cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Dirree barnoota fi Beekumsa walii gala

Boruu arguf har'a obsine! Jechoota barsiiso,walaloo,bashanasiso fi Oddeffaannoo barnootan wal qabatu kammiyyuu argachuf channel keenya join gochun nu hordoofa 👍🙏

Show more
Finland3 784The language is not specifiedEducation118 867
Advertising posts
255
Subscribers
-124 hours
No data7 days
+2230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Bu'aan barattoota sagantaa sirreeffamaa bara 2016 ifoomeera. Barattoonni bu'aa isaanii karaa link armaan gadiitiin ilaaluu akka danda'an Ministeerri Barnootaa ibseera https://result.ethernet.edu.et/ irraa argattu.
Show all...
👍 1
#BEEKSISA Barattoota Qormaata Seensa MBBA Fudhatan Hundaaf! BBO-:06/01/2017 Barattoota Qormaata Seensa Mannen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Bara 2017 Darbaniifi Iddoo Ramaddii Isaanii Guyyaa Roobii 08/01/2017  fuula Telegraama keenyaa irratti kan #Maxxansinu ta'uu gamanumaa isin beeksifna! #share
Show all...
#GuyyaaGalmee_BarattootaYuunivarsiitii! ➦Miizan Teeppii=Fulbaana 06-07/2017 ➦Waraabee=Fulbaana 20-21/2017 ➦Dambi Doolloo=Fulbaana 22-23/2017 ➦Waldiyaa=Fulbaana 27-28/2017 ➦Wallaggaa=Fulbaana 20-21/2017 ➦Samaraa=Fulbaana 09-10/2017 ➦Salaalee=Fulbaana 20-21/2017 ➦Waraabee=Fulbaana 20-21/2017 ➦Adaamaa=Fulbaana 21-22/2017 ➦Qabridahar=Fulbaana 20-21/2017 ➦Wachaamoo=Fulbaana 27-28/2017 ➦W/Sooddoo=Fulbaana 10-11/2017 ➦Walloo=Fulbaana 10-11/2017 ➦Diillaa=Fulbaana 19-20/2017 ➦Waraabee=Fulbaana 20-21/2017 ➦DirreDawaa=Fulbaana 08-10/2017 ➦Boongaa=Fulbaana 07-08/2017 ➦Jimmaa=Fulbaana 20-21/2017 .... Kanneen hafanis loading
Show all...
❓ግቢ ውስጥ Grade እንዴት ነው ሚሰራው ? ❇️ GPA or CGPA ምን ማለት ነው ላላችሁኝ ጉድ የማያልቅበት  ትምህርት ሚንስተር የሚያወጣው አዲስ ህግ እስካልኖረ ድረስ የሁሉም ግቢዎች grading system ተመሳሳይ ነበር በእያንዳንዱ ሴሚስተር ⏺ Out of 20 or 30% Test, Quizzes , group work or Assignment ⏺ Out of 20 or 30 % MID EXAM ⏺ Out of 50% Final Exam ለእያንዳንዱ ኮርስ የሶስቱ ድምር ውጤት  ሴሚስተር መጨረሻ ላይ ይደመርና ለጠቅላላ ኮርሶቹ ተካፍሎ  ግሬድ ይሰራላቹሃል ። የስድስቱም ኮርሶች ድምር Garde ከተሰራ በኋላ የምታስመዘግቡት ውጤት የትምህርት መስክ ለመምረጥ ትምህርት ሚኒስተር ባወጣው range ልክ  value ይኖረዋል ። ⛔ GPA ማለት በሁሉም ሴሚስተር የምታስመዘግቡት ግሬድ ማለት ነው ⛔ CGPA ማለት Average Grade ማለት ነው። 🔔 በመጀመሪያው ሴሚስተር የተጠቀሱትን አምስት የትምህርት መስኮች join ለማድረግ የምትፈልጉ ተማሪዎች ለውድድር የሚታየው first semister GPA ብቻ ይሆናል ፤ የተቀሩትን የትምህርት መስኮች join ማድረግ የምትፈልጉ ተማሪዎች ግን የሚያዝላቹህ የሁለቱም ሴሚስተር Average or CGPA ይሆናል ማለት ነው። የሳይንስና ከፍተኛ ትምህርት ሚኒስተር 20% entrance , 30% PRE-FEILD(COc) ምናምን በሁሉም ዩንቨርሲቲዎች ላይ ተግባራዊ ይሆናል። የመጀመሪያ ሴሚስተር ግሬድ(50%) ግን ማንኛውንም የትምህርት መስክ ለመምረጥ ትልቁን ድርሻ ይይዝላቹሃል ፡ ስለሆነም 20%ቷ እውን ከሆነች entrance exam ስለተበላሸብኝ ብላቹህ ተስፋ አትቁረጡ ። ለማንኛውም ግን በውስጥ መስመር ብዙ ተማሪዎች የዩንቨርሲቲ ግሬድ calculation አልገባንም ባላችሁኝ መሰረት ... For instance AAU first semister coursoch እነዚህ ናቸው ብንልና የኮርሶቹም ECTS እንደሚከተለው ቢሆን ♨️Critical thinking...... #5Ects ♨ Psychology............ #5Ects ♨️ General Physics...  #5Ects ♨ English  ................. #5Ects ♨️Geography ..............#5Ects ♨️Mathematics...........#5Ects ♨️Physical fitness (pass or fail) ✍Total credit hours #31Ects ተማሪ አለባቸው ደብድባቸው እርገጣቸው😂(Hahu) የተባለ ተማሪ በመጀመሪያው ሴሚስተር ያስመዘገበው ውጤት 1)  Critical thinking-------> 77 🔫✂B+ 2)  Psychology    ---------->82  🔫✂A- 3)  Gen' Physics --------->59.9🔫✂C 4)  Mathematics---------->42    🔫✂D 5)  English        ------------>68    🔫✂B- 6)  Geography ------------->64    🔫✂C+ ነው ብንል የተማሪ Hahu'n ግሬድ እንደሚከተለው ማወቅ ይቻላል በቅደም ተከተል calculate ማድረግ 🔍 Credit hour × grade 5×3.5    =17.5 5×3.75  =18.75 5×2      =8 5×1       =5 5×2.75  =13.75 5×2.5    = 12.5 Total sum=75.5 Semister grade = Total sum÷Total credit hour 76.5÷30=2.5166GPA ስለዚህ ተማሪ Hahu በመጀመሪያው ሴሚስተር የሰራው ግሬድ 2.52 ነው ማለት ነው ። 😭በ 2.5 ግን የትኛውን ፊልድ ልመርጥ ነው😢😢 ለዚህም ነው ቲቶሪያል ተማሩ የምንለው ። Status of first year students in the first semister ፤ የአንደኛ አመት ተማሪዎች በመጀመሪያው ሴሚስተር የሚያስመዘግቡት ግሬድ እንደሚከተለው ወደ ቀጣዩ ሴሚስተር Pass or Fail ያስብላቸዋል   GPA                        Status             1.75-4.00      ➡Promoted 1.50-1.75      ➡Warning 1.00-1.50     🔫Academic dismissal( ለአንድ ዓመት ላግ ) 0.00-1.00     ❌Complete dismissal ከትምህርት ዓለም ሙሉ በሙሉ ላግ 😤) ከዚህ ውጭ ደግሞ በአንድ ሴሚስተር ሶስት ኮርሶች የፈሉበት ተማሪ(F) ሴሚስተር ላግ ይኖርበታል ምናምን የሚባልም ነገር አለ ቢሆንም ግን የኛ ቤተሰቦች ሁሉም ለሜዲስን ስለሚቸክሉ F ምናምን እንደማያሳስባቸው ይሰማኛል 😀 Share አድርጉት           
Show all...
👍 1
Finfinneetti barnoonni Wiixata dhufu eegala jedhame. Barnoonni bara barnootaa 2017 Magaalaa Finfinneetti Wiixata Fulbaana 6, 2017 akka eegalu Biiroon Barnootaa Magaalichaa beeksise.
Show all...
GROWTH..... G = Goals = Galmoota = Maal galmaan gahuu qabda? R = Reality = Dhugaa = Amma maaltu ta'aa jira? O = Options = Filannoo = Maal gochuu dandeessa turte? W = Will = Fedha = Maal goota? T = Tactics = Tooftaa = Akkamitti fi yoom hojjetta? H = Habits = Amaleeffannaa = Milkaa’ina akkamitti itti fufsiifta?
Show all...
3
Namni tokko  yeroo hunda waa'ee kee Akka yaadu barbaaddaa? Deemi qarshii namicharraa  liqeeffadhu. Dhiite bariitu hanga ati deebistutti si yaadataa😁
Show all...
👍 2
Barattoonni keenya obsaan karaawwan sadaniin yaalaa, sababa rakkina serveriitiif dafee hin dhufu. 1. Poortaala: https://result.eaes.et 2. Bot Telegiraamii:- https://t.me/EAESbot 3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon kun kaffaltii ni qabaata https://t.me/httpsbikila
Show all...
EAES 🇪🇹 Result bot

EAES: Educational Assessment and Examination Service Official Bot. Use this bot to check your Result.

Qormaata dhabuun jireenya dhabuu miti. 📢Qormaata darbuuf dhiisuun jireenyakee borii hin murteessu. 📢Qormaanni murtee jireenyaa miti, adeemsa ittiin waa argatanidha. 📢Yoomiyyuu taanaan waa'ee isa darbee osoon taane waa'ee isa dhufuutti xiyyeeffadhu. 📢Warreen qormaata darbanii jireenya hadhooftuu jiraatan hedduutu jira. 📢Jireenyi ilma namaa mataansaa qormaata waan ta'eef sana darbuuf dandeetti kennaakee ta'etti dhimma ba'i. 📢Dandeettii amma qabdutti fayyadamnaan wanti qabee si dhaabu hin jiru. 📢Wanti ati amma ilaaltee gaddite kun siif barnootadha. 📢Har'a dhabuunkee bor dhabuu miti, har'a boo'uunkee bor boo'i jechuu miti. 📢Waan amma of harkaa qabdutti dhimma ba'i malee eenyuyyuu sin dursu. 📢Mo'amuuf carraan laatiin mo'uuf carraa kenni. 📢Haalakee keessatti Abdiin kutiin, obsan dhabiin, ogummaan dhabiin, dandeettiwwan keessa kee jiru hubadhu. 📢Ati har'a keessaayyuu amma hojiitti jirta, hojiis eegali. 📢Nagaaf fayyaa qabdutti gammadi. https://t.me/httpsbikila
Show all...
Dirree barnoota fi Beekumsa walii gala

Boruu arguf har'a obsine! Jechoota barsiiso,walaloo,bashanasiso fi Oddeffaannoo barnootan wal qabatu kammiyyuu argachuf channel keenya join gochun nu hordoofa 👍🙏

👎 1
💠Wantonnii Qabxii kessan ilaluf isiin barbachisanii. ➊Registration Number ➋Maqaa Keessa amma akaakayyutti ➌Koodi Mana barumsaa Kanaafuu karaa keessaa nuf ergaa Channel keenya share gochu dagaatina Link kanan seenun join gochun maatii keenya ta'a👇👇👇👇👇👇 https://t.me/httpsbikila
Show all...
Dirree barnoota fi Beekumsa walii gala

Boruu arguf har'a obsine! Jechoota barsiiso,walaloo,bashanasiso fi Oddeffaannoo barnootan wal qabatu kammiyyuu argachuf channel keenya join gochun nu hordoofa 👍🙏

👍 2
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.