cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

MAANCHISTAR YUNAAYITID ITIYOO FANS

Chaanaalii kilabii guddicha Maanchistar Yunaayitid, kan miira, amantaa, jaalalli, mo'amuu dhabuun itti calaqqisudha. Chaanaalli kun dafee odeeffannoo sa'aatii 24 kan kilabii keenya jaallatamaa Maanchistar Yunaayitid argatanidha. Yaada kamiifu @wizhasher

Show more
Advertising posts
334
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
-1430 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Yunaaytiid jijjiirraa Maazraawii xumuruuf fiixeen gahaniiru. @man_united_ethio_fan @man_united_ethio_fan
Show all...
👍 6🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
⚽️⏰️Odeeffannoo Ispoortii yeroo isaanii eeggatan Afaan keessaniin argachuu barbaadduu? 👕👕Waqtii jijjiirraa ganna kanaan taphattoota kilaba isin deeggartanitti makaman daftanii baruu hoo? 🎤📻Taateewwan ajaa'ibsiisoo kubbaa miillaa keessatti mudatan, seenessa bareedaa waliin dhiyaatanillee yoo feetan: GoaLine Talks hordofaa, maatii keenya ta'aa! Telegram Channel: @goalinetalks Facebook Page: GoaLine Talks
Show all...
👍 1 1
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
Raasmas Hooyilendi bara dorgommii dhufurraa eegalee hidhannoo Lakk. 9 kan uffatu ta'a. Taphataan sarara fuulduraa lammii Faransaayi abdiin irra kaawwamee ture Antoonii Maarshaal, sababa miidhama irra deddeebiin isa mudataa tureen waan yaadame gochuu hanqate ganna kana Maan Yuunaayitid wajjiin gargar ba'uusaa ni beekama. Kana hordofees taphataan sarara fuulduraa GB Deenmaarki bara darbe Maan Yuunaayitiditti makame, Raasmas Hooyilundi hidhannoo Lakk. 9 kan Maarshaal dhiisee deeme kan fudhatu ta'uusaa kilabichi ifoomseera. Raasmas Hooylendi bara darbe kilabichaaf dorgommii hundarratti gooliiwwan 15 yoo lakkoofsisu, kubbaawwan gooliif ta'an 2 mijeessee kennuu danda'eera. Foddaa jijjiirraa ganna kanaarratti dammaqinaan hirmaachaa kan jiru Maan Yuunaayitid, sarara fuulduraasaa cimsuuf akkasumas Raasmas Hooyilundi faana akka morkatuuf Jooshuwaa Zirkizii Boolonyaa irraa mallatteessisuun isaaniillee ni yaadatama. @goalinetalks
Show all...
👏 1
Repost from N/a
Miidiyaaleen taphichi akka waan goolii 2:2 xumurameetti gabaasaa erga turanii saatii lamaan booda, taphichi akka hin xumuramneef sababa jeequmsa uumameen akka adda cite bira ga'ame. Isa booda taphattoonni wayita dirreetti deebi'ani, goolii qixxeessituu Arjentiinaan daqiiqaa dhumaarratti lakkoofsisan sababa taphataan Arjentiinaa Maaldiinii taphaan ala tureef VAR'n ilaalamee in haqame. Daqiiqaa hafte 3 erga taphataniin booda taphichi olaantummaa Garee Olompikii Moorookootiin xumuramuu danda'e. Safuudhabboo😂 @goalinetalks
Show all...
🤣 2
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
#ParisOlympic2024 Taphni Oloompikii Paaris baranaa raajii nu agarsiise Dorgommii Olompikii bara 2024 Faransaayi Magaalaa Paarisitti gaggeeffamaa kan jiru yoo ta'u, taphni kubbaa miilaa garee Olompikii Arjentiinaa fi Morookoo gidduutti gaggeeffamaa ture 2:2 dhume jechuun gabaafamaa erga tureen saatii 2n booda dubbiin garagaltee taphicha Morookoon goolii 2:1 injifachuu dandeesseetti. Dubbichi akkasi, taphichi jalqabee daqiiqaa 45+2 fi 51 irratti goolii Soofiyaan Raahimii taphaan fi rukuttaa liigoreetiin lakkoofsiseen Morookoon hanga daqiiqaa 68'tti goolii 2:0 dursaa turte. Daqiiqaa 68ffaatti goolii Juliyaanoo Simoonee galcheen Arjentiinaan garaagarummaa goolii wayita dhiphisan taphichi ittuu ho'e. Daqiiqaa 90 dhumee yeroo gubateef daqiiqaan 16 kennamee, daqiiqaa 16ffaarratti Juliyaanoo Simooneen goolii lammataa galchuudhaan gareen lamaanuu 2:2 qixa yoo ta'an deeggartoonni dirree dhuunfatan; taphattoonni kutaa ulfannaa seenan. Itti fufa... @gaolinetalks
Show all...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Leenii Yooroo | 🗣 "Oldtiraafoord dirree adduunyaa kanarra jiran keessaa tokkooffaadha!!" @man_united_ethio_fan @man_united_ethio_fan
Show all...
👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
Mariin marsaa duraa dhimma Ugaarteen walqabatee Maan Yuunaayitidii fi PSG gidduutti gaggeeffame irratti garaagarummaan waan mullateef, Maan Yuunaayitid taphataa Moonaakoo Yusuuf Foofaanaa akka filannoo biraatti ilaalaa jiru. [Stretford Paddock] @man_united_ethio_fan @man_united_ethio_fan
Show all...
😢 3
Fabiriziyoo Roomaanoon karaa Youtube isaa waayee Maan Yuunaayitid kaninni dubbate; 👉PSG'n Jeeden Saanchoo mallatteessifachuuf hedduu barbaadu. Ammatti garuu wanti qabatamaan kilaboota lamaan gidduutti godhame hin jiru. 👉Maan Yuunaayitid Kaasimiiroo gurguruuf fedha qabu. Hanga ammaatti kilabni taphataa kana fudhachuuf gaaffii dhiyeesse garuu hin jiru. 👉Biruunoo Fernaandes hanga ammaatti kilaba kan biraa wajjiin marii taasise hin qabu. Maan Yuunaayitid keessa turuuf kan murteessu yoo ta'e, kilabichi kontiraata haaraa ni dhiyeessuuf jedhamee eegama. [Fabrizio Romano via YT] @man_united_ethio_fan @man_united_ethio_fan
Show all...
🔥 2
Photo unavailableShow in Telegram
Iskoot Maaktominaayi kilabicha keessa akka turu barbaadu. Leenjisaan Maan Yuunaayitid Eerik Teen Haag odeeffannoo taphataan sarara gidduu kilabichaa ganna kana deemuu danda'a jedhamuun afarfamu ilaalchisee yaada kennaniim, "bara dorgommii tokkotti gooliiwwan 10 lakkoofsistee, Iskootilaandiif wayita taphattus gahumsa bareedaa waykta agarsiiftu, kilaboota biraarraa fedhiin jiraachuu mala. Garuu taphatichi garee keenyaaf baayyee murteessaa waan ta'eef akka turu barbaanna," jechuun dubbataniiru. [Sky News] @man_united_ethio_fan @man_united_ethio_fan
Show all...
👍 1🤔 1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.