cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Siinqee Bank

EMPOWERED. TOGETHER

Show more
Ethiopia1 164The language is not specifiedEconomy & Finance8 683
Advertising posts
21 856
Subscribers
+6224 hours
+4057 days
+2 49930 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Baankiin Siinqee Taphattoota Shinooyyee fi  Goobee Simate Taphoota Aadaa Oromoo Birraa barii dargaggootaa fi shamarraniin taphataman keessaa Goobee fi Shinooyyeen bakka guddaa qabu. Bara Haaraa bara kanaa sababeeffachuudhaan dardarranii fi shamarran kan irratti hirmaatan taphattoota Shinooyyeen fi Goobee Baankiin Siinqee Waajjira Muummeetti har'a Fulbaana 8 Bara 2017 ALI haala ho'aa ta'een simatee kabaja guddaadhaan keessummeesseera. Baga Bacaqii Gannaa Baatanii Booqaa Birraa Geessan! እንኳን አደረሳችሁ! ሲንቄ ባንክ የጎቤና ሺኖዬ ባህላዊ ጨዋታዎችን በባንኩ ዋና መስሪያ ቤት አስተናገደ ክረምት ወጥቶ ብራ ሲገባ የኦሮሞ ሴትና ወንድ ወጣቶች ከሚጫወቷቸው ጨዋታዎች ውስጥ ጎቤና ሺኖዬ ትልቁን ስፍራ የሚይዙ ናቸው፡፡ የያዝነውን አዲስ አመት በማስመልከት፣ የጎቤና የሺኖዬ ባህላዊ የጭፈራና የዘፈን ተዕይንት ዛሬ መስረም 9 ቀን 2017 ዓ.ም በሲንቄ ባንክ ዋና መስሪያ ቤት በሞቀና በደመቀ ሁኔታ ሲካሄድ ውሏል፡፡ #Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ #EMPOWERED_TOGETHER
Show all...
👍 55 21🙏 6🔥 3👏 3🥰 2
Photo unavailableShow in Telegram
Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today #Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ #EMPOWERED_TOGETHER
Show all...
👍 24 8🙏 2🔥 1
Photo unavailableShow in Telegram
Odeeffannoo Sobaa Irraa Ofeegadhaa! Akkaawuntiiwwan miidiyaa hawaasaa sobaa hedduun waa'ee baankii keenyaa odeeffannoo sobaa facaasaa jiru. Kanaan walqabatee, odeeffannoon marsariitii sobaa ShegerJobs.com irratti naanna’aa jiru, Baankiin Siinqee beeksisa qaxarrii gita hojii ‘Fresh IT Graduates Trainee’ Haaraa baase jedhu dhugaa miti. Odeeffannoo sirrii waa’ee beeksisa qaxarrii Baankichaa ykn dhimmoota biroo kamiyyuu argachuuf, karaa miidiyaalee hawaasaa Baankii Siinqee kanneen armaan gaditti tarreeffaman ilaalaa. Odeeffannoo haaraa argachuuf linkii hordofaa: ከሐሰተኛ መረጃ ይጠበቁ! የተለያዩ ሐሰተኛ የማህበራዊ ሚዲያ አካውንቶች፣ ስለ ባንካችን እውነተኛ ያልሆኑ መረጃዎችን በማሰራጨት ላይ ይገኛሉ፡፡ ከዚሁ ጋር ተያይዞ፣ ShegerJobs.com በተሰነኘዉ የሐሰት ድረ ገጽ ላይ፣ ሲንቄ ባንክ በFresh IT Graduates Trainee የስራ ዘርፍ የቅጥር ማስታወቂያ እንዳወጣ በማሰራጨት ላይ የሚገኘዉ መረጃ ሐሰተኛ መሆኑን እያሳወቅን፣ ባንኩ የሚያወጣቸዉን የስራ ቅጥር ማስታወቂያም ሆነ ስለማንኛውም ጉዳይ ትክክለኛ መረጃ ለማግኘት ትክክለኞቹን የሲንቄ ባንክ ማህበራዊ ሚዲያዎችን ከዚህ በታች በተቀመጡት ሊንኮች ይከታተሉ፡፡ #Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ #EMPOWERED_TOGETHER
Show all...
👍 51 1🤡 1
Photo unavailableShow in Telegram
Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today #Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ #EMPOWERED_TOGETHER
Show all...
👍 12 2
Photo unavailableShow in Telegram
Baankilee Idil-addunyaa 8tii ol waliin michoomaan hojjechuun, daldala keessan gabaa addunyaa irratti dorgomaa taasisuuf furmaata ni dhiyeessina. ከ8 በላይ ዓለምአቀፍ አጋር ባንኮች ጋር በመስራት በዓለም አቀፍ ገበያ የንግድ ሥራዎትን ተወዳዳሪነት የሚያሻሽሉ መፍትሄዎችን እናቀርባለን። #Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ #EMPOWERED_TOGETHER
Show all...
👍 32 7🙏 3👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today #Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ #EMPOWERED_TOGETHER
Show all...
👍 27😍 4👏 3
Photo unavailableShow in Telegram
Hordoftoonni amantaa Islaamaa hundi baga guyyaa dhaloota Nabi Muhaammad waggaa 1499ffaa nagaan geessan! ለመላው የእስልምና ዕምነት ተከታዮች እንኳን ለ1499ኛው የነብዩ መሀመድ የልደት ቀን (መውሊድ) በሰላም አደረሳችሁ! #Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ #EMPOWERED_TOGETHER
Show all...
👍 43👎 9👏 7 1
Photo unavailableShow in Telegram
kaardii keessan akka maallaqaatti fayyadamaa ካርዶን እንደ ካሽ ይጠቀሙ #Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ #EMPOWERED_TOGETHER
Show all...
20👍 13👏 3
Vacancy.pdf
Show all...
Vacancy.pdf9.85 KB
👍 65 14
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.