cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

FOCUS JIMMA UNIVERSITY BOSA KITTO

Tokkummaa Barattoota Kiristiyaanota Oromoo Yuuniversiitii Jimmaa Damee Boosaa Kittoo(Yuuniversitii Jimmaa mooraa Qonnaa fi Wal'aansa Fayyaa Beeyiladootaa). Nuyi bu'aa dhagna Kristosi! Efe.5:30

Show more
Finland9 437The language is not specifiedReligion & Spirituality260 651
Advertising posts
213
Subscribers
No data24 hours
+27 days
+130 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
5
🤝Inni hubannaa namaa hundumaa gararraa ta'e nagaan Gooftaa keenya yesuus isiniif haa baayyatu obboloota barabaraa! ☑️akkuma isin beeksisaa turre yeroon eebbifamaan nuti hawwii guddaan eegaa turre,yeroon lubbuu badaa jiru wangeelaan qaqqabuu yookis hojiin long mission keenyaa guyyaa 15/11/2016-21/11/3016tti magaalaa Bishooftuu fi badiyyaa isaa irratti haala baayyee namatti toluun hojjetamaa tureera.Waaqayyos hojii aangoo isaa hojjechaa tureera. ☑️hojiin kunis haalli inni itti adeemsifamaa ture lallaba gabaa(magaalaa) akkasumas tokkoofi tokkoon adeemsifamaa tureera. ☑️hojii kana keessatti abbaa hojichaa isa ta'e Waaqayyoon guddaa goonee galateeffanna.akkasumas qaamota nu bira dhaabatan garagaraa:- 🔷W/K/W/W/makana yesuus burqaa Bishooftuu( jaalala isin nutti agarsiistan adduma.kunuunsa keessaniif gatiin keessan gonfoodha) 🔷waldaa masarata kiristoos bishooftuu boolee gooftaan dadhabbii isin nu faana dadhabdanii fi jaalala isin nutti agarsiistaniif Gatiin keessan gonfoodha. 🔷Global onesimos missionary ministry Gooftaan ammayyyu isin ha eebbisu. 🔷namoota karaa dhuunfaa nu deeggartan hundumaa gatiin keessan mootumaa waaqayyoo keessatti gonfoodha. ☑️Yeroo hojii kanatti Waaqayyo mo'icha guddaa nuuf kenneera. 🔶namootni wangeela mootummaa waaqayyoo dhaga'an lubbuu 3780 olii lallaba gabaa malee jechuudha. 🔶 namootni waadaa seenan 292 🔶 namootni harka isaanii ol kaasanii gooftaa yesuusiin fayyisaa lubbuu isaanii godhatanii fudhatanii gara mootummaa waaqayyootti dabalaman lubbuu 351. ☑️Gooftaan bara keessan haa eebbisu. #We_reach_nations #We_preach_Gospel #We_are_focused #focus_bosa_kitto #focus_bosa_kitto #focus_bosa_kiti ❤️❤️❤️#Yours_FOCUS❤️❤️❤️
Show all...
👍 2 2🔥 2👏 1
nagaa fi araarri gooftaa hunduma keenyaaf ha baayyatu! 🔶akkuma beekamu yeroon hojii dhuga ba'umsa wangeelaa ganna kanaa(long mission) itti hojjetamu ga'ee waan jiruuf,akkuma kadhannaa,yaadaa fi gorsaan hojii kana faana jirtan ammas qarshii keessaniin faana wangeelaa akka taatan jaalala gooftaan isin gaafanna. account number 1000486059099 Focus bossa kitto Ayyaanni isiniif ha baayyatu!
Show all...
(Macaafa Faarfannaa 9 ) ------------ 1 Garaa koo guutuudhaan sin galateeffadha yaa Waaqayyo! Gocha dinqisiisaa ati goote hundumaas nan hima. 2 Ani sitti nan gammada, nan burraaqas; maqaa kees faarfannaadhaan nan jajadha, yaa aabba! ✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝ 🤝Nagaan Gooftaa keenya yesuus inni hubannaa nama hundumaa gararraa isiniif haa baayyatu obboloota bara baraa akkam jirtu? hundumaa dura Gooftaa isa nu gargaare guddaa goonee galateeffanna. obbolootni keenya maatii bira jirtanis ta'e mooraa jirtan akkasumas iddoo garagaraa jirtan haala gaarii irra akka jirtan abdii guddaa qabna. ☑️addumatti immoo obbolootni guyyaa borii eebbifamtan baga Waaqayyo isin gargaare.baga gammaddan isiniin jetti #FOCUS keessan! #CONGRATULATIONS! ✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝ #We_are_focused #We_preach_Gospel #We_reach_nations @Focusbosakittoo @Focusbosakittoo @Focusbosakittoo ❤️❤️❤️❤️❤️#YOURS_FOCUS ❤️❤️❤️❤️❤️
Show all...
1
🤝🤝Nagaan waaqayyoo isinif haa baayyatu. 🎤🎤“Isin ayyaana Waaqayyootiin karaa amantii fayyifamtan; inni immoo kennaa Waaqayyoo ti malee, gochaa ofii keessanii miti;” — Efe. 2:8 📌📌📌Sagantaan keenya akkuma beekamuu guyyaa jimaata har'as itti fufee waan jiruuf utuu irra hin hafin akka argamtanii waliin waaqayyoon waqeeffannu jaalala waaqayyoon isin yaadachiisa.🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
Show all...
2👍 1
🤝🤝Nagaan waaqayyoo isinif haa baayyatu. ✏️✏️✏️Sagantaan keenya akkuma beekamuu guyyaa jimaata har'as itti fufee waan jiruuf utuu irra hin hafin akka argamtanii waliin waaqayyoon waqeeffannu jaalala waaqayyoon isin yaadachiisa.🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Show all...
3
🤝🤝🤝🤝Nagaan waaqayyoo isinif haa baayyatu obbolootakoo warra dhiiga Kiristoosiin bitame.🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🔥🔥🔥💥🔥💥☄☄🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥💥🔥🔥💥💥💥🔥💥💥 🔊🔉🔈“Garuu Kristos dhiiga isaa isa gati-jabeessaan, isin fureera; inni akka hoolaa mudaa yookiis xurii hin qabnee ti.” — 1Phex. 1:19 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 👉👉Akkuma beekamuu guyya bareeda yeroo itti lubbuun keenya waaqayyoon waaqeffattu fi waaqayyootti gammaddu jimaati galgalli akkuma itti fufeetti jira.kanaaf hundumtii keessan utuu irra hin hafin akka irratti argamtanii waaqayyoon waqeeffattan jaalala waaqayyoon isin yaadachiifna. 📌akkasumas barattootni upgradef certificate keessan waan isiiniif laannuf adara hundumti keessan irratti argama. ✍✍irra hafuuniifi barfachuun jaalala waaqayyoon itti nama gaafachisa! ⏰⏰⏰. 12:00LT 🙏Nagaan fi ayyaanni waaqayyoo hundumaa keessaniif haa baayyatu
Show all...
2👍 1
🤝Nagaan waaqayyoo hundumaa keessaniif haa baayyatu obbolootakoo jaallatamoo! 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 🎤🎤🎤“Borofni akkuma bishaan yaa'u argachuu yaadu, lubbuun koos akkasuma si yaaddi, yaa Waaqayyo!” — Far. 421⃣🔹🔷🔶🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔷 📌✍Akkuma beekamuu kamisa qormati warra remedial ni raawwata. 📣Kanaaf obbolootni keenya remedial waraqa geggeesitu ykn qulqullina leaderoota harka osoo hin fudhatin akka hin deemne jaalala waaqayyoon isin gaafanna.🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Show all...
👍 1
🤝 Nagaan waaqayyoo isinif haa baayyatu.🔷🔶🔷🔶🔶🔶🔷🔶🔶🔷🔶🔶🔷🔶🔶🔷🔶🔹🔹🔹🔸🔸🔻🔺🔻🔸🔸🔹🔹🔶🔶 🎤🎤🎤🎤 “Garuu Kristos dhiiga isaa isa gati-jabeessaan, isin fureera; inni akka hoolaa mudaa yookiis xurii hin qabnee ti.” — 1Phe. 1:19 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 ✍Akkuma beekamuu jimaata borii sagantaan keenya akkuma itti fufetti jira. 📌 SAGANTA keenya Kana irratti namoota qormata fudhatiif waan kadhatamuuf hundumtii keessan yeroon akka irratti argamtan jaalala waaqayyoonan isin yaadachiisa. 🫵 Irra hafuuniifi barfachuun hin danda'amuu!
Show all...
2
☑️Nagaa fi araarri Gooftaa Keenyaa isiniif haa baayyatu! ☑️obboloonni waggaa 3ffaa gara manaatti boqonnaaf deemaa jirtan nagaa waaqayyoon galaa isiniin jechaa,waraqaa tajaajilaa namoonni fudhachuu barbaaddan koree quunnamuun yeroo barbaaddanitti bilbiluun fudhachuu dandeessu isiiniin jenna. 🚖karaa nagaa!
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.