaaf Aanaa Gubba Qoricha Kammoona,Aanaa Gammachis Qunnii,Aanaa xulloo Dabbaso ogeessoota gandoota kanneen irraa kaโ€™an iddoo isaan irraa kaโ€™an ogeessoota biro bakka buusun hojiin galmeessa sivilii sistamaan gaggefama jiru akka itti fufu akka taasistan abdii qabna. ๏ถ Hubaachisa yeroon amma yeroo galmee baratoota waan taโ€™eef baratoonni BSTD galmaayan Waraqaa raga dhaloota fudhatani akka galmaayan taasisuu qabdu akkasumaas taatee dhaloota yeroo galmeefamuu dhalootni guyyaa 90 taateewwan hafan guyyaa 30 keessatti galmeessu fi dhaloota fi duโ€™a waraqaa beeksisan galmeessun raga waraqaa beeksisa file gochu qabdu. ๏ถ Taateewwan galmeefamuu dhaloota qofa osoo hin taanee taatewwan hafanis hammata gochun galmeessu qabdu
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.