cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

Advertising posts
16 199
Subscribers
-2124 hours
+937 days
+1 36730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿ODUU GAMMACHIISA JALATOOTA KUBBA MIILA HUNDAF CHANNEL AFAAN ORO 4-3-3 AFAAN OROMOTIN DHUFE JIRA 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐈𝐬𝐩𝐨𝐨𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐚𝐣𝐚𝐚𝐲𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐮𝐮 𝐥𝐚𝐚𝐭𝐚? HIN QABDU TANAN QAANIDHA 𝙲𝚑𝚊𝚊𝚗𝚊𝚊𝚕𝚒𝚒 𝚈𝚎𝚛𝚘𝚘 𝚐𝚊𝚋𝚊𝚊𝚋𝚊𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊𝚝𝚝𝚒 𝚓𝚊𝚊𝚕𝚕𝚊𝚝𝚊𝚖𝚞𝚖𝚖𝚊𝚊 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚊𝚊  𝚊𝚐𝚛𝚐𝚊𝚝𝚎 𝑶𝒅𝒆𝒆𝒇𝒇𝒂𝒏𝒏𝒐𝒐 𝑾𝒂𝒂'𝒆𝒆 𝒌𝒊𝒍𝒂𝒃𝒂 𝒌𝒂𝒎𝒊𝒊 𝒅𝒉𝒂𝒈𝒂'𝒖𝒖 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒅𝒖?
Show all...
❤️Arsenal❤️
💜Barcelona 💜
👹Manchester United👹
🤍Real Madrid 🤍
💠Manchester city 💠
⚪️Tottenham ⚪️
💙Chelsea 💙
🔴Livepool 🔴
💛Al Nasr 💛
💟Inter Miami 💟
Hunda iddo Tokkotti
Photo unavailableShow in Telegram
Kubbaa miilaa jaallatta taanaan Channel troll Afaan Oromoon tamsaasu kana keessatti bashannanaa 😁 wal foggoraa🙄 ...... Maatii troll tahuuf JOIN jedhaa
Show all...
JOIN 🔥🔥
01:05
Video unavailableShow in Telegram
Namni dafee deebise badhaasa qaba😱😱 Ariifadhaa deebisaa badhaafamaa⏱️⏱️ 10+10×10÷10-10=❓ Waver👉 @huzmeh
Show all...
2.06 MB
10
0
100
20
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 : Trent Alexander-Arnold FC Nantes bitachuu barbaada jedha L’Équipé! 🤯 Trent fi konsortiimii isaa fi kilabicha bitachuuf caalbaasii dhiyeessan... caalbaasiin kunis hanga €140m gatii qaba. “Fandii invastimantii Ingilizii abbaa isaatiin hoogganamu ta’us, Trent abbaa qabeenyaa Nantes ta’uu barbaada”.
Show all...
👏 5
Photo unavailableShow in Telegram
😍 | Taphotaa har'aa taphataman 🇪🇹 Ethiopian Premier League 10:00 | Mekele vs Hadiya Hosaina 01:00 Arbaminch vs Dreadwa 🇮🇹 Italy, Seria 01:30 | Cagliari vs Empoli 03:45 | Verona vs Torino 🇪🇸 Spain's La Liga 04:00 | Alaves vs Sevilla 🇩🇪 German Bundesliga 03:30 | Augsburg vs Mainz 🇫🇷 French league 03:45 | Nice vs Saint Etienne 🇸🇦 Roshan League of Saudi Arabia 03:00 | Al Itifaq vs Al Nasr
Show all...
👏 4👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
FABRIZO ROMANO odeefannoon ispoortii tokko isi hin dabru join godhaa
Show all...
👏 1😁 1
ILaaluuf
JOIN godhuuf
Photo unavailableShow in Telegram
🔵🔴 Ter Stegen: ''Tapha kana keessatti akka gaariitti wal hin hubanne. Eric Garciaf miira hamaatu natti dhagahama”. ''Wanti nu mudachuu hin qabne ta'e, garuu sun kubbaa miilaati. Dhiirota kudhan waliin qormaata keenya dura dhaabbanne. Miira hamaa qabxii tokkollee hin fudhanne .
Show all...
👍 2👏 2
Photo unavailableShow in Telegram
❗️Hansii Flick tapha garee Chaampiyoonsi Liigii Awrooppaa irratti yeroo jalqabaaf tapha moo'ame.
Show all...
😁 4👏 1
Repost from NEVAA SPORT⚽️
Affeerra keenya Warroonni kubbaa miilaa jaallattan channel troll keenya kana join godha https://t.me/+CsZ5Rh4ym0IxODlk
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
🇪🇺Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa. ⏰ Xumuraman' Atalaantaa 0-0 Arsenaal A. Maadriid 2-1 RB Lepzing ⚽ Gireezman 28' ⚽ Seeskoo 5' ⚽ Himiineez 90' Moonaakoo 2-1 Baarseelonaa ⚽ Akli'oochee 16' ⚽ L.Yaamaal 28' ⚽ Ilenikheenaa 71' Bireest 2-1 Strum Graz ⚽Maagineetii 22' ⚽ Fernaandez OG ⚽ Siimaa 55'
Show all...
👏 1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.