cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa ❤𓆩♡𓆪

😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣😘🤩🥰😍😜❣️❤️‍🔥 😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋

Show more
Finland209The language is not specifiedHumor & Entertainment1 207
Advertising posts
36 826
Subscribers
+1324 hours
+27 days
+29430 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Nama jaalattuu tokko gammachiisuu irraa uf hin qusatin..., wantoonni ati gumaachite kamuu dafee sammuu isaa keessaa haqama..., Gammachuu ati nama jaalattuuf gumaachite/kennite malee. yoomuu ni yaadatama. @Jireenya_jaalalaa
Show all...
👍 30 12💯 5🍓 3🥰 2
🕵‍♂Gaazexeessaa : Isin akkamitti hanga waggaa 60 kana muluu jaalalaan wal dandeessanii jiraattan ?! 👥Abbaa warraa fi Haadha warraa : Nuti bar ummata yoo meeshaan manaa cabe baasee darbu osoo hin taane, deebisee suphuu bar...jechuun deebisaniif. @Jireenya_jaalalaa
Show all...
💘 18 4👍 3
Dhiifamni hanga madaa keetiitiin hin madaalle, inninuu madaa biraa sitti ta'a. @Jireenya_jaalalaa
Show all...
👍 20
Balbala beekaa osoo ati argitu fuula keetitti cufan, abadan itti deebitee hin dhadhahin...👌Don't you ever knock it👌 @Jireenya_jaalalaa
Show all...
👏 26👍 7👌 5😍 5🤝 5🥰 4🫡 4
Good morning 🌄 ummata jaalala ❤️
Show all...
11
Halkan gaarii ummata jaalala 😍
Show all...
😍 28🥰 9👍 4😱 3 1😁 1
🎁Irra baay’een keenya waan Uumamneef dhiisnee waan nuuf uumameen busy ta'utti jirra.🫡 @Jireenya_jaalalaa
Show all...
38💯 12👍 10
Nama waliin jirtu fuudhu irra, nama wal malee jiraachu hin dandeenye fuudhutu caala. @Jireenya_jaalalaa
Show all...
🥰 39 9👍 4
Dhugaa dubbachuudhaaf!, warroota jibbansa kiyya onnee keessaa qaban jibbuudhaaf yeroo hin qabu.., maaliif yoo jettan ? Jaalala warroota jaalala naaf qabaniitiin yeroo dhabe waan ta’eef. ➾Kanaafuu, warroonni na jibbitan dhiifama naa godhaa,..ani sa'aatii itti isin jibbu waaan dhabeef😁Honestly, I don't have time to hate people who hate me,....because I'm too busy by loving people who love me. @Jireenya_jaalalaa
Show all...
💘 18👍 12 9💯 4🎉 2🥰 1😱 1😎 1
💥Durboonni tokko tokko dhiira chest qabu, kan pack saddet yoo xinnaate jaha, kan irree guddaatu: sarbansaa akka dhagaa jabaatu waluma galatti #sportanyaa barbaadu, 💥Obboleettiiko mana #jiimiitti gallee laphee baasuun nutti cimee miti ; biyya #wangeelli moo'e keessatti irreen maal godha jenneeti malee! 😃🔨😜😜🥶 @Jireenya_jaalalaa
Show all...
🤣 26💔 10😁 8🕊 2👍 1👏 1🍾 1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.