cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Burqa beekumsa

Show more
Advertising posts
969
Subscribers
-224 hours
-77 days
+1430 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost from Firomsa Motivation
🧘‍♂🧘‍♂🧘‍♂Yaada Gadhee Waa'ee Ofii Kee𝒕𝒊 sii keessa   kaa'ame jiru Digii Waan gochuu dand𝒂'𝒂𝒂 jettee yaaddu kamiyyuu, waan dhuguma hojjechuu dandeessu keessaa walakkaadha. Kunis waa’ee ofii keetii yaada baay’ee badaa waan qabduuf𝒊 . Isaan facaasuu dandeessa. Yaada gadhee qabaachuu kee qofa fudhadhuu booda irratti hojjechuu jalqabi. Yeroo baayyee yaadonni gadhee sun alaa irraa dhufa: namoonni waan ati hojjetteef sitti murteessu. Yeroo tokko tokko waan ati hin hojjenneef sitti murteessu. Akkasumas, waa’ee ofii keetii yaadni gadhee mataa keetii akka jiraatu beekamaadha. Isaan fudhadhu irrati hojachuu jalqabii .Isaan  madaalufis tarkanfii fudhadhu. Yoo dhuguma waan dogoggoraa hojjette jirta ta'e  sirreess𝒊𝒊! Fayyida hin  hin qabu, fakkii sobaa hin fooyyessine qabate deemuun  , Dhugaa ta'i, waantota fuulduratti tarkaanfachiisuuf waan gochuu qabdu hunda godhi. Waan sirrii akka hojjette erga mirkaneeffattee booda itti fufi. Yaada gadhee waa’ee ofii keetii qabaachuun sirrii dha hanga 100% madaaluuf, fudhachuu fi diiguuf of kennitetti .wanta kamuu of beekuun dursaa kana beekuuf immoo leenjii ijaarsa sammuu dhunfaa fudhachuu jalqabii . Leenjii jijjirama kun bifa garagaaratin kan kennamudha mataa dureewwan garagaara irraati fknf kannen akka self-awareness/of beekuu ,goal setting, emotional intelligence(dandeetii miiraa ofi hubachuu,xinxaalu fi to'achuu danda'u kan ofi fi kan nama biros ta'e),self-discipline fi kkf irraati fi kannen biroos ta'e leenjii ajaa'ibaa guyyaa guyyaan kan waliif kenninu ta'a channel kana irraati kanaf yaadaa keessan comment naaf godha guyyaa itti anu mataa duree kaam irraati haa ta'u ? Akkasumas hiriya keessanif qooda akka irraati hirmaatani irraa fayyadamanif like share @firomsamotivation
Show all...
Repost from Firomsa Motivation
Baga geessaan bara haaraa 2017 hundii maati channel firomsamotivation  🌞🌻🌌🌌🌌🌌🌌 𝐡𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐚𝐟 𝐛𝐢𝐫𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐚𝐛𝐛𝐧𝐞 𝐀𝐚𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐚 2016 𝐰𝐚𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐣𝐚𝐥𝐪𝐚𝐧𝐞 𝐚𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐱𝐮𝐊𝐮𝐫𝐢𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐀𝐚𝐧𝐚 𝐠𝐚𝐝 𝐥𝐚𝐀𝐀𝐢𝐬𝐞𝐞 𝐥𝐢𝐱𝐞𝐞 𝐡𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐟 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢'𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐠𝐚 𝐠𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐫𝐚 2017 🌞🌞🌻🌌🌻🌌🌞🌌🌞𝐛𝐚𝐫𝐚 2017 𝐀𝐚𝐧 𝐣𝐢𝐣𝐣𝐢𝐫𝐚𝐊𝐚,𝐀𝐚𝐧 𝐣𝐚𝐥𝐚𝐚𝐥𝐚 ,𝐀𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐊𝐊𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 ,𝐀𝐚𝐧 𝐊𝐢𝐥𝐀𝐢𝐢 ,𝐀𝐚𝐧 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐊𝐢𝐥𝐀𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐀𝐞𝐞 𝐀𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐠𝐚𝐫𝐭𝐮 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐟 𝐡𝐚𝐚 𝐭𝐚'𝐮 💐🌷🥀🌹🌺 𝐚𝐀𝐀𝐮𝐊𝐚 𝐛𝐞𝐞𝐀𝐚𝐊𝐮𝐮 𝐚𝐀𝐀𝐮𝐊𝐚 𝐧𝐚𝐊𝐧𝐢 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐠𝐚𝐫𝐚𝐠𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐡𝐢𝐀𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐢𝐥𝐀𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐬 𝐧𝐚𝐊𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐝𝐡𝐮𝐧𝐟𝐚𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚𝐚𝐟 𝐠𝐚𝐫𝐚𝐠𝐚𝐚𝐚 . 𝐢𝐧𝐧𝐮𝐊𝐚𝐲𝐮 𝐧𝐚𝐊𝐚 𝐭𝐚𝐀𝐀𝐚𝐟𝐮 𝐠𝐮𝐥𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 /𝐬𝐚𝐝𝐚𝐫𝐀𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐫𝐚𝐠𝐚𝐚𝐫𝐚 𝐀𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐢 𝐊𝐢𝐥𝐀𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐡𝐢𝐢𝐀𝐚𝐚 𝐚𝐝𝐝𝐚 𝐚𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐥𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐚'𝐚𝐚 𝐟𝐀𝐧𝐟 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚𝐧 𝐠𝐚𝐟𝐚𝐚 𝐬𝐚𝐝𝐚𝐫𝐀𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐮𝐭𝐢 𝐪𝐚𝐛𝐱𝐢𝐢 𝐚𝐥𝐚𝐚'𝐚𝐧𝐚 𝐠𝐚𝐥𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮𝐮𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐟 𝐊𝐢𝐥𝐀𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐭𝐚'𝐞 𝐊𝐮𝐥'𝐚𝐭𝐚 𝐠𝐚𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐠𝐚𝐟𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐥𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐠𝐚𝐫𝐚 𝐞𝐊𝐩𝐥𝐚𝐲𝐊𝐞𝐧𝐭/𝐬𝐞𝐥𝐟-𝐞𝐊𝐩𝐥𝐚𝐲𝐊𝐞𝐧𝐭𝐢𝐭𝐢 𝐝𝐡𝐮𝐟𝐮 𝐚𝐀𝐀𝐚𝐬𝐮𝐊𝐚 𝐡𝐢𝐢𝐀𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐊𝐢𝐥𝐀𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐟 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐚𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐭𝐚'𝐚 .𝐡𝐚𝐚 𝐭𝐚'𝐮 𝐊𝐚𝐚𝐥𝐞 𝐚𝐀𝐀𝐚 𝐡𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐛𝐚𝐚𝐲𝐞𝐞𝐧 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐧𝐢𝐭𝐢 𝐊𝐢𝐥𝐀𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐮𝐧 𝐛𝐚𝐀𝐀𝐚 𝐰𝐚𝐡𝐢𝐢 𝐭𝐚𝐀𝐀𝐚 𝐠𝐚'𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐝𝐡𝐚𝐚𝐛𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐚𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐚𝐚𝐧𝐞 𝐊𝐢𝐥𝐀𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐡𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐟𝐮𝐟𝐚𝐚 𝐭𝐚'𝐞𝐧 𝐛𝐚𝐀𝐀𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐀𝐚'𝐚𝐧 𝐟𝐢 𝐛𝐚𝐀𝐀𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐡𝐚𝐧 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐀𝐚𝐧 𝐡𝐚𝐟𝐞𝐞𝐟 𝐢𝐊𝐚𝐥𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐟𝐮𝐟𝐮𝐮 𝐚𝐀𝐀𝐚 𝐭𝐚'𝐞 𝐡𝐢𝐊𝐮𝐮 .𝐀𝐚𝐧𝐚𝐟 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐮𝐊𝐭𝐮 𝐀𝐚𝐧 𝐚𝐊𝐊𝐚 𝐱𝐮𝐊𝐮𝐫𝐚 𝐛𝐚𝐀𝐀𝐚 𝐀𝐚'𝐮𝐊𝐬𝐚 𝐀𝐞𝐞𝐭𝐢 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐀𝐀𝐚 𝐠𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞𝐭𝐢 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐮𝐮𝐟𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐊𝐮𝐝𝐢𝐢 𝐧𝐢 𝐡𝐚𝐟𝐚𝐚 𝐚𝐝𝐞𝐞𝐊𝐬𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐥'𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚 𝐀𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮𝐊𝐚 🌺🌺🌺𝐛𝐚𝐫𝐚 2017 𝐀𝐚𝐧𝐚 𝐀𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐚 𝐣𝐢𝐣𝐣𝐢𝐫𝐚𝐊𝐚 𝐠𝐮𝐥𝐚𝐧𝐭𝐚 /𝐬𝐚𝐝𝐚𝐫𝐀𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐫𝐚𝐠𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐡𝐚𝐚 𝐭𝐚'𝐮 .𝐚𝐀𝐀𝐮𝐊𝐚 𝐛𝐚𝐜𝐚𝐪𝐢𝐢 𝐠𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐪𝐚 𝐛𝐢𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐮𝐮 𝐠𝐚𝐡𝐞𝐞 𝐚𝐛𝐬𝐡𝐢𝐫 𝐧𝐮𝐮𝐟 𝐝𝐚𝐫𝐚𝐫𝐮𝐟 𝐣𝐢𝐫𝐚 𝐡𝐚𝐰𝐰𝐢𝐢𝐧 𝐀𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐟𝐮𝐥𝐝𝐮𝐫𝐚 𝐚𝐀𝐀𝐚 𝐚𝐀𝐀𝐚 𝐚𝐛𝐚𝐛𝐚𝐚 🌌🌌🌻🌻🌌🌌🌌🌌𝐛𝐢𝐫𝐚𝐚 𝐚𝐭𝐮𝐊𝐚𝐧 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚 𝐩𝐚𝐬𝐢𝐭𝐢𝐯𝐞 𝐭𝐚'𝐞𝐧 𝐬𝐚𝐊𝐊𝐮𝐮 𝐀𝐞𝐞 𝐝𝐚𝐠𝐚𝐠𝐬𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝑩𝒂𝒈𝒂𝒂 𝒈𝒆𝒆𝒔𝒔𝒔𝒏 𝒃𝒂𝒓𝒂 𝒉𝒂𝒓𝒂𝒂 2017 𝒋𝒐𝒊𝒏 𝒂𝒏𝒅 𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆 @firomsamotivation
Show all...
Rakkina akkasumati itti fufaa hin se'iin ni furamaa https://youtube.com/shorts/0Q8fO84yX3c?si=eJRe1AjRsDMnL2x2
Show all...
Rakkina akkasumati itti fufaa hin se'iin ni furamaa

Harkaa Qullaa'a/duwwaa ta'u keef jette mataa hin caphiin .Harkaa qullaa'a ta'un namuma kee siiraa hin mulquu bar kannuma martuu kan qajeeltef waa jiru waa martu atis   jabeefadhu namuma kee kannuma keessati bar numa tarti hundi rakkinas ta'e bal'inni atumti qabadhuu abdii guddaa inshallaa fuldurii ifaa atumti xiqqeesite hin qabatiin niyyaa /Hawwii kee nan hin jedhiin immo akkamitin dheeressa niyaa bar haalan  amma keessaa jirutu murteessaa anis naan beeke haala ati keessa jirtuu gaaruu akkanumati miti kana kaniin sii gorsuu ittin qaba ragaa guddaa innis jechaa raabii guddaati maal hin jettu ree inuu siifan hima anu xinnoo waa hin beekuu anu guddaa duruu ni beekta jedheen amana bar sii yaadachisumaf jedheeni kanuma baraa " bakkuma gabriichii kiyyaa itti naa egaatetin jiraaf jechuun jechaa raabii guddaati"  kana salphiisee siif himuf immoo jireenyi keenyaa  kun yaadumaa sammuu keenyaa keessati irraa dedeebiin yaannuu irraa  maddaa waan ta'efi .Sammuun keenyaa akka dachee gabbaatati waan faca'assan magarsaa kanafu waani facaa'uu qabu wal nama hin gafaachisuu kan yaada gaarii itti galfaate jireenyaa gaarii jirataa fallaa kanatin badaa kan irraa dedeebiin yaadus akkasuma gatii isaa hamataa .Gababumati waanin jechuu barbaadee rakkinna hamataa keessaa jiraatule darbuun isaa hin oluu waan ta'ef guyyaan boruu akka waan bareedaan siif dhufuuf yaadotaa babaredoo sammuu keessati yaadii .Rakkina har'aa keessaa jirtuun mijuu borii kee hin sakkaliin hawwii /niyaa kee gababsuun.  Fageessi yaadii akka jijjiramni dhufuus jalaa saraarii abjadhuu .Nama jijjiramaa ta'uf nuu waliin ta'ii kallatii kaminuu ta'e
Show all...
Jijjirama jalqabuuf
✅ money make from play game ✅
Telegram irraa mallaqa hojachuuf
Follower tictok guddisuf
Malummaa Ga'ilaa beekuf
✅Kannen biroo argachuuf ✅
✳Start✅
Repost from N/a
𝙉𝙖𝙢𝙀𝙀𝙩𝙖 𝙙𝙖𝙘𝙝𝙞𝙞𝙧𝙧𝙖 𝙟𝙞𝙧𝙖𝙣 𝙃𝙪𝙣𝙙𝙖 𝙠𝙚𝙚𝙚𝙚𝙖𝙖 𝘌𝙧𝙧𝙖 𝙢𝙖𝙖𝙡 𝙝𝙀𝙟𝙟𝙖𝙩𝙩𝙪𝙪 𝙉𝙖𝙢𝙣𝙞 𝙪𝙣𝙙𝙞 𝙚𝙞 𝙛𝙖𝙖𝙧𝙚𝙖𝙖 𝙉𝙪 𝙬𝙀𝙡𝙞𝙞𝙣 𝙗𝙖𝙧𝙖𝙙𝙝𝙪𝙪 𝙎𝙖𝙢𝙢𝙪𝙪 𝙚𝙞 𝘜𝙀𝙝𝙖𝙖𝙧𝙚𝙖𝙖 𝘌𝙢𝙢𝙖 𝙟𝙀𝙞𝙣 𝙂𝙀𝙙𝙝𝙞𝙞 𝙆𝙖𝙣𝙪𝙢𝙖𝙣 𝙚𝙞 𝙂𝙀𝙧𝙚𝙖𝙖        👇👇👇👇
Show all...
𝙣𝙚𝙬 𝙢𝙀𝙩𝙞𝙫𝙖𝙩𝙞𝙀𝙣
𝙎𝙚𝙚𝙣𝙖𝙖 𝙃𝙖𝙮𝙮𝙀𝙀𝙩𝙖𝙖
𝙁𝙪𝙧𝙩𝙪𝙪 𝙅𝙞𝙧𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖𝙖
𝘌𝙚𝙀𝙀𝙚𝙖𝙢𝙖 𝙃𝙖𝙖𝙧𝙖𝙖
𝙒𝙀𝙡𝙖𝙡𝙀𝙀𝙬𝙬𝙖𝙣 𝘌𝙛𝙖𝙖𝙣 𝙀𝙧𝙀𝙢𝙀𝙀
𝙆𝙞𝙩𝙖𝙖𝙗𝙖 𝙋𝘿𝙁 𝙠𝙖𝙣 𝙅𝙞𝙧𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖𝙖
𝙆𝙞𝙩𝙖𝙖𝙗𝙖 𝙗𝙖𝙧𝙖𝙩𝙩𝙀𝙀𝙩𝙖𝙖
𝘜𝙖𝙧𝙣𝙀𝙀𝙩𝙖 𝘌𝙢𝙖𝙣𝙩𝙖𝙖 𝙝𝙪𝙣𝙙𝙪𝙢𝙖𝙖
𝕁𝕆𝕀ℕ
Repost from N/a
Filadhu! Kamtu sirriitti qubeefame?
Show all...
Sabboonumma
Sabboonummaa
Saboonummaa
Saboonumma
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
✅Odeeffannoo barnootaa afaan dhaloota keetiin argachuu barbaaddaa? ➡Yoo akkas ta'e, waa'ee bu'aa qormaata kutaa 12ffaa fi odeeffannoo yunivarsiitii bal'inaan argachuuf nu waliin ta'aa! @SAGALEESABAA @SAGALEESABAA 👇👇👇👇
Show all...
Entrance Kutaa 12ffaa
See more
🄹🄟🄞🄜
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
Amantaa Kamiin jaallatta? Like godhi!
Show all...
☪ISLAAMA👍1999
🏥 KIRISTI'AANA 👍 1999
☊ORTHODOX👍1999
💒 CATHOLIC👍1999
☞ BUDDHISM 👍1999
🕍🏀More 🏣🏚👍1999
♥ Add Furtuu koo ♥
Wave
Promotion
Repost from N/a
🎊Wow wow Baga gammaddan Baga gammannee. 🎊 Free internet bilisaa Ethiopia keessatti deebi'ee jira. 🆓🆓 🎖Marree iddoo⭐ free internet⭐ jedhuu tuquun , free internet fayyadama🔎 📲Bara dijitaala kana keessa mallaqa baastanii internet fayyadamtuu. 🧑‍💻
Show all...
♻Free Internet♻
Repost from N/a
🌍ODUU AMMEE 🌍 Badhaasni ammallee itti fufee jira. Gareen diyaaspooraa biyya Alaa badhaasa isiniif qopheesinee jirra jechaa jiru. Ulaagaan badhaasa kanaas namoota gareetti Add gochuu fi garee jeraaf promotion hojjachuun badhaafamaa taatu. Maarree isiniis add member gochuu qofaan badhaafamaa. Badhaasni kunis haga qarshii 80K kan ta'uu fi kan itti fufu guyyaa 3 qofaafi. Add member gochuu qofaan maqaafi lakkoofsa account keessan erguufii hin dagatinaa. Liinkii 🔗 @DIYAASPOORAA_SAUDI @DIYAASPOORAA_SAUDI
Show all...
JOIN AND ADD
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.