cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

DIRREE BOOHARTII🟥🟦

✓Qoosaafi Baacoo adda addaa...😆 ✓walaloo kolfaan😆 ✓Qoosaa gaggabaaboo 😃😃... ✓Jechoota hayyootaafi gorsa Beektotaa ✓Memes kolfisiisoo ✓ Baga nagaan gara dirree boohartii Dhuftan CEO @qartuukoo

Show more
Advertising posts
11 353
Subscribers
-724 hours
+467 days
+19030 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Dubartii akka Addunyaatti boroo (teessuma) guddaa qabaachuun 1ffaa taate. Maqaan isheen Mikel Ruffinelli jedhamti. Umuriin ishee Waggaa 52 dha. Ameerikaa kutaa bulchiinsaa California jiraatti. Kan nama dhibu boroon ishee qofti Meetira 2.4 bal’ata. Hojjaan ishee immoo meetira 1. 6 qofaadha.😀🤌🏽 Kana jechuun borootu hojjaa ishee caala!😀 Inumayyuu boroo ishee kana erga heerumtee baaste. Maal jechuufiin jedhee beektu warri utuu hin heerumiin boroo fiduuf waan meeqan mel mel jettan mee heerumaa ilaalaa!😀 , dhiirota(Abbaa dhimma) caalaa shamarrantu boroo ilaaluu jaallatu!😔 Share➠@Dirreeboohartii Share➠@Dirreeboohartii ©️
Show all...
😁 3👍 1 1
Dollar, catizen,dogs warronni gurgurachuu barbaadan karaa keessaan na qunnamu dandeessuu gatii bareedaan isin irraa binna ✅ 👇👇👇👇 @Biyyakoo11 @Biyyakoo11
Show all...
👍 3🥰 1💯 1😘 1
Repost from Walaloon Jaalala
Chaanaaalaa fi Garee Teeleegiraamii join gochuun qofa USDT 0.5 hojjadhaa. Hiriyoota affeeruun ammoo USDT 0.2 salphaatti sassaabbachuun wallet keessan irraan baafachuu dandeessu. Jalqabuuf geessituu gadii makami yookaan Join jettu cuqaasuun itti fayyadamaa.
Show all...
🥰 2👍 1🙏 1😍 1
Makami
Join
#Baacoo Namoota lamatu gaaffii armaan gadii kana walgaafatan. Afaan Ingiliffaatiin #aannan maal jedhama jennaan, #milk jedheen. #Itittuun hoo jennaan #minilk. Baaduun hoo jennaan #Atsee_Minilik jedheen. 🤣🤣🙆 Ingiliffaa bara kanaa🤣🤣🤣🙆🙆 Share waliif godhaa ✅ Share➠@Dirreeboohartii Share➠@Dirreeboohartii
Show all...
😁 5👍 4😍 3 2🐳 1
Dogs , notcoin fi USDT worroonni wallet irraa qabdan akkasumas tonkeer irraa qabdan keessaan nu qunnamuu dandeessu Gatii bareedaafi amanammummaan sin irraa binna Akkasumas Telegram premium worroonni barbaaddan nu biraa ni argattu 🫴 1:Akkuma dhuftaniin screen shot gochuun nu faanaa dubbadhaa👌 2: Group namoota dura nutti gurguratanii turan join gochuu dhugumaa addaan baafadha👌 3 Dhimma amanammaa nuuf dhiisa wa'ee gatii irratti xiyyeeffadhaa 👌👌 Gatiin dollar tokko birri 100 👌nama dollar 100 oli qabuuf 105 dha.✅✅✅ 👇👇👇👇👇 @Biyyakoo11 @Biyyakoo11
Show all...
5👍 4🔥 1😍 1😘 1
"Vision = Picture + Plan + Process!" ━━━━━━⊱✿⊰━━━━━━ ✔️ Dhalli namaa waan hedduu hojjachuu danda'a. ✔️ Nama Uumama kamiyyuu Caalatti jiraachuu fi yaaduu kan isa dandeessisu Mul'ata haaraa qabaachuu, waan fuuldura isaa jiru beekee xiyyeeffannoon jiraachuu fi itti adeemuu isaati. "Mul'ata = Fakkii sirrii + Karoora + Adeemsa" 1️⃣ Wanta ta'uuf jirtu maalitti akka adeemtu har'a irra dhaabbattee fakkii sirrii isaa arguu qabda. 2️⃣ Karoorri kee (Abjuun kee) yeroo hundumaa hojii kee ta'uutu irra jiraata. 3️⃣ Adeemsa kee mirkaneessaa (Challenge hir'isaa) adeemuu qabda. 👉 Egaa kuni sadan walitti dhufanii Mul'ata ati yaaddee qopheessite bira gahuu si Dandeessisu. 👉 Namni kamiyyuuu haa xiqqaatuu haa guddatuu mul'ata mataa isaa qaba. I HAVE DREAM! Ani Mul'ata nan Qaba yommuu jettu kanneen armaan gadii walbira qabi (consider) godhi! The 3P Important for your Vision Development 1️⃣ Mul'ata kee adda baasi! (Picture) 2️⃣ Kaayyoo fi Karoora Qabaadhu! (Plan) 3️⃣ Irratti Hojjadhu! (Process) ✍️ Warri Addunyaa keenya kanarratti beekamtii gurguddaa qaban, hundi baratanii miti, Mul'ata qaban akkaataa ta'uun itti fayyadamaniiti malee. Share ♻️ Join ♻️ Share ✅✅✅✅✅✅✅✅✅ Share➠@Dirreeboohartii Share➠@Dirreeboohartii
Show all...
8👍 6🥰 2😍 1😘 1
X Empire guyyoota muraasatu hafee Jira 👇👇👇👇👇 https://t.me/empirebot/game?startapp=hero1406979806
Show all...
X Empire

Build your own empire!

😍 3👍 2😘 2🤩 1
#Qoosaa namicha hiyyeessa tokkootu hiriyaa isaa tokkorraa qarshii shantama(50) liqeeffatee ture.garuu yeroo baay'ee akka qarshii isaa deebisuuf deddeebi'ee gaafatuus.namichi hiyeessi kun deebisufii hin dandeenye.gaaf tokko abbaan qarshii irraa qabu kun baay'ee dallanee. "Lubbuu isaa kessaa baasetan harka koo motummaati kennadha" jedhee. kaaraa inni irra boba'ee galu (lafadukkanaa dhabbatee) jirma qabatee Eeguu jalqabe.walitti dhufanii yeroo inni rukutuuf jirma ol kaasu "maaloo obboleessakoo hadaraa waaqaa nan ajjeesinii xiqqo naaf obsi sumaafan kafalaa" jedheen.achumaan namichiis "naan kafalinii dhiifadhu" gaafa fuula waaqayyoottin si harkaa fudha" jedhee baayyee Aaree biraa qajeele.achumaan namichi hiyyeessi kun "koottu mee jedhee namicha Aaree deeme kana Ofitti Waamee.namichiis naa kennuuf jedha moo akkami laata?jedhee as deebi'e.namichi akkas jedheen"Maaloo ammumayyuu baay'ee rakkataan jiraa.yoo qarshii xiqqollee of harkaa qabaatte.kan duraa narraa qabdu waliinan fuula waaqayyotti siif kafalaa.hadaraa naaf liqeessi.hin jedhu seetani hhhhhhh Share➠@Dirreeboohartii Share➠@Dirreeboohartii
Show all...
😁 20👍 7🥰 4😍 2🏆 2👏 1
Airdrop gaariidha binance hooganama jedhamaa jira hojjadhaa jechumaaf 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Binance_Moonbix_bot/start?startApp=ref_1406979806&startapp=ref_1406979806&utm_medium=web_share_copy
Show all...
Moonbix

Moonbix is a Binance crypto-themed game on Telegram Mini App game. Explore the galaxy, collect items, and boost your score!

🕊 2😍 2 1🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
Namooma!!! Mana murtii Kaanaadaa tokko keessatti manguddoon wahii nyaata hate jedhamee dhiheeffame. Abbaan murtichaa "hatteettaa?" jedhee gaafate. Manguddichis "ee hateera; beela'een waan nyaadhu dhabee hate" jedhe. Ogga kana abbaan murtii "ati nyaata hatuu kee ofitti amanteetta. Kanaafuu amma adabbii doolaara kudhanin sitti murteessa; garuu waan ati hin qabneef anatu kaffala" jedhee doolaara kudhan baasee kaartoona keessa kaa'e. Namoonni hunduu ajaa'ibsiifatanii ilaalan. Abbaa murtichaa achumaan ol ka'ee namoota hundaanuu "doolaara kudhan kudhan baasaa as kaa'aa; isin biyya namni beela'ee nyaata hatu keessa jirtu" jedhe. Achumaan doolaarri 500 walitti qabamee manguddichaaf kenname. Bakka dandeessetti furmaata namummaa akkanaa kaa'i. Sababa dureessi karaan malee maallaqa walitti guure hiyyeessi hedduun beelaan miidhama. Osoo danda'anii callisanii beela'aa ilaaluun cubbuu guddaadha. Share waliif gochuun nu faanaa turaa 🙏 Share➠@Dirreeboohartii Share➠@Dirreeboohartii
Show all...
20👍 14🥰 1😍 1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.