cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

๐•ฏHUGAF ๐•ธEDIA

KAYYOON KEENYA ๐Ÿ–๏ธBarsisa jireenya ๐Ÿš€Dhugaawwan Addunyaa โ›ณ ๐–”๐–‰๐–Š๐–Š๐–‹๐–‹๐–†๐–“๐–“๐–”๐–œ๐–œ๐–†๐–“ ๐–ž๐–Š๐–—๐–”๐–” ๐Ÿ–๏ธSeenale ajaahibsisoo Yaadafi gaaffii yoo qabattan @gadikoe

Show more
Advertising posts
760
Subscribers
-324 hours
-107 days
-3130 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Namoonni channalii keessaan 1k members ta'e karaa bilisaan yookiin kaffaltii malee wave,n guddifachuu barbaaddan na quunnamaa ๐Ÿ‘‡ @Qofaako23 ๐Ÿ‘‡ @Qofaako23
Show all...
Maaloo booddee akka hin gaabbine namoonni hin jalqabiin start gochuun jalqabaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/major/start?startapp=806176782
Show all...
Major

Welcome to @Major bot. Boost your rating by stars and completing tasks. Convert rating to $MAJOR token soon.

https://t.me/BBQcoin_bot/BBQcoin?startapp=rp_9000019_6267715872 ๐ŸŽ 25k BBQcoin as a first-time gift ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ 50k BBQcoin if you have Telegram Premium ๐Ÿ’Ž Your referrals join the Squad successfully additional 25k BBQCoin
Show all...
BBQCoin

Tap to earn, BBQCoin is a viral clicker game where you earn coins by tapping the screen, earn more coins, boost your ranking, and get more airdrop rewards!

Carraa Lottery argadhaa group kanatti makamuun fayyadamaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/Daanii_Lotter
Show all...
DAANII LOTTER ๐Ÿ“Œ

DAANII ONLINE LOTTER๐Ÿฅฐ Carraa online lottery kana namoonni hunduu itti fayydamaa badhaafamaa. Na quunnamuuf Username: @Daani28 Phone number: +251954562725

#Gaarri_hammam_dheeratus_aduu fi Oduu dhoksuu hin danda_u! ~ Ibsa malee hubachuu yoo dadhabde ibsaan hubachuu hin dandeessu. ~ Namni ati caaluuf yaaluu qabdu nama kaleessa ofii kee turte qofa. ~ Guyyaa gaarii Har'aa hamaa kaleessaa yaaduun gonkumaa hin balleessin. ~ Yeroon fayyiinsa waan hundaati jechuun ni dandaโ€™ama. Hundaa yeroof dhiisi ni furamaa. ~ Carraa qabaachuu yoo barbaadde nama cimaa ta'i. Dabalata argachuu yoo barbaadde arjaa ta'i. ~ Dogoggora keetti kolfi, Garuu, isa irraa baradhu. Rakkoo kee irratti qoosi, Garuu, isa irraa humna walitti qabadhu. ~ Rakkoo keetti baaci, Garuu, isa injifadhu. Arjaa ta'i, garuu dadhabaa hin ta'in. Ija jabaadhu, garuu humnaan bulaa hin ta'in. ~ Gadi of deebisi, garuu hin qaana'in. Jabaa ta'i , garuu gonkumaa addaggee hin ta'in. Ofiin booni malee of hin tuulin. https://t.me/Dhugaaf_media
Show all...
๐•ฏHUGAF ๐•ธEDIA

KAYYOON KEENYA ๐Ÿ–๏ธBarsisa jireenya ๐Ÿš€Dhugaawwan Addunyaa โ›ณ ๐–”๐–‰๐–Š๐–Š๐–‹๐–‹๐–†๐–“๐–“๐–”๐–œ๐–œ๐–†๐–“ ๐–ž๐–Š๐–—๐–”๐–” ๐Ÿ–๏ธSeenale ajaahibsisoo Yaadafi gaaffii yoo qabattan @gadikoe

๐Ÿ‘ 1โค 1
Hiriyyoota keessaan add godhaa badhaafamaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/+fA28yPmePtxiNmNk
Show all...
KAARDII FUDHADHA ๐ŸŽช๐ŸŽช๐ŸŽช

Nama gara garee kanaatti dabaluun qofa qarshii fudhaa. Kennaa bilisaa. (Add member)

Carraa Lottery argadhaa group kanatti makamuun fayyadamaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/DaniLottery
Show all...
#Hin #Sodaatin! Namichatu intala tokko qofa qaba.Kanaaf sirriitti kunuunsaa guddise.Umuriin ishee yeroo barnootaaf ga'etti ammoo mana barumsaa galchuun barsiifachuu eegale. Manni barnoota isheen itti barattu mana isaaniirraa fagoo ture.Kanumarattiyyuu bosona walxaxaa keessa qaxxaamuruun bishaan baay'ee guddaa tokko ce'uun mana barumsaa deemti. Bosona kana keessa ammoo bineensota nama sodaachisan ; qophaatti nama argannaan bineesota foon namaa alanfatanii liqimsan danuutu jira. Kanaaf Abbaan ishee yeroo mara mana barumsaa isheen itti barattuun gahee gala.Yeroo isheen galtu ammoo mana barumsaatii ofii fuudhee gala . Guyyaa tokko garuu "ani har'a sin geessu waan taโ€™eef dafii deemi" jedhe Abbaan mucaa isaa kanaan;Isheenis" Bosona guddaa kana keessa kana malees bineensota hedduu atuu beektu keessa qophaa koo deemu nan sodaadha . Kanaaf atumtii na geessii" jetteen .Innis "lakkii" jedheen .Isheenis qophaa deemu waan sodaatteef " na geessi malee " jettee itti bo'uu eegalte.Inni garuu ariin lafaa ka'ee eeboo isaa fudhatee " ykn eeboo kanaan si waraana ykn ammoo mana barumsaa deemi " jedheen. Amalli abbaa ishee ammoo waan dubbateef gara kuteessa waan taโ€™eef akka inni ishee duukaa hin deemne bartee eeboon du'uurra sodaataa karaa irra buute.Asiif achi dhageeffataa shakakii rifataa deemaa jirti. Bishaan guddaa sana bukkee yemmuu geesse bineensi guddaan nama nyaatu itti bahe.Yommuu inni itti fiiguu eegalu of irra gad-teesse imimmaan coccobsaa;nagaatti abbaakoo jettee isa inni liqimsuuf afaan bane sodaattee juruunfatte. Utuma isheen dhageeffattuu waa huursee lafa dhahe.Sekoondii muraasa booda yeroo ija banattu bineesichatu du'ee jiraa argite .Rifaasuun lafaa kaatee duuba ishee yogguu ilaaltu Abbaan ishee eeboochaan bineesicha waranee cina ishee utuu dhaabatuu argitee gammachuun abbaa isheetti marmite. #Qalbeeffannoo Namoonni hedduun qofaa isaanii gammoojjii sodaachisaa keessa waan deemaa jiran itti fakkaata garuu miti. Maatii kee gidduu baatee biyya fagoo waan jirtuuf qophaa kee sitti fakkaatee? ,firri si dhiisee,hiriyaan si ganee guyyaan sitti dukkanaa'ee ? Jiruuf jireenyi sitti hadhaa'ee qophaa waan jirtu siti fakkaatee ? YESUUSITTI AMANI Isaafis DHUGAATTI JIRAADHU malee bara kamiinuu keessatti ,bakka kamittiyyuu ati qophaakee mitii HIN SODAATIN #Dhaamsa #Macaafa #Isaayaas #Raajichaa 41 10 Egaa ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin! Ani Waaqayyo kee ti hin na'in! Ani sin jabeessa, ani sin gargaaras; irree qajeelummaa koo isa mirgaatiin ol sin qaba. 11 Kunoo, warri si hadheessan hundinuu in yeella'u, in salphatus; warri si irratti ka'anis in dhumu malee, waa'ee hin baasan. 12 Ati warra si irratti ka'an kana yoo barbaadde iyyuu isaan hin argitu, warri si lolan akka waan hin jirree in ta'u. 13 Ani Waaqayyo gooftaa kee isa harka kee mirgaa qabee "Hin sodaatin! Ani sin gargaara'o" siin jedhuu dha. 14 Waaqayyo inni si furu, inni qulqulluun kan Israa'el, "Ani ofii kootii waanan si gargaaruuf, yaa Yaaqoob raammoo nana, yaa Israa'el xinnayyoo nana hin sodaatin!" jedhee dubbateera. 15 Kunoo, ani konkolaataa midhaan siribsiisu, isa haaraa ilkaan isaa qara qabu sin godha; ati tulloota irra baatee isaan in caccabsita, gaarotas akka habaqii in goota; 16 ati akka nama midhaan qoorba'uutti qilleensatti ol isaan in darbatta, innis isaan in fudhata, bubbeenis isaan in tamsaasa; ati garuu Waaqayyotti in gammadda, isa qulqulluu kan Israa'eliin of in jajja. Akkasumas #Macaafa #Faarfannaa 91 3 Waaqayyo, kiyyoo namni siif kaa'e, dha'icha nama balleessu irraas si oolcha; 4 harka isaatiin si golbooba, bobaa isaa jalatti kooluu in galta, amanamummaan isaa gaachanaa fi marsaa siif in ta'a. 5 Wanti halkan nama sodaachisu, xiyyi guyyaa namatti gad dhiifamus si hin sodaachisin! 6 Dha'icha dukkanaan namatti dhufu, dhukkuba adeemaa saafaa nama balleessus hin sodaatin! 7 Kumni tokko si bukkeetti kumni kudhanis gara mirga keetti yoo kufan iyyuu, wanti namatti dhufu kun sitti hin dhi'aatu; #Eebbifamaa! t.me/Dhugaf_media
Show all...
๐Ÿ‘ 1
Namoonni guyyaa boqonnaa kana hojii online hojjechuu dandeessan kunooti link kana Start gochuun hojjechuu dandeessuu ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ t.me/catsgang_bot/join?startapp=VvZCFndjUwW7DXdBZjvXi Meow, lets see who is OG ๐Ÿ˜ผ
Show all...
Ariifadhaa namoonni 30 qofaaf fayyada link kana itti fayyadamuun qarshii hojjechuu dandeessu. Karaa telegram galii argachuuf hojjechuun dirqama namoonni galii argattanii hin beekne ammuma jalqabuun hojjechuu dandeessuu, waantota galii irraa argattan waan isin biraan geenyuuf itti fayyadamaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/GudinaTumsaAirport_bot?start=r0196762517
Show all...
Gudina Tumsa

๐Ÿ›ซ Smooth Travels, Successful Journeys ๐Ÿ‘ฎ Reliable Service with Experienced Staff ๐Ÿ“Ethiopia โ€“ Nekemte

Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.