cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

WDCHU Fi Inv't A/Jajuu.

Carraa hojii uumuun hojii dhaaba carraa hojii argatte uumuu.

Show more
Finland3 767The language is not specifiedEducation118 518
Advertising posts
261
Subscribers
+124 hours
No data7 days
+3230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Caasaa_Aanaalee_Baadiyyaa_Magaalota_Sadarkaa_Aanaa_fi_isaa_gadi.rar75.41 MB
Qajeelfama Ramaddii Hojjettootaa Aanaa Bara 2017.pdf5.28 MB
Photo unavailableShow in Telegram
Guyyaa 08/1/2017 Hojii To'annoo daldala seeran alaa Fi Qala'insaa Gabaa tasgabessuf hojiin itti fufinsa qabu koree sadarkaan jiruun rawwaattama jira. Hojilee guyyaa hardha to'annoo fi hordoffii tasifamee Dhabbata daldalaa bira gahame=29 yoo ta'u, kana keessaa Seera qabeessi=19, Seeran ala =10(heyyama malee) Kan saamsame=10 Akkasummas tarkaanfiin bulchinsa sadarkaan kan fudhattamee yommuu tahu hojiin kun qindoominaan koree dhabbateen kan rawwatamuu ta'a.
Show all...
Guyyaa 08/01/2017. :::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::: Arsii Aanaa Jajuutti Waajjirri Daldala Carraa Hojii Uumuu fi Investimentii A/Jajuu Hojii Tajaajila Lamummaattin Deeggarsa Gargara Tasisee. ......................................................... Fulbaana 08/01/2017 Tajaajilli Lammummaan Warra dagataman yaadachuun.Warra hirkoo dhabeef hirkoo ta'uun.Warra abdii dhabe abdii itti horuun hojii rawwattamuu yommuu tahu,Akka ummata Oromoottis hariiroo hawaasummaa sababa addaa addaan caccabaa dhufe karaa ittiin suphinuufi bayyanachiisnu keessaa tokko yommuu tahu Waajjirri Daldala Carraa Hojii Uumuu fi Investimantii A/Jajuu Bakka I/G Paartii Badhaadhinna A/Jajuu obbo Mariid Toloosa argamanitti deeggarsa Dabtaara Barattoota Matti harka qalleeyyiif oluu Dandahuu darzaana 51,qalamaa,Uffata kophee gargara,Samuna fi omisha nyaata gargaraa Matti harka qalleeyyiif oluu dandahuu deeggarsan kenne jira. ======================= NAMA GARGARUUF NAMA TAHUN QOFTI GAHAADHA. =======================
Show all...
👍 4
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.