cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

Oromo Is First

🌟 Welcome to Oromo is First! 🌟 Your go-to Telegram channel dedicated to celebrating and exploring the rich heritage of the Oromo people. Here, we dive deep into the heart of Oromia, bringing you closer to the vibrant culture, language, and history

Show more
Ethiopia3 250The language is not specifiedPolitics6 059
Advertising posts
7 444
Subscribers
-424 hours
-117 days
-5730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
❀ 23πŸ‘ 12
ODUU AMMEE/BREAKING NEWS Hoogganootnii fi Qondaalotni ABO murtii seeraa malee murtoo dabaan ganna 3 hanga 5tti hidhamanii manneen hidhaa garagaraa keessatti hiraarfamaa turanΒ  lakkoofsaan 7 tahan har'a Fulbaana 05, galgala sa'aa ammaa kana 2024 gadi lakkifaman. [SBO - FULBAANA 05, 2024] Jallaan kunneen akka gadi lakkifamaniif kanneen alaa fi keessaan sagalee tahaafii turtan cufti galatoomaa. Hoogganootnii fi Qondaalonni ABO manneen hidhaa keessatti hiraarfamaa turan kunneen: 1. Jaal Abdii Raggaasaa Miseensa SHG-ABO dhuma baatii Amajjii bara 2019 kan hidhame, 2. Jaal Mikaa'el Booran Miseensa SHG-ABO Waxabajjii 30,2020 mana jireenya isaa keessaa qabamee kan hidhame, 3. Jaal Kennaasaa Ayyaanaa Miseensa GS-ABO Waxabajjii 30,2020 mana jireenya isaa keessaa qabamee kan hidhame, 4.Β  Jaal Dr.Gadaa Oljirraa Itti gaafatamaa Waajjira ABO Gullallee Mudde 20,2020 mana jireenyaa isaa keessaa kan qabame, 5. Jaal Daawit Abdataa Adoolessa 12,2020 kan hidhame 6. Jaal Lammii Beenyaa Adoolessa 12,2020 kan hidhame 7. Jaal Gadaa Gabbisaa Bitootessa 07, 2020 qabamee hidhamee erga gadi dhiifamee booda waggaa isaatti irra deebiin Bitootessa 19,2021 kan hidhame,Β  Jaallan hogganootnii fi qondaalotni ABO kunniin seeraan alaa hidhaa keessa jiraachuu isaanii qaamotni garagaraa kan akka Komishinii Mirgoota Namoomaa Itophiyaa, Boordii Filannoo Biyyoolessaa Itoophiyaa, Manneen Murtii kan sadarkaa adda addaa, jaarmotni namoomaa fi kkf yeroo garagaraatti ibsa baasaniin yakka irraa bilisa ta’uu isaanii mirkaneessuun gadhiifamuu akka qaban wawwaataa turaniiru. Mootummaan PP garuu hanga guyyaa har’aatti haqa isaanii irra taa’ee hidhaa keessatti hiraarsaa turee har'a Fulbaana 05, 2024 mirga wabiin gadi lakkiseera. Ummatni Oromoo waliigalaa kan keessaa fi alaa akkasumas waahiillan Qabsoo Bilisummaa Oromoo marti haala rakkisaa keessatti Jaallan qabsaawota kanaaf sagalee ta'uu keessaniif, akkasumas jaarmota namoomaa kan naannoo fi addunyaa dabalatee qaamota adda addaa tumsa godhan ABOn ni galateeffata. Ammallee miseensonniΒ  fi deggertootni ABO sadarkaa gara garaa irra jiran hedduun manneen hidhaa biyyattii keessatti ejjannoo siyaasa isaanii qofaaf hiraarfamaa jiran. Mootummaan PP kanneen hidhaa keessatti ammallee rakkisaa jiru gadhiisuu qaba jenna.
Show all...
πŸ‘ 15❀ 1
Want isinii jaala darbuu hinqabnee keessaa cats πŸ”₯ kan gatii issaa bayyee guddaa yerroo ammaa kanatti gatiin cats Tokko doolaara America 0.005 ta'aa salphatti yoo dogs 50,000 qabatanii doolaara 100 $ ni qabdan jechuudha garaa qarshii Ethiopia yoo deebi'uu garaa birr 10000 qabdan kanafuu yeroo hin jiruu ammuma egaala πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ http://t.me/catsgang_bot/join?startapp=6Vxityblzmxv90oLJO4Ce
Show all...
πŸ‘ 2
Want isinii jaala darbuu hinqabnee keessaa lost dogs πŸ”₯ kan gatii issaa bayyee guddaa yerroo ammaa kanatti gatiin dogs Tokko doolaara America 0.005 ta'aa salphatti yoo dogs 50,000 qabatanii doolaara 100 $ ni qabdan jechuudha garaa qarshii Ethiopia yoo deebi'uu garaa birr 10000 qabdan kanafuu yeroo hin jiruu ammuma egaala πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/lost_dogs_bot/lodoapp?startapp=ref-u_6290480965__s_573790
Show all...
Lost Dogs: The Way

Choose the way, get $WOOF, win $NOT. Coordinate, cooperate, correlate!

πŸ‘ 6
Namootaa sadii hanga ammaa premium injifatani @rusrus72 @Nonameyourr @sangjun7777 Kan hafee namaa torbaa waan taheef Amummaa irratti hirmadha πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/TgPremiumJBot?start=P24885783
Show all...

πŸ‘ 2
Namotaa 10'f carraa Telegram premium kennuf wantaa jiruuf irratti akkaa hirmaatan isiin affeerraa irratti hirmaachuuf πŸ‘‰ CLICK HERE
Show all...

πŸ‘ 2
00:43
Video unavailableShow in Telegram
Dhidheessaa gubbaa bookkisaa oolee Leencii bosonaa WBO Dhidheessaa αˆ‹α‹­ αŒ€αŒαŠ–α‰Ή...
Show all...
2.45 MB
❀ 18πŸ‘ 7
00:59
Video unavailableShow in Telegram
Sirna eebba leenjifamtoota barnoota Qondaalummaa fi Barnoota Fayyaa zoonii Lixaa
Show all...
2.41 MB
❀ 8πŸ‘ 5🀬 1
05:01
Video unavailableShow in Telegram
Jaal Abdii Dhugaa ajajaa waraana bilisummaa oromoo (WBO) Zoonii Geddu galaa dhaggeeffadhu.
Show all...
10.44 MB
❀ 12πŸ‘ 9
Photo unavailableShow in Telegram
Ayiiii Itiyoophiyaa Leenjisaa Gammadoo Daddafoo hidhame. Leenjisaan maraatoonii kun ammuma daqiiqaa 30 dura hidhamuun isaa gabaafameera.
Show all...
❀ 12πŸ‘ 5
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.