cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

QARTUU SAMMUU🍟🍟

Channel Qartuu sammuu irraa wantoota booharsoo adda addaa, akkasumas Barsiisoo adda addaa ni argattu Channel keenyaa share godhaa nu faana ta'aa🌹🌹🌹🌹🌹

Show more
Advertising posts
7 149
Subscribers
-724 hours
+507 days
+20930 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Airdrop kana airdrop akka dogs waan ta'eef hojjadhaa please guys cats jedhama yeroo gabaabaa keessatti gabaa irraa ni oola jedhamee eegama http://t.me/catsgang_bot/join?startapp=ShkJq8yqvn9X821LvCtor
Show all...
πŸ”₯ 2😘 2❀ 1πŸ₯° 1
Channel keenyaa kana gara channel odeeffannoo crypto ykn airdrop adda addaa guyyaa guyyaan isin biraan geenyutti haa jijjiiruu?? Irraa deebidhaan filadhaaAnonymous voting
  • Eyyan
  • Lakki
0 votes
πŸ‘ 4⚑ 1πŸ₯° 1😍 1
#Baacoo # Maraatuu Sadii Maraatuu sadii Hospitaala keessa kutaa cisichaa isaani ta’anii Odeessu. Maraatuu Isa tokko β€œAni mootii biyya kanaa dha!” Inii tokko itti aanuun β€œDhugaamoo? Eenyutu sitti hime garuu?” jedheen. β€œKan natti hime Waaqayyoo isa na uumedhaka!” jedhe. Maraatuun inni sadaffaan callisee erga dhaggeeffatee booda sagalee furdaadhaan β€œAni garuu hin yaadadhu akkan sitti hime” jedheen.. baacoo @QARTUU_SAMMUU @QARTUU_SAMMUU
Show all...
😁 6❀ 5πŸ‘ 3πŸ₯° 1πŸ€” 1😍 1πŸ† 1
Dogs , notcoin fi USDT worroonni wallet irraa qabdan akkasumas tonkeer irraa qabdan keessaan nu qunnamuu dandeessu Gatii bareedaafi amanammummaan sin irraa binna Akkasumas Telegram premium worroonni barbaaddan nu biraa ni argattu 🫴 1:Akkuma dhuftaniin screen shot gochuun nu faanaa dubbadhaaπŸ‘Œ 2: Group namoota dura nutti gurguratanii turan join gochuu dhugumaa addaan baafadhaπŸ‘Œ 3 Dhimma amanammaa nuuf dhiisa wa'ee gatii irratti xiyyeeffadhaa πŸ‘ŒπŸ‘Œ Gatiin dollar tokko birri 100 πŸ‘Œnama dollar 100 oli qabuuf 105 dha.βœ…βœ…βœ… πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @Biyyakoo11 @Biyyakoo11
Show all...
πŸ‘ 3πŸ”₯ 1πŸ₯° 1πŸ™ 1😍 1😘 1
Ammas filannoo kana sirritti irraa deebi'aa filadhaaπŸ‘πŸ‘ guys
Show all...
❀ 8πŸ”₯ 1πŸ₯° 1😍 1😘 1
#QOOSAA Namtichatu fincaan qabeetu, iddoo fincaan itti fincaa'an barbaadee fincaa'uf dhaqe. Iddoo sanatti qarshii tokko kanfalaniitu fincaa'u ture. Namtichis erga fincaa'e raawwaten booda nama iddoo sana eegutti qarshicha kenne. Namtichi iddoo sana eegaa tures, qarshii sana irraa fuudhee yoo ilaalu, kan itti kenname qarshii tokkoo fi saantimakudhan ture. Waan namtichi hojjete bitaa itti galeetu, deebisee akkas jedheen: "kafaltiin qarshii tokko qofadhaam, inni kun immoo maaliree?" jennaan, namtichis akkas jedhee deebiseef "yeroon fincaan fincaa'u sana dhufu na harkaa baate" hin jedhu seetanii Hhhhhhhhh SHEER SHEER @QARTUU_SAMMUU @QARTUU_SAMMUU
Show all...
😁 9πŸ‘ 6πŸ₯° 3❀ 2πŸ•Š 1😘 1
πŸ“₯ wave πŸ“₯  Afaan keenya afaan πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ”‘           βœ…Advertising Telegramβœ…                   βœ”οΈ Channel                  Β―Β―Β―Β―Β―Β―Β―Β―Β―Β―Β―Β―Β―Β―Β― ➺ Above  ➣    1k+ subscribers ➺ Above  ➣    3k+ subscribers ➺ Above  ➣    4k+ subscribers ➺ Above  ➣    5k+ subscribers ➺ Above  ➣  10k+ subscribers     chaanali view fi waven itti bayyatu natti hin fidinaa πŸ”—βŒ        Inbox me @qartuukoo🫴
Show all...
πŸ‘ 3😍 2πŸ•Š 1
Photo unavailableShow in Telegram
Mee as keessaa kamtu soba? Jechoota ajaa'ibaa Robert Mugabe .. Sirni barnoota Ardii Afrikaa kun nama dhiba .. Fakkeenyaaf ;- .. √√ Baratootni qabxii olaanaa(1ffaa) galmeesisan Injiineraa fi Madisinii baratu . √√ Baratootni qabxii itti aanu(2ffaa) galmeesisan Seeraa fi Manajimentii baratanii warra qabxii olaanaa(1ffaa) to'atu . √√ Baratootni qabxii gad aanaa(3ffaa) galmeesisan siyaasa geggeessuun warraa sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa waliti qabanii bulchu .. √√ Baratootni kufan immoo poolisii fi Raayyaa itisaa leenji'uun warraa 1ffaa - 3ffaa qabxii galmeesisan ol aantummaan to'atu Yoo barbaadan :- ni tumu Yoo barbaadan:- ni hidhu Yoo barbaadan:- qaama hir'isu Yoo barbaadanimmoo:- ni ajjeesu : √√ kan baay'ee nama dhibummoo warri kutaa tokkoyyuu hin seenne Qaalluu fi Xonqaayii ta'uun hordoftoota hedduu horachuun hojjechaa jiru. .. Akkakootti hundisaa dhugaadha. @QARTUU_SAMMUU @QARTUU_SAMMUU
Show all...
πŸ‘ 23❀ 4⚑ 2😁 2πŸ’― 2πŸ‘ 1😍 1😘 1
Mee as keessaa kamtu soba? Jechoota ajaa'ibaa Robert Mugabe .. Sirni barnoota Ardii Afrikaa kun nama dhiba .. Fakkeenyaaf ;- .. √√ Baratootni qabxii olaanaa(1ffaa) galmeesisan Injiineraa fi Madisinii baratu . √√ Baratootni qabxii itti aanu(2ffaa) galmeesisan Seeraa fi Manajimentii baratanii warra qabxii olaanaa(1ffaa) to'atu . √√ Baratootni qabxii gad aanaa(3ffaa) galmeesisan siyaasa geggeessuun warraa sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa waliti qabanii bulchu .. √√ Baratootni kufan immoo poolisii fi Raayyaa itisaa leenji'uun warraa 1ffaa - 3ffaa qabxii galmeesisan ol aantummaan to'atu Yoo barbaadan :- ni tumu Yoo barbaadan:- ni hidhu Yoo barbaadan:- qaama hir'isu Yoo barbaadanimmoo:- ni ajjeesu : √√ kan baay'ee nama dhibummoo warri kutaa tokkoyyuu hin seenne Qaalluu fi Xonqaayii ta'uun hordoftoota hedduu horachuun hojjechaa jiru. .. Akkakootti hundisaa dhugaadha.
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Funny for you guys qartuun sammuu isiniif Jira🦺 turtii garii qabadhaa @QARTUU_SAMMUU @QARTUU_SAMMUU
Show all...
😁 6πŸ‘ 5❀ 1πŸ‘ 1πŸŽ‰ 1😘 1
🀣
πŸ‘
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.