cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

Orom_Kuush Art

Show more
Finland9 490The language is not specifiedArt & Design61 544
Advertising posts
211
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
πƒπ’π¦π’π¦π¦π’π¬πš π†πšπ₯𝐠𝐚π₯𝐚𝐚 Dimimmisa galgalaa Cirii lixa biiftuu Aduun dhihuuf jettee Yoo lixarraa iftu Calaqqisa carallaa aduu Balaqqeettii ijaaf farraa Gaafa galgalaa'u Akkasittiin barra Jooraa oolee namuu Gara mana ofiitti kaatu Waan qabu bilcheeffatee Dhihaana irbaataa nyaatu "Galgalaa'eera" jenna Waaree ennaa gala lukkuu Ol dachaanee manatti Aara galfachiifna lubbuu Cinaacha lafaan geenyee Yoo tottolfannu afaa Namaa rafee yaadaan jooruun Nu haa oolchu malee fafaπŸ™
Show all...
"Hojii jechuun bu'aa yaada namaati" πŸ™
Show all...
❀ 1
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Uumama Waaqni uume hundumaa keessaa carra-qabeessi akka ilma namaa hin jiru. Garuu, ammoo akkuma kana uumamni gatii fi sababa uumameef wallaale kan akka dhala namaa gonkumaa hin jiru. Yeroo hedduu uumama lafa kanarra jiran arginee yommuutti ajaa'ibsiifannu ni argina. Bineeldota waliif faallaa ykn diina walii ta'an yeroo isaan akkaataa amanuuf nama dhibuun waliin jiraatan arguu caala barnoonni biraa biraa hin jiru. Silaa bineeldota kanneen irraa barachuu qabna osoo hin taane, ogummaa fi dandeettii akkasumas beekumsa Waaqni gaafa nu uumu nuuf kennee nu uumetti fayyadamnee uumama kanneen biroo garaagarummaa fi diinummaa gidduu isaanii jiru dhabamsiifnee akka isaan jaalalaan waliin jiraatan gochuutu nurra jiraata ture. Β Β  Akkuma kana suura maxxansa kanarraa argaa jirtan kana irraa barnoota guddaa akka fudhattan abdiin qaba. Lageen lamaan asirraa argaa jirru kana gaafa ilaallu nama taanee uumamnee akka namummaatti jiraachuu dhabuu keenyatti nu saalfachiisa. ✍️ 𝐛𝐲 𝐋𝐃𝐃
Show all...
❀ 1
Photo unavailableShow in Telegram
Akkan waanan si hin miineetti, Bibir'achaan of gowwoomsa - Nyaara guuree Daddallanuun kakkajeela -Dallanuuree? Yoon dallane sitti, Ittuun gaaddidduu dhabaa? Simboon narraa fagaatee Moo jiruun naaf urgaa'een Gabbadha naaf fuulli addaatee? Akkisaa naaf hin galu, Akkan gochuu qabutu Isan laphee koo wajjin Dhaddachatti muggutu Sanaa mannaa mo'amee, Siifan kufa jilba keetti Gonfachuuf araarakee Ayyaana gammachuukeen Dhandhama urgaa faarakee Jilba kee isa cimaa - Isa naaf qabu naasuu Nan balleesse si miidheeraa- Gatii baasuu??? 𝑩𝑻𝑻...✍️ Group kana @Join & @Invite gochuun nu jajjabeessaa
Show all...
"𝑢𝒇 π’‹π’Šπ’‹π’‹π’Šπ’Šπ’“π’–π’– π’šπ’π’ 𝒇𝒆𝒆𝒕𝒆 π’Šπ’π’‚π’‚π’π’„π’‰π’‚ 𝒃𝒂𝒅𝒂𝒂 π’”π’‚π’Žπ’Žπ’–π’– π’Œπ’†π’† π’Œπ’†π’†π’”π’”π’‚ π’‹π’Šπ’“π’– π’‰π’‚π’•π’‚π’•π’•π’‚π’Žπ’‚π’‚π’ π’‰π’‚π’’π’Š" 𝑳𝑫𝑫....✍️
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Irraa gadeen tabba hin qabu Jalaa oleetu hedduu ulfaata Mari'ataan mala hin dhabu Waaqatu namaaf kenna furmaata @Poet_Lemi
Show all...
πŸ‘ 4❀ 2
Photo unavailableShow in Telegram
Miixuu hamtuuttan jira Yoom akkan hiikkadhu hin beeku Furmaannis Waaqa bira Isatu beeka gaafa nama hiiku Ulfa garaadhumatti baatu Deessuus dhangaan jala kaatu Anoo ulfaa'ees hin deenye Deemees dhangaa biran geenye Nan hiikkadha Waaq jennaanii Maal diduree inni fidnaanii? Of murees maaliifan dhiiga? Yookan guyyaa santu as fiiga @Abbaa_Galmee tiin...✍️ Oromiyaan biyya
Show all...
πŸ‘ 3
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.