cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Jaalala♡Qulqulluu💖

Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣ Yaadaafii gaafii keessan @Yaada_Keessaan_Bot gubbaan dhiheeffachuuf karaan banaadha.

Show more
Finland637The language is not specifiedReligion & Spirituality7 247
Advertising posts
13 043
Subscribers
-624 hours
+217 days
+32030 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Nama fakkeessu, nama kophummaan akka itti hin dhagahamne qofaaf si dhiyaatu Waliin jiraachuun dhukkuba wallaansa hin qabneedha. Namni wal dhaba, namni tokko tokko fakkeessaafii waan akkanaa irratti "masters" waan qabu fakkaata, inuma irratti beekhuu hin dandeessu hanga yeroon ifa siif baaftuu. Rabbi isinirraa haa laalu aboo🥹 :¨·.·¨:   `·. 
@Jaalala_qulqulluu
Show all...
27👍 10🙏 4
Walaloo jachuun...❤️‍🔥👌 "An fakkeessuun beeku Dhugaan sitti hima Si godhachuuf ture Michuu kiyya cimaa Kabajaan siif qabu Ija biroon laaltee Gaarii An siif godhe Gowwummaa koo seete Gaafan An siif yaadu Ati natti qooste Gaafan sitti siqu Ati narraa fagaatte Wanta dhugaan taane Soba fafakkaattee Irra keessa Kolfaa Miira kootiin xabatte Ati addaan hin beektu Kabajaa fi sodaa Nattin siqin gonkumaa Ati Arra booda"
✍By Seyfal Islaam🫡
Show all...
👍 28 8
Warri odoo hin dalagatin dogs isin dabre kana👇dalagaaa task qofa fuffuradhaa Tap hin qabuu. t.me/catsgang_bot/join?startapp=JCPnunPlBeOmce28jqttX
Show all...
👍 4
Naaf deebisaa grp isiniif baneetiin jiraa🙏
Show all...
👍 1
"Yoon hin daa'imsiifnee akka isiin haadha keenya daa'imsiiftetti" ja'e Daa'imsuu jachuun maal jachuudha? Loqoda eessaati? Namni beeytaan naaf himaamee, dhugaa Arruman dhagahe an🤔
Show all...
😁 20👍 2
2017 bars itti "crypto currency" irraa maallaqa bareedaa argattan isiniif haa tahu😇
Show all...
😁 24🔥 5
[♡Dhugaaniis nama ni boochisa, fakkeessaaniis nama ni boochisa lachuutu bishaan gubbatti bahe. Harkaan haqamee goggeeyfama. Inni dhugaaf jacha nurraa bu'e garuu siidaan isaa keessa keenyatti dhaabbama gubbaarraa nu haqamuus. Warra cabsee nu boochiseef guyyaan itti gaabbitan ni dhufa. 🥹 Gaafa san garuu nu cabsitanii guddinaaf akka onnanu nu godhuu keessaniif isin galateeffanna malee haaloo(hijaa) isinirraa hin bahannu, deebineetiis hin hiriyyoomnu👌♡] 💔
Jaalalti miidhaa miti.
:¨·.·¨:   `·.  @Jaalala_qulqulluu🌹
Show all...
32🥰 5🙏 4👍 2😍 2
Gurbaan duraan akkana godhi, akkas godhi ja'ee si cinqu san arra dogongora irrattillee si argeeti sirraa callisa yoo tahe abdii muradhu isa dhabdee jirtaa ! :¨·.·¨:   `·.  @Jaalala_qulqulluu
Show all...
😢 35 18👍 3🙏 2
Yeroo hiyyummaan balbalaan seentu, jaalalli fooddan baati...?Anonymous voting
  • Dhugaadha
  • Kijiba
0 votes
👍 11 1👏 1
Deebitee dhufuu malti deebitees dhufuu dhabuu malti, ati yeroo waliin jirtutti waa hunda taataaf yoo tahe bara cufa yaadannaa keetiin gubatti. Atumti hin miidhin, nama ganeetu boqonnaa dhaba malee namni ganame gaafa madaan san darbe ni boqotaa. :¨·.·¨:   `·.  @Jaalala_qulqulluu
Show all...
🙏 49👍 11 8💔 1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.