cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

KITAABOTA

Chanali kana irratti kitaabota freshman fi remedial akkasumas kitaabolee barbaachisoo jireenya keessaniif hedduu isin fayyadan pdf dhaan ni argattu. Join gochuun itti makamaa.

Show more
Ethiopia5 387The language is not specifiedBooks6 590
Advertising posts
3 809
Subscribers
-824 hours
-617 days
-35030 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Namoonno heedduun Business jalqabuuf jedheen maallaqa ka'umsaa dhabee jedhu,garuu potential n si keessa jiru iyyuu maallaqa caala situ hin argine malee. Digital Marketing ji'a tokko keessatti hammam akka isheen si milkeessitu yoo argite ofiikeetti maal akka hojjetaa jirtu ilaaltee aaruu dandeessa garuu abdiin hin kutamu. Ammas yoo itti fayyadamte kunoo carraan harkakee irra jira. Dilbata darbee kaasnee haala hin eegamneen namoota 567-600 tahan qarshii xiqqoo (300) irraa kaasnee abbaa business tahanii nu waliin dalagachaa jiru. Guyyaatti qarshii 50-1500 kan ittiin argatan hojii baayyee salphaa fi yeroo boqonnaa shaayii qofatti dalagamuudha. Kanneen eegaluu barbaaddan @mate_western irratti nu quunnamtanii nu waliin dubbachuu dandeessu. Inbox me: @mate_western @kitaabota_pdf @kitaabota_pdf
Show all...
๐Ÿ‘ 1
Major Kan hundeessa Dhaabbataa telegram akka tahee quba qabduuu? Kaffaltiif 100% amanamaadha.Yoo dandeessan account lama oliin hojjedha. Jalqabuuf link gadii tuqi namni hin jalqabin.Hubachiisa yeroo dhiyootti kaffaltii raawwata! Kanneen hin eegalin asumaan eegalaa https://t.me/major/start?startapp=6486194733
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Jaalalli dhugaa hundee gadi fageeffatee akka dhaabbatuuf gaheen jaalalleewwan lameenii maal fa'a..more
Show all...
Repost fromย N/a
BINANCE dha๐Ÿ›’! Jalqabaa! ๐Ÿ”—Ammuma jalqabi! As irraa jalqabi ๐Ÿšจ Oduu Gammachiisaa Binance irraa Tapha Moonbix irratti! ๐Ÿšจ Hawaasa koo tapha Moonbix Binance dhufu akka ilaalan affeeraa jira-app mini-TG kan karoorfame eegaluu isaa dura miliqe. Binance tapha kana akka ofiisaatti akka gadhiifamuuf sirreessaa osoo jiruu, dafanii argachuu dhiyeessaa jiru! ๐Ÿ•น๏ธ๐Ÿš€ โš ๏ธ Akkaawuntii fakkeessaa kamuu irraa of qusachuu mirkaneeffadhu. Jalqabuuf hidhannoowwan ofiisaa kunooti: ๐Ÿ”—Ammuma jalqabi! As irraa jalqabi https://t.me/Binance_Moonbix_bot/start?startApp=ref_1915024109&startapp=ref_1915024109&utm_medium=web_share_copy
Show all...
#Waamicha #yuunivarsitii_Hawaasaa Yuunivarsitiin Hawaasaa guyyaan waamichaa barattoota idilee maraa Fulbaana 20 - 21/2017 taโ€™uu beeksiseera. @kitaabota_pdf @Kitaabota_pdf
Show all...
๐Ÿ‘ 2
Barattoota mana Barumsaa Bultii addaa, mana barumsaa ifa buruu fi WMO qorumsa darban @kitaabota_pdf @Kitaabota_pdf
Show all...
โค 3
Barattoota MBBA'f Qorumsa Darban.pdf20.89 MB
Photo unavailableShow in Telegram
#Waamicha #Gambella_University #Yuunivarsiitii_Gaambeellaa Yuunivarsiitiin Gaambeellaa barattoota buleeyyii Digirii jalqabaa fi Digirii lammaffaatiif guyyaan galmee Fulbaana 20 fi 21 bara 2017 ta'uu beeksiseera. Barnoonnis Fulbaana 22 bara 2017 ni eegala jedhameera. Barattoota digirii jalqabaa bara kana haaraa seentaniif ammoo Yuunivarsiitichi yeroo biraa akka waamicha taasisu beeksiseera. Akkasumas barattoota sagantaa reemeediyaalii bara darbe hordofaa turanii qabxii darbiinsaa fidaniifis wal faana waamichi kan taasifamu ta'a. Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa! @kitaabota_pdf โœ… @kitaabota_pdf โœ…
Show all...
โค 2
Physical Fitness Module.pdf2.30 MB
Global_trends_ Module.pdf1.88 MB
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.