cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Jabeessaa Qeerroo

OLA/OLF

Show more
Advertising posts
25 689
Subscribers
-2824 hours
-497 days
+65930 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
DhangaaTorbanii Friday | September 20| 2024. TUNE IN Every Friday at 1 PM DC time 8 PM OROMIA time Pro ABO-WBO/QBO at all times Webinar link ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ https://us02web.zoom.us/j/85153387144?pwd=aSl61VUsJCL6wU6s2eMaXjYfX3Z1J0.1 Webinar ID: 851 5338 7144 Passcode: 193892 #DhangaaTorbanii #ABO_WBO #highlightseveryone #highlightseveryonefollowers #OromoVoice #highlights Dhangaa Torbanii DhangaaTorbanii
Show all...
๐Ÿ‘ 6
01:34
Video unavailableShow in Telegram
4.93 MB
๐Ÿ‘ 9๐Ÿ˜ก 2
#Inbox #Salaalee_Aanaan_dharraa xiyyeffannoo barbaaddi oromoo kutaa 11 irra แ‰ฑแŠญแˆจแ‰ต แˆˆแ‹ฐแˆซ Shawaa kaaba goodina salaalee aanaa dharraaย  gareen faannoo qaama caasa mootumma fi RIB (makkalaakayan)ย  nurratti ijaarrameeru haala kanaan alaaba oromiyaa tarsaasanii, ibiddaan gubuun ifaan ifatti sagalee (darraa yee amaaraa new) jedhu midiya isaanitiin dabarsa jiru. Gareen faanno kun akkuma beekkamu aanaa dharraa keessatti haala kanaan manneen barumsa aanicha keessatti argamuu fi mana yaala gandootaย  garaagara gubuu fi manneen barumsa gandoota sanii kaanbii godhachuun argama. Garuu fallan ammo qaamni sera rib makalakayan aanicha keessatti argamu opireshini shanee balleessa jirra jedhun gandoota oromoon keessatti argamu doorsisuun meesha irraa hiikun mana hidhaatti darbachaa jira. Oromoonni gandichaa qabeenya qabu gurguree garee badii faannoo tana ofirraa dhorkuuf meeshaa bitateeru makkalakayaan isin shaneedha WBO deeggartuudha jechuun meeshan irraa hiikkamaa jira. dhageessu oromoon dharraa taaten aanaa kana keessatti ta'aa jiru addaadha oromoon dharraa gocha minilik calanqotti godhe kalee seenan dhagayaa turre harra aanaa dharraa keessatti ifaan ifatti harka nu muranii luka nu muranii morma nuu qalanii ibiddaan nuu gubanii midiyaan irratti utaala jirti diinni biyya garaaga irraa dhuftee ummata dharraa irratti duula bahachaa jirti Garuu eessa jira oromoon kutaa 11 essa jira sagaleen guguddon ijoolle shawwaa essa jira ijollen salaalee aanaan tun godinuma salaaletti argamti ummanni tunis oromoodha garuu maaf irraa callifamee kun gaafi ummata darraati. Oromoo koo vidoo tana sher gochuun lammiile oromoo mara biraan naaf gayaa #waliyaa
Show all...
๐Ÿ‘ 8๐Ÿ˜ก 4โค 1
G/Lixaa #Surroo_barguddaa fi #Galaanaatti waraanaa fi Kaadiree pp dhabama godheera. OROMIYAAN BIYYA
Show all...
๐Ÿ‘ 14โค 4
Photo unavailableShow in Telegram
Oromoon ilaalcha itoophiyummaa horate hortee itoophiyaa tahuu hin danda'u. Gantoonni gaafa garaa guutatan waan warroomaan itti fakkaata... Ati Ethiyoophiyaa lubbuu kee laatullee Ethiyoophiyaan empiyera Oromoon keessatti Kabajamu miti... Sirnaa ulaagaa ijaaramusaa keessatti Oromoo fi Oromummaa cabsuun dursee eerameedha. Falli jiru wareegama gaafatu kafalanii dhabamsiisuu ykn dhabamuudha... Mirga namummaa sarbaa jiraachuurraa Mirga Ofii falmataani dachee kanarraa godhaanuutu dhaloota egereef fala waaraan dhufa.. Jaal Siinaan Tumsaatiin https://t.me/KiyaSimale1213
Show all...
๐Ÿ‘ 24โค 4๐Ÿ”ฅ 2
Kabinoonni Goroo Doolaa Shiraa Gujii fi Booraana Wal nyaachisuuf dalagdaan Ammas Fashalaa'eera. Gujiif Booraanni Foonii fi dhiiga tokko kanaan booda Shira keessaniin dignity isaa jiguu fi lubbuun isaa ba'uu hin jiru... Jaarooleen waan kana keessa harka qabdaan Namni Shan maqaa fi suura keessan maxxansuuf akkekkachiisa xumuraati..!! #AbbaaSardaati!!
Show all...
โค 21๐Ÿ‘ 4
#แˆ˜แˆจแŒƒแฆแ‹›แˆฌ แˆ›แˆˆแ‰ตแˆ แ‰ 19/9/24 แŒ€แŒแŠ“แ‹ แ‹จแŠฆแˆฎแˆž แŠแƒแŠแ‰ต แˆ แˆซแ‹Šแ‰ต แ‰ แ‹ฐแ‰กแ‰ฅ แ‹•แ‹ แ‰ แ‹ˆแˆฐแ‹ฐแ‹ แŠฅแˆญแˆแŒƒ แ‰ แˆแ‹•แˆซแ‰ฅ แŒ‰แŒ‚ แ‹žแŠ• แ‹ฑแŒแ‹ณ แ‹ณแ‹‹ แ‹ˆแˆจแ‹ณ แˆ„แˆ› แŠชแŠ•แˆพ แ‰€แ‰ แˆŒ แˆแ‹ฉ แˆตแˆ™ Dhaแˆœ แ‰ แ‰ฐแ‰ฃแˆˆ แˆฅแแˆซ แˆˆแŠ แˆฐแˆณ แ‹จแ‹ˆแŒฃแŠ• แ‹จแ‹แˆฝแˆตแ‰ต แŠƒแ‹ญแˆ แŠจแŒฃแ‰ฑ 9:00am แ‹จแŒ€แˆ˜แˆจ แ‰ แ‹ˆแˆฐแ‹ฐแ‹ แŠฅแˆญแˆแŒƒ 23 แ‰€แˆญแŒฅแŽ 18 แŠญแ‰แŠ› แŠ แ‰แˆตแˆแˆ.....
Show all...
โค 9๐Ÿ‘ 3๐Ÿ”ฅ 2
Repost fromย KMN
Show all...
Turtii ob. Sulxaan Qaasim waliin, koree hojii raawwachiiftuu fi iti gaafatama Sab-qunnamtii KFO

#KMN #KUSH

#Aanaa_Dharraa Ppn yeroo ammaa kana ganda karaa mixi koora habaadhoo keessa sochii guddaa godhaa jiraa OROMIYAAN BIYYA
Show all...
๐Ÿ‘ 1
#Salalee Anaa darraa Nama gaddisiisa Namni asii gaditti argaa jirtan kun Geetachoo magarsaa jedhama Humna fixxaaleyyii amaraan qabamuun Niibeekama haaluma kanaan erga qabanii booda Maati isaatti bilbiluun qarshii Miilihoona 1 tokko yoo kaffaltan male mucaa Keessan hinajjesna jechuun gaafatan Maatiinis erraa hafuu dadhabuun qarshii kana Waan qaban hunda itti fixanii ummannis gargaaruun Erga kaffalanii boodas humni finxaaleyyii kun garaa jabaachun ajjeesan Warri biraa jiran rasaasan rukutamanii Bishaatti of Darbuun lubbuun hafan nidubbatu Maatinis qarshii ykn mucaatti hin hafne๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ Waaqawwo Maatiif Hiriyoottan isaaf Jajjabina hakennu jenna ๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ Yoomuma imimmaan keenya qoora ๐Ÿ–ค๐Ÿ’”๐Ÿ˜ญ
Show all...
๐Ÿ‘ 12๐Ÿ˜ก 7โค 1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.